🔊ORO ARSENAL♊


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


🔯CHANNEL KANA KESSATTI ODDEFANOWWAN
✔Jijjirra taphatoota Arsenal
✔ Senna taphatoota fi
✔kanene birosi nii argatuu
🔓yadda yoo qabatan👇👇👇
@ibrish16

@Oro_Arsenal
🔴ARSENAL HAA DEGARRUU🙌🙋

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Jalatamtota fii kabajatota kenna waarii oro Arsenal hundafu yeroo bayye gaffi gafacha turtani debbi issinf dhihesse dhufe gaffin kessani akkana jedha turre chennal fb irrtti maaf nuuf hin banne jedha turtani amma garru channel banne waan jirruf akka join gottani issinf ibsina

Oro Arsenal jechun join godha
Pejen(Photon) issa kana kan wali fakkatu bayyettu jira garru membersin issa reftanna kana 103 irra jira natti fakkata join godhun guddina Afaan Oro Haa guddifnnu gaffi yoo qabatani @Ibrish16 nan gaha.

@Oro_Arsenal




Taphatan kenna tapha gudda irra kan ari'amme mustafin ibsa hardha basseni garre naaf ta'uu yoo Argee Annis arsenal gaa dhisee imala jechun dubbate

@Oro_Arsenal


Guyya hardha gazexxesotaf unai emery ibsa kennen waa'ee turtti issa akkana jechun dubbatte.


Guyyani kiyya Arsenal kessa turru Hardha fii borru qoffa jedhera.

@Oro_Arsenal




Arsenal haala hin eegamneen bakka emery buusuuf leenjisaa wolvis kan ta'e Nuno ispirinto santo qacaruuf akka jedhu keessa beektonni dubbachaa jiru.
Emery geggeessuf sagalee tokkon murteessaniiru.

@Oro_Arsenal




Arsenal jijjiirraa amajjii dhufuu irratti ergisaan Leeds united kan jiru Edie niketeah Deebisuuf Akkam yaade gabaafama jira. Mucaan erga achi deemee dhaabbidhaan hiriiraa hin jiru.

@Oro_Arsenal


Qabxiin kan midharuu garren kenna ammas bakka uani emery bussuf lenjissa walves Nuno Sporet Santos fudhachu akka barbaduttu himamara. Source:- Daily Mail

@Oro_Arsenal


Arsenal unai emery geggesuf borddiwwan marttu irratti wali galaniruu Amma kan haffe lenjissani Arsenal ennu akka ta'ee mutessu qoffadha.

@Oro_Arsenal


⚡️⚡️⚡️💫💫💫⚡️⚡️⚡️💫💫💫
🌎
🌎 ZÃK Fåst Prømötīóñ 🌎
🌎 🌎
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

Warreen Channel Qabdani. Wa'ee teknolojii ykn Barumsaa App Irraatti Na Waliin Hojechuuf Yoo Barbadani Karaa Keessaa Na Walin Hasa'aa
@hizakiso
😜 @hizakiso

🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso
⚡️: @hizakiso

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

JOIN

✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅


Mikel Artet lenjissa garre kenna ta'uu akka barbadu iffati himme fi eyyema manchest city irra Argattera garre kenna lenjissuf hasawwa eggalera.
✍🏻 Football Insider

@Oro_Arsenal


Alexsender lacazette fi perck emreck Aubemeyang yoo unai emrey arsenal kan turru ta'e arsenalin gadhisuuf murtessani jiruu [mail]

@Oro_Arsenal


Taphatani kenna durra dani welbak guyya hardha wagga 29 issa kabajatar.


HBD Dani🎂🎂🎂

@Oro_Arsenal


Taphatan kenna preck emerck Aubemeyanga barselonan akka barbadamu fi jijijiraa amma dhuffaru kana irrtti barselonaf akka malatesuttu gabbafamara

Anni wanin Arsenal dhufef wancha chanpions league fudhachuuf jedhe.

Arsenalif jijiraa haryya malatessu diduun issa nii bekkama halla kaninin wal qabate Aub barelona hin immala jecha jedhuttu bahutti jira.

@Oro_Arsenal




Guyyaa garri!!!!

@Oro_Arsenal


Oduu gamchissa


Durra bu'oon naksi Aliger yeroo amma kana landantti jirru.

Arsenal Unai emery ari'uu satti'wwan 24 kessatti nii ifommsa daffe yoo walii galani borru irra kasse bakka uani emere kan bu'e lenjisumma fudhatuu maksi Aligerdha.

@Oro_Arsenal




Saddarkka premier league torbbe 13ffaa

@Oro_Arsenal

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 067

obunachilar
Kanal statistikasi