NEAEA (Afaan Oromoo)


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


NEAEA (Biiroo barnootaa federaalaa) information'wwan qormaataan biyyoolessaan wal qabatan qulqullinaan isin biraan geenya nu hordofaa
Join godhaa yaadaf gaaffiiyoo qabatan
Karaa @sool_dave nun ga'aa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Barattoota keenya kutaa 8ffa 10ffaa fi kutaa 12ffa qoramtan hundaaf Gorsaafii Eebban isiniifan qaba
GORSA
- Akka akka amantaa keessanitti Waaqa
kadhadhaa qormaaticha jalqabaa
- Ajajoota waraqaa qormaataa sanarra jiran
of eeggannoodhaan dubbisaa
- Gaaffilee hunda qalbiidhaan irra deebi'aa
dubbisaa
- Filannoowwan jiranis hanga dhumaatti
dubbisaa. Utuu filannoo jiran A - D tti hin
dubbisiin gaaffii sana hin deebisiinaa
- Gaaffilee deebiinsaanii wallaaltanii yookiin
shakkitanii irra dabartan booda deebitanii
guutuu hin dagatiinaa
- Yeroo keessanitti haalaan fayyadamaa. Yoo
daftanii fixxanillee irra deebi'aa ilaalaa
malee baatanii deemuuf hin ariifatiinaa!
~
2. EEBBA
Callaafi calleensa galfadhaa
Addaafi addunyaa argadhaa
Abidda tulluurraa ta'aa
Bakka karoorfattan ga'aa
Hamaafi hammeenya hin qabiinaa
Deebii yaaddan hin dhabiinaa
Qabxii tuulaa gumbii goobsaa
Oromoofi Oromiyaa boonsaa!
Dhadhaa ejersaan haa dibamu qubni keessan
Akka warqeetti haa miidhagu dhumni
keessan!
~
Haala mijataa hin taane keessatti nu
boonsitanii argineerra! Ammas sana caalaatti
sin abdanna! Jajjabaadhaa ijoollee keenyaa!
@sool_dave
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo


Guyyaan qorumsi biyyoolessa
Kutaa 10ffaa waxabajjii 3,4,5 akkasuma
Kan kutaa 12ffaa Waxabajjii 6,7,10,11
Kan kutaa 8ffaa Waxabajjii 12, 13, 14 ta'uun beekameera kanuma irra ka'uun Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa "barattoonni keenya yeroodhan qormaataaf of qopheessuu akka qabaniifi sodaa keessa akka hin seenne dhaaman"
Nutis carra kanatti fayyadamuun baratoota keenya hundaaf caarraa gaarii hawwina
Channel keenya join gochuun odeeffannoo qormaataa argadhaa
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo
@NEAEA_AfanOromo

2 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

519

obunachilar
Kanal statistikasi