Bariivision


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Until you value yourself, you won't value your time!
Until you value your time, you will not fit anything with it...

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Dhiiroo Garbii dan repost
ከትግራይ መንግስት ማእከላይ ኮማንድ የተሰጠ መግለጫ

ከነሓሴ 18/2014 ዓ/ም በፋሽሽት አብይ አህመድ ቡድን ሰራዊት እና ሸሪኮቹ እንዲሁም የአምባገነን ኢሳያስ አፈወርቂ ትግራይ ሙሉ በሙሉ በእጁ ለማስገባት ያልተጠናቀቀው ህዝብ ለማጥፋት ፕሮጀክታቸው በሁለት ሳምንት ውስጥ ውስጥ ለማጠናቀቅ ያለመ ጥቃት በበርካታ ግንባሮች ጀግናው ሰራዊታችን ባካሄደው ውጤታማ የመከላከል እና የፀረ ማጥቃት እርምጃዎች አንደኛው የህዝብ የማጥፋት ምዕራፍ እንደተቀለበሰ ይታወቃል።

ከነሓሴ 24/2014 ዓ/ም ጀምሮ የኢሳያስ አፈወርቅ መንግስት ያለ የሌለ ሓይሉ በማዝመት የተሳተፈባቸው ወረራዎች በሚፈለገው መንገድ እናዳልሄደለት እና በአስር ሺዎች የሚቆተሩ የጠላት ሃይል ከጥቅም ውጭ ሆኖ ሰራዊታችን የአብይ አህመድ እና የአምባገነኑ ኢሳያስ አፈወርቂ የጋራ የጥፋት ፕሮጀክት በሚፈልጉት መንገድ ሊሳካ እንደማይሳካ በግልፅ ታይቷል።
ሰራዊታችን ከተደቀነበት የጥፋት አደጋ ለማዳን ያደረገውን አስገራሚ ጀግንነት እና ፅናት የተሞላበት ተአምራዊ ስራ በጠላቶች ካምፕ ሽብር እና መደናገጥ ፈጥሯል።

ለዚህም ነው ጠላቶች የተረፈውን ሃይላቸው አቀናጅተው የትግራይ ሰራዊት ለአንዴ እና ለመጨረሻ ለማንበርከክ የትግራይ ህዝብ ሙሉ በሙሉ ለማጥፋት ያስችለናል ያሉትን መጠነ ሰፊ የጥቃት እና ወረራ ለማካሄድ ከሁሉም የኢ/ያ አከባቢዎች ያሰባሳቧቸውን ሁሉም መደበኛ አሃደች ፣የአማራ ል ሃይል እና ፋኖ ሙሉ የኤርትራ ሰራዊት እንዲሁም ተጠባባቂ የአማራ ሃይል እና ሚሊሻ በማዝመት ዛሬ ጥዋት ከተከዘ እስከ ዓዲ ኢሮብ በሚገኝ ምሽጎችን ሰፊ ጥቃት ጀምሯል።

በተለይም ባለፉት ጥቂት ቀናት በፀለምቲ እና ኩሕሊ ግንባሮች የገጠመውን ከባድ ኪሳራ ደነገጠው ጠላት ዛሬ ንጋት ላይ የፋሽስቱ ቡድን ምስራቅ እዝ ስሜናዊ እዝ አብዛኛው ከፍሉ፣ሶስት ኮማንዶ ክፍለጦሮች በተጨማሪም በሺዎች የሚቆጠሩ የአማራ ልየ ሃይል እና ፋኖ ሲያሰማራ፣አምባገነኑ ኢሳያስ አፈወርቂ ሙሉ የኤርትራ ሰራዊት እና የኤርትራ ሙሉ ተጠባባቂ ሃይል እና ሚሊሻ በማሰማራት በዛላምበሳ፣ጾሮና እና ራማ በኩል፣እንዲሁም በዓዲ አውዓላ፣ሕረት፣ማይኩሕሊ፣ማይ ሑጻ እና ዝባን ገደና ሰፊ ጥቃት ጀምሯል።

