AL~FIRDAWS Dawa Group dan repost
👉 Dhukkuboota Weeraraan Yaroo Muraasa keessatti Addunyaa Guutuu waliin gahuun namoota hedduu Fixan!!
👉 HIV AIDS =- Bara 1981 namoota miiliyeena 36 ta'an galaafate. Dhukkubni khun jalqaba bara 1976 Dimookraatis rippaalic of Coongoo keessatti argame boodatti hafummaa Afrikaa irraa kan ka'e dhibee khana dafanii beekuun hin danda'ame ture. Sababa khanaafis bara 1981tti saffisaan cahuu jalqabe haala khanaan namoota miiliyeena 36 ta'an galaafate. Yaroo ammaa tana namoonni miiliyeena 30 ol ta'an dhibee khanaa waliin jiraataa jiran Wagga Waggaattis namoota miiliyeena 1 ta'antu dhukkuba khanaan du'a. Haa ta'u malee talaallii fi if eeggannoo dhibee khanaaf godhamu weerara isaa hir'isee jira. Dhibeen khun heddumminaan Afrikaa miidhutti jira namoota du'an dabalatee hanga ammaatti namoonni miiliyeena 76 ol ta'an dhibee khanaan qabamanii jiran
👉 Qufaa=~ Bara 1968 namoota miiliyeena 1 ta'an fixe dhibeen kun jalqaba hong cong keessatti Adoolessa 13 Bara 1968 argame guyyaa 17 keessatti biyyoota akka Singapor nama qabe, ji'a sadi booda Awrooppaa fi Ameerikaa dhaqabuu danda'e Namoota dhibee khanaan du'an keessaa walakkaan lammiilee hon congiiti Ummata kuma dhibba shanii ol dhabde.
👉 Diiyfafa Utaalloo ykn qufaa Eeshiyaa=~ Bara 1956-1958 tti ummata miiliyeena 2 ol galaafate ka'umsi isaatis Eeshiyaa dha.
Waggaa lamaaf dhibee khana too'achuun rakkisee lubbuu namoota miiliyeena 2 galaafate jira, ameerikaan sababaa dhibee khanaatiin lammiilee kuma 69 ol dhabde, kanneen hafan ykn walakkaa ol khan tahan ammoo lammiilee China fi baha fagooti.
👉 Qufaa=~ Bara 1918-1920 ummata miiliyeena 50 tti dhihaatu fixe qufaa ykn Utaalloon kunis yaroo waraanni addunyaa 1ffaan gaggeeffamaa jirutti ka'e kun ammoo saffisaan loltoota faana akka faffaca'u taasise yoo xiqaate namoonni miiliyeena 500 ta'an dhibee kanaan qabamaniiru kana keessa harki caalu fayyuus namoonni miiliyeena 50 ta'an lubbuu isaanii dhabaniiru
Dhibeen kana loltuun Ameerikaa tokko qabatee gara Ameerikaa erga deebi'ee booda ameerikaan namoota lammiilee kuma 600 ol dhabde.
👉Kooleeraa 6ffaa=~ Bara 1910-1911 namoota kuma dhibba 8 ol galaafate kooleeraan yeroo gara garaatti ka'ee namoota hedduu Fixe garuu kan lafa qabatee fi kan namoota hedduu fixe kan 6ffaa kana ka'umsi dhibee khanaa Hindiyaadha namni hedduunis achitti galaafatame.
Koleeraan yaroo ammaa tanatti dhibee Hindiyaa fi biyyoota Afrikaa dararaa jiruudha Qulqullina dhabuun ka'uumsa isaatiif ijoodha akka addunyaa tti namoota kuma 800 oltu galaafatame.
👉Vaayirasiin Koronaa ja'amu kan yaroo ammaa China keessatti ka'ee addunyaa Kheessa faffaca'utti jiru Kunis addunyaa guutuu yaaddoo jabduu Kheessa galchee jira.
Biyyoonii hedduun sababa dhibee khanaatiif imala gara China godhamu dhaabanii imaltoota China irraa dhufanis ifirraa uggurani jiran.
👉 Vaayirasiin kun hanga ammaatti Dawaa amansiisaa dhukkuba kana wallaanuu danda'u hin arkanne.
Doktoroonni hedduun talaallii dhukkuba kana namarraa ittisu oomishuuf tattaaffii jabdutti jiran.
Biyyi teenya Itoophiyaan immoo hanga ammaatti imala gama China godhamu hin dhaabne imaltoota China irraa dhufanis ni simatti Kun ammoo haalaan yaaddeysaadha.
Rabbiin Dhibee Hamaa khana nurraa haa qabu dhukkuba Hamaa birootiinis nu qormaatin @ISLAAMUMMAA