Seenaa Jaalalaa ❤️ dan repost
Shammarree akkamii Gaa'eelaaf barbaadaa jirta Dhiiroo?
Shammarree ogeetti gaahela wajjin dhaabbatte jiraattu barbaada jirta taanan, Shammarree amala armaan gadii qabdu irraa of eeggadhu jedheen si gorsa.of eeggadhu bro!
#1ffaa
Shamarree Dhiira ofitti harkisuuf jette Haala uffannaa namatti hintolle uffachuu baayistu "Qullaa deemtu" irraa fagaadhu. Sababni isaa shamarreen akkasii yaadni ishee guutummaan Dhimma gaahela Eebbifamaa qabaachuu utuu hintaane dhimma fedha foonii ishee guuttachuuf ykn Dhimma Dhaloota karaa irraa kaachisuuf waan dandeessuuf irraa of eeggadhu. Darbes safuu Hawaasaa waan cabsituuf Haawaasa kee waliin walitti si buustee jireenya keetti goolii kaasti. Kanaafuu shamarree akkaataan uffanna ishee miidhagaa tahe filadhu.
#2ffaa
Shamarree dhiira hundaan wal arguu baayistu fi afeerraaf"Tole" jechuu baayistu irraa fagaadhu. Isaan kun immoo Yeroo hundumaa kan isaan yaadaan waa'ee Afeerraa "Gibjaa" Akkasumas, bakka bashannanaa gaggaarii ooluu qofa. Shammarreen akkasiis jireenya kee fuulduraaf rakkistuu waan taateef of eggadhu bro!.
#3ffaa
Shammarree "Ani baayinaan Hiriyyaa Dhiiraa malee Hiriyyaa shamarree hinqabu. Amalli Shamarree sirrii miti" jettee shammarree akka ishee sitti hamattu fi dhiiroota baay'ee waliin ooluu baayistu irraas of eeggadhu. Inni kun ibsa hin gaafatu. Kanaaf shamarreen akkasii boris gaafa heerumtu hiriyyoota dhiiraa waan baayistuuf jireenya keef dhiibba hamaa qabaachuu mala. Of eeggadhu dhiiro!
#4ffaa
Shamarree Abboommii maatiin ala fiigdu. Isaan kun "jireenya koo keessa maaltu nama galche" jedhanii warra Fiigaa oolaniidha. Kanaafuu isaan akkasii irraa fagaadhu. Boris jireenya koo keessa maaltu si galche siin jettee bakka barbaadde deemti waan taheef irraa fagaadhu.
#share
#join
#seenaajaalalaa