የዚህ ጥቃት ዋነኛ ትኩረቴ ወደ አድያቦ ያደረገ ሲሆን በሁሉም ግንባሮች በተቀናጀ መንገድ እየተደረገ ያለ ሲሆን ጀግናው ሰራዊታችን አሁንም እንደ ከዚህ ቀደም በተለመደው ጀግንነት እና ጽናት እየመከተው ይገኛል።
የትግራይ ህዝብ እና መንግስት የትግራይ እና ኢ/ያ ጦርነት በሰላም እንዲፈታ ከዓለም አቀፍ ማህበረሰብ በኩል የቀረበው ጥሪ ተቀብለው ምላሽ በሚጠብቁበት ጊዜ እየተደረገ ያለው ጥቃት ጠላቶቻችን እኛን የማጥፋት ጉዳይ የሞት እና ሽረት ጉዳይ አድርገው እንደወሰዱት በማያወላዳ መንገድ ያረጋገጠ መሆኑን የትግራይ መንግስት ማእከላይ ኮማንድ ያምናል።

የተከበርከው የትግራይ ህዝብ

በላይህ ላይ የታወጀው ዘር የማጥፋት ወረራ ለመመከት ልጆችህን አሰልፈህ በፍጹም ጀግንነት እና ጽናት ትግልህን እያጠናከርክ መጥተሃል።አሁንም ቢሆን ከጸና አቋምህ ለአፍታ እንኳን ሳትዘናጋ እያደረግከው ያለሀው እጅግ የሚያኮራ ተግባር የትግራይ መንግስት ማእከላዊ ኮማንድ ያለውን አድናቆት ለመግለጽ ይወዳል።

ይሁን እንጂ አሁን ያጋጠመን ፈተና ከማነኛውም ጊዜ በላይ የእያንዳንዱ ትግራዋይ ተሳትፎ የሚጠይቅ የህለውና ጉዳይ መሆኑን ግምት ውስጥ በማስገባት እያደረግነው ባለነው ሁለንተናዊ ምከታ ሙሉ በሙሉ እንድትከት እና የጠላቶቻችን ህልም ለአንዴ እና ለመጨረሻ ለማምከን እያደረግነው ባለነው ርብርብ ጥረትህ እንድታጠናክርየትግራይ መንገስት ማእከላዊ ኮማንድ ጥሪውን ያቀርባል።

የኢትዮጵያ ህዝቦች

የልማትም ይሁን ሌላ መደበኛ አጀንዳ የሌለው የሌለው የጥፋት ሀይል በመቶ ሺዎች የሚቆጠሩ ልጆችህን ወደ ጦርነት በመማገድ የትግራይ ህዝብን ለማጥፋት ያደረገው እና እያደረገው ያለው የጥፋት ዘመቻ ተጨማሪ መቶ ሺዎችን ሊቀቅል ላይ ታች እያለ በሚገኘው የጥፋት ሀይል ላይ ተቃውሞህን እንድታሰማ ጥሪ ያቀርባል። በተለይም የአማራ እና የአፋር ህዝብ እስከአሁን ያሳያችሁት አወንታዊ ምልክቶች እንደተጠበቁ ሆነው አሁንም በማይጠቅም አላማ ልጆቻችሁን የእሳት እራት የሚያደርጉ ሰራዎችን እየተበተበ ካለው ከፍሽስቱ ስርአት እና አምሳያዎቹ ወጥመድ ለመውጣት የጀመራችሁት ጥረት አጠናክራችሁ ቀጥሉ።

ለኤርትራ ህዝብ እና ሰራዊት

የአምባገነኑ ፍላጎት ለሟሟላት እስከአሁን ድረስ የከፈልከው ከፍተኛ ዋጋ ይበቀሃል።ልጆችህ ወንድማቸውን ለማጥፋት የሚደክሙበት የኤርትራ ህልውና ከማይቀበሉ ወገኖች ጋር ተሰልፈው የእሳት እራት የሚሆኑበትን ሂደት እየተቃወምክ መጥተሀል።አሁንም አጠናክረህ ቀጥል። የትግራይ ህዝብ የራሱን አይሰጥም የሌሎችንም አይፈልግም፤ ፍላጎታችን ምኞታችን ሰላም እና ልማት እንጂ ውደመት ሆኖ አያውቅም ፤ አይሆንንም።

ጀግናው የትግራይ ሰራዊት እስከአሁን ያሳየሀው ለመግለፅ የሚከብድ ጀግንነት እና ፅናት ከህዝብህ የወረሰከው መሆኑን እና እንደምትቀጥልበትም የትግራይ መንግስት ማእከላይ ኮማንድ በሚገባ ይገነዘባል። ለመግለፁ የሚያስቸግር ፈተናዎችን አልፈህ አንፀባራቂ ድሎችን አስመዝግበሀል፤ አሁንም ከህዝብህ ጋር ድሉ ያንተ መሆኑ አያጠራጥርም።

የትግራይ መንግስት ማእከላይ ኮማንድ
መስከረም 10/2015 ዓ.ም
ህልውናችን እና ደህንነታችን በክንዳችን!
ትግራይ ትስዕር!


Balaa Tiraafikaa Godina Walloo Kibbaa aanaa Lagaambootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe.

Balichi kan qaqqabe konkolaataan Siinoo Tiraak jedhamu namoota fe’ee Makaanasalaam irraa gara Dabrakarbee osoo imaluu galagaluun ta’uu eerameera.

Balichaan namoota 15 irras miidhaan qaamaa cimaafi salphaan qaqqabuu ibsameera.

Poolisiin aanichaa qorannoo taasisaa jiraachuufi miidhamtoonni gara hospitaalaa akka geeffaman taasifameera.

Maddi:- kominikeeshinii aanaa Booranaa


#Irreecha2015

Ayyaanni Irreecha Hora Finfinneefi Hora harsadee fulbaana 21fi 22 akka kabajamu Gamtaan Abbotii Gadaa Oromoo beeksise.

Gamtichi har'a magaalaa Adaamaatti Ibsa midiyaaleef kenneen Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 21 kan Hora Harsadee ammoo Fulbaana 22 kan kabajamuu ta'un ibseera.

Ayyaanichi karaa nagaafi midhagina qabuun akka gaggeeffamu qaamolee qooda fudhatootaa waliin ta'uun qophiin gahaan taasifamuu Barreessaan Gamtichaa Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa himaniiru.


MILKAA'UUF CARRAAQI!

■ Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti.

Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni: Hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,
  ❏️ Kɑroorɑ,
  ❏️ Sɑgɑntɑɑ,
  ❏️ yɑɑdɑɑ fi
  ❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.

🔑 Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ kɑmiyyuu keessɑtti of jijjiiruuf kutɑnnoo jijjiirɑmɑɑf ɑti gochuu qɑbduu dhɑ.
️➊. Wɑntɑ bɑrbɑɑdduu fi eessɑ ɑkkɑ ɑdeemtu murteessi!
—(Decide whɑt you wɑnt ɑnd where you wɑnt to go)

️➋. Gɑlmɑ xumuurɑɑ qopheessi! Gɑlmichɑ gɑhuuf kɑroorsi!
—(Set ɑ deɑdline ɑnd mɑke plɑn)

️➌. Kɑroorɑ kee irrɑtti hojjɑdhu! guyyɑɑ guyyɑɑdhɑɑn kɑllɑttii gɑlmichɑɑtti imɑli!
—(Tɑke ɑction on your plɑn)
️➍. Hɑngɑ milkɑɑ'inɑɑtti Gonkumɑɑ:
➛ Hin dhɑɑbɑtin!
➛ Hin lɑɑfin!
➛ Hɑrkɑ hin kennin

@bariivision
@bariivision


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Eebbaa gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo mooraa zoonii kibbaatti Fulbaana  18,2022 taasifame har'a oduu waaree fi qophii addaan qabannee isiniif  dhiyaanna.

Filannoo keessan YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Telegramii, Facebook fi Qophii keenya FNN irratti darbu haa ta'u!


Report Commission Mirga Namooma Addunyaa Waraana Bilisummaa Oromoo ajjeechaa OPDOn lammilee Oromiyaa (Amaraa) irratti fudhatameef yakkamaa godhee gabaase. Ajjeechaa Tolee fi Qellem Wallagaati rawwatame WBOn akka waan rawwateetti eera. Kana irratti ABO-WBOn ibsa jabaa fi Maqa balleessii kana hanqisu ragaan dabaalee baasuuti irraa eegama.

Dhaabbati Mirga namoomaa kun osoo Bakka jedhame kana qaamaan ogeessota ergee hin qoratiin report ilmaan Nafxxannyaa fi Kaadiroonii Baxaaxinaa(Jawar Mohammed dabaletee) itti qiccu irratti hundaa'ee baasuun rakko ilaalchaa ummata addunyaa biratti uuma. Kun odoo oolee hin buliin ibsi jabaataa irratti bahuun dirqama. Ibsa gadi fagoo barbaada haa jedhuuhu malee ibsii dhabbilee mirga namoomaa addunyaan keennamman "image" Waraana Bilisummaa Oromoo gara dabarsuu keessatti gahee guddaa qabu.


Gorsa!!!
▬▬▬▬▬
➊. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjedhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama.
➋. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.
➌. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.
➍. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha.
➎. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely)


✅ J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
╔══════════════╗
║Join✅  @bariivision
║Group || @namoomsaa    ║
╚══════════════╝
◆━━━━━━▣✦▣━━━━━━━◆


GADAA BARNOOTAA dan repost
Qormaata Entrance Bara darbee Biology Har'a Galgala deebii wojjiin gadi isinii dhiisna.


Isin immoo share godhaa! channel keenya har'a nama Kuma kudha Shan galuu qaba.

Ni galchitu jedhee abdadha!
Share it please 🙏🙏

https://t.me/GADAA_BARNOOTAA


Qaamoonni Mootummaan Sirnicha Akka tiksaniif bobbaase Irra Daddebi'iin lammiilee Nagaa Ajjeesaa jiru.

(SQ-Fulbaana 20/2022)

Guutummaa Oromiyaa keessaatti Maqaa Nageenya Eegsisuun Mootummaan Bobbaafaman Dargaggoota Oromoo yakka tokko malee, ukkaamsuufi Ajjeesuutti jiru.

Lixa Oromiyaa Wallaggaa baha Aanaa Giddaa Ayyaana keessaati waraana mootummaa Barataa Mootummaa Lammeessaa ajjeese.

Mootummaa Lammeessaa Barataa Kutaa Kurnaffaa yootahu, Yakka tokko malee Fulbaana 20/2022 Waraana Mootummaan.ajjeefame. Barataan kun ganda goobuu irraa ka'un barnootaf utuu gara Giddaa deema jiru bakka adda Guute jedhamuti rasaasaa itti roobsuun ajjeesan.


Godina Harargee lixaa Magaalaa Ciroo keessatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa godhaa jechudhaan Abbootii qabeenyaa hiidhaa jiran. Guyyaa arraa Abbaa qabeenyaa Kan tahe #Mahammed shifaaw Kan jedhamu qarshii Kuma dhibba(100000) rayyaa ittisa biyyaaf gargari jechudhaan hiidhanii jiran!


KARAALEE ITTIIN YAADA SAMMUU KEENYAA CIMSANNU! ║ The way to Develop your idea!
▬▬▬▬▬▬▬
➊. Sammuun kee waanuma tokkottiyyuu akka hin dhiphanneef of eeggadhu!
➋. Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu!
➌. Yaada gaarii maddisiisuu! Yeroo hundumaa yaada gaarii maddisiisuuf of kakaasi!
➍. Nyaata madaalamaa fi gahaa ta'e filachuun soorachuu!


DARGAGGUMMAA
.........
--------------𝔻𝕦𝕓𝕓𝕚𝕤𝕒𝕒-------------
Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta'e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. Dargaggoonni kaan har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!

Bakka ati yeroo dulluma kee teessu gocha bara dargaggummaa keetu murteessa.
Dadhabbii kee har'aattu walitti idaa'amee bor siif kennama. Kanaaf hojiitu dhibe, qarshiin dhabe, fira na gargaaru hinqabu...waan hinqabne yaaduu dhiisii, waan qabdu yaadadhu. Marattee taa'uu dhiisii ka'ii socho'i!

Dargaggeessi kaayyoo jiraatuuf qabu haala rakkisaa keessa dhabatee galma guddinaa arga. Filannoo argatteef qofa hinfilatu. Maalitti akka goruufi maalirraa akka goru haalaan beeka. Waan isa barbaachisu osoo hintaane, waan caalaatti isa barbaachisu irratti xiyyeeffata. Ba'aa matii ta'ee jiraata osoo hintaane maatii irraa ba'aa hir'isa. Maatii isaatu yaadda'a osoo hintaane, maatii isaaf yaada!

Addunyaa kanarraa baay'inaan toora duraa irra kan jiru dargaggeessa. Biyya kana keessaas dhibbantaa 77 dargaggoota akka ta'an qorannooleen addeesu. Kana jechuun eenyu caalaa iyyuu jijjiiramatti dhiyoo kan jiran dargaggoota. Kan nama gaddisisu garuu carraa nuti qabnu kun akka albuuda Afirikaati. Itti hinfayyadamnu!

Guyyaan har'a waan hindarbine yoo sitti fakkaate dogongoraa jirta. Dargaggoonni akkasitti yaadan fagoo hingahan. Utuu waan darbu hinfakkaatin darba. Humni har'a qabdu bor ni dhiba. Umuriin namaa dungoodha. Irraa gadi hir'achaa deema. Kana beekanii yeroo hojjechuu qabanitti hojjechuun, yeroo boqonnaan barbaachisutti akka hinjoorre nama oolcha!

Dammaqi! kana dura osoo hinbeekin umurii kee qaalii kana akkasumaan dabarsaa turte ta'a. Amma garuu nama kaayyoof jiraatu ta'uu qabda. Ati eenyuunuu gadi miti. Tarii haalli ati keessa jirtu hangas mijachuu baachuu danda'a. Garuu haala kana mijeessuuf humna qabda. Seenaa namoota gurguddoo sanaa qoradhu. Godaa ka'anii gaara ba'ani!

Gaabbii umurii dullumaa jalaa ooluuf umurii dargaggummaatti haalaan fayyadami. Maal iyyuu hojjedhu, garuu wanta hojjettu sanatti cimi. Carraaqi, fiigi, dafqi, dubbisi, baradhu...hojjedhu. Milkaa'inni balaa tasaa miti. Akka guyyaa du'aas ofiin sitti hindhufu!


ODDUU INJIFANNOO WBO ZONII KIBBAA BAHAA GUYYAA 17/9/2022 godinaa arsii bahaa anaa muneessaa gandaa gujiicha iddoo addaa cororaa jedhamuttii CibraanJaal Nadhii Gammada Buttaan Heebaan arsii lukkeellee diinaa maqaa sakataa wbon bobatee kan uummaata oromoo samichaaf hidhaan darara turtee haxxee ittii hidhuun tarkanfii sa,atii 3:00 irraattii fudhateen 14 ajeessuun 22 maddoo dandammi hin qabneen adababun gargar facasee of duba dachaas jiraa Injifannoon Uummaata Oromoof gadaan gadaa xummuraa gabrummaatii wbon haa waruu


Biiroo Qunnamtii Hawaasaa irratti odeeffannoo haaraa

Gareen faashistii Abiy Ahmad dirooniin walitti fufiinsaan ummata nagayaa irratti haleellaa raawwatu faashisummaa isaa mirkaneessu qofa osoo hin taane kasaaraa lafarratti isa mudachaa jiru hin jijjiiru!!

Mootummaan faashistii Abiy Ahimad gootummaa dinqisiisaa fi kutannoo sibiilaa waraana keenyaatiin weerara isaa gama hundaan lolaa jira. Gareen kun Tigraay balleessuuf mootummaa abbaa irree Isaayyaas Afewerki waliin tumsa seexanaa uumeera.

Haleellaan diroonii kun magaalota Tigraay hedduu keessatti lubbuu namoota nagaa fi bu'uuraalee misoomaa irratti miidhaa guddaa geessiseera. Mootummaan Tigraay maatii namoota lubbuun isaanii darbee fi uummata Tigraay hundaaf gadda guddaa itti dhagahame ibsa. Mootummaan Tigraay carraa kanatti fayyadamuun dhiigni ummata keenya qulqulluu akkasumaan akka hin dhangalaane fi yakkamtoota hanga dhumaatti akka adabamnu mirkaneessuu barbaada.
Duula gara jabinaan duguuggaa sanyii garee faashistii Abiyyi Ahimad fi mootummaa abbaa irree Isaayyaas Afewerkii kanaan ummannii fi mootummaan Tigraay yoomiyyuu hin injifatamu.

Gama biraatiin tokkummaa keenya cimsinee humnoota nu weeraruuf dhufan hunda akka ka’umsa isaaniitti itti fufna. Mootummaan Tigraay hanga mirga hiree murteeffannaa qabnu guutummaatti dhugoomsinutti ummanni Tigraay qabsoo jiraachuuf taasisaa jiru akka itti fufnu waamicha dhiheessa.

Duguuggaa sanyii fi weerara ifatti nurratti labsame karaa nagaan akka furamuuf ummanni fi mootummaan Tigraay waamicha ummataaf dhiheessuun, mootummaan faashistii waamicha keenyaaf deebii gaarii kennuu dhiisee haleellaa diroonii walduraa duubaan magaalota Tigraay irratti gaggeessee jira. Haa ta’u malee, lola dhiigaa adeemsifamaa jiruuf furmaata karaa nagaa fi waaraa ta’e argachuuf waan barbaachisu hunda gochuudhaaf qophii ta’uu keenya irra deebinee ibsuu barbaanna.

Nageenyi fi nageenyi keenya harka keenyatti!!
Tigraay injifatti!!

Biiroo Hariiroo Hawaasaa Oromiyaa
