Waaqni bakka jirutti waa arguu dadhabee ilaaluuf gadi buβaa?
π Seera uumama;- 18:20-21
βα¨α°αΆαα ααα« ααα¦α½ α¨ααα αα΅α α α°α α°αα»ααα€ αα’α α³αΈαα α₯α α α¨α£α΅ ααα€ α΅α α₯ααα± α¨α°ααα΅ ααα αα α₯ααα΅ αααα ααα¨ααα₯ αα° α₯ααα± α₯ααα³αα"
"Waaqayyo kana booddee Abrahamiin, βIyyaanni warra Sadoomii fi Gamoraa irratti dhiyaatee attam guddaadha! Cubbuun isaaniis hammam bayβee ulfaataadha! Ammas gad buβee wanti isaan hojjetan hundinuu akka iyyata na bira gaβe sana taβuu isaa nan ilaala!β jedhe."
As irratti; waaqni βbadii ummattootni Gamorra fi Sadoom raawwatan dhaagaheera. Cubbuun isaanii guddaadha. Waaβee jaraa wanti an dhagahe dhugaa taβuu gadi buβeen mirakaneeffadhaβ yeroo jedhu, waaqni oduu hin mirkanaaβin dhagahe jechuudhaa? Waaqni kiristaanootaa, bakka jiru taaβee addunyaa kana toβachuu hin dandaβuu? Waaqni cubbuu nuti dalagnu argaa hin jiru jechuudhaa? Maaliif gadi buβee mirkaaneessuu barbaade? Maaltu waaqa daangeessuu dandaβa? Maacaafni Kun jecha waaqaatii? Oromoon; yeroo Waaqa kadhatu, βYaa waaq kottuu na dhagahi, kottuu na ilaaliβ jedhee hin beeku. Garuu, βYaa Waaq nu dhagahi, nu ilaaliβ ni jedha. Kanas; Waaqni achuma bakka jiru taaβee, dandeettii waan hunda dhagahuu, ilaaluu fi beekuu akka qabu ni beeka jechuudha.
π Seera uumama;- 11;5
"α₯αααΈα₯ααα α¨α α³α ααα½ α¨α α©α΅α α¨α°αα ααα₯ ααα¨α΅ αα¨α°"
"Waaqayyo yommus mandaricha fi riqaa isaa isa ilmaan namaa ijaaran ilaaluuf gad buβe"
keyyata kana irratti, duraan afaan ummataa tokko taβuu ibsuun, tokkummaa isaanii kanaan riqaa hojjechuuf akka jalqaban dubbatee, booda irratti hojii isaanii kana ilaaluuf Waaqni akka gadi buβu ibse. Kunis; Waaqni, hojii ilmi namaa lafa irratti hojjete ilaaluuf gadi buβuu isaa eenyutu arge? Ilmi namaa; Waaqa osoo ijaan hin argin itti amana. Waaqni; waan ofii isaa uume fi waan ilmi namaa uume hunda ni beeka. Isa kana akkamitti wollaale? Waaqni; yaada ilma namaa garaa keessatti beeka. mandara fi riqaa ijaarame kana arguu fi beekuu dadhabee ilaaluuf gadi dhufe jechuudhaa?
π Seera baβuu;- 12:12-13
"α₯αα α αα¨α½ ααα΅ α αα₯α½ ααα α ααααα€ α αα₯α½α ααα α¨α°α α₯α΅α¨ α₯αα΅α³ α΅α¨α΅ α α©αα α₯α΅αααα€ α αα₯α½α α αααα΅ αα αα α₯ααα΅α£αΈαααα€ α₯α α₯ααα α₯αα ααα€ α°αα α£αα½αα α΅ α€αΆα½ ααα΅ ααααα½ααα€ α°ααα α£α¨α αα α¨α₯ααα° α αααα"
Ani halkan sana biyya Gibxii keessa nan darba, angafa biyya Gibxiis namaa hamma horiitti nan dhaβa. Ani Waaqayyo, waaqayyoolii warra Gibxii hundumaa irratti firdii nan raawwadha. Dhiigni manneen isin keessa jiraattanitti jiru garuu milikkita isiniif ni taβa. Anis dhiigicha yommuu argu isin irra nan darba. Yeroo ani dhaβicha kana biyya Gibxiitti fidutti, isin balleessuudhaaf dhaβichi tokko illee isinitti hin buβu."
Mootiin Fiβoon ummata Israaβeel gad dhiisuu dinnaan waaqni siβa heddu mallatttoo fi dinqii ofii karaa nabiyyi Museen agarsiisaa turuun beekamaadha. waaqni; abbootii aangoo biyya Gibxiitti irratti murtii murteessuu barbaadee, mana/balbala isaanii irratti dhiiga diimaa dibuun warren balleessu fi warren hambisu adda baasuuf tooftaa fayyadame. Mee kun amala waaqaatii? Waaqni waan tokko hin wollalle, nama itti murteessu fi kaan adda baasuu dadhabee? Waaqni waan ilmaa namaatiif hin mudhanne beeku, kana akkamitti wollaale? Mallattoo dhiiga fayyadame bira darba jechuudhaa?
https://t.me/+tnI1AyeVgXI1N2U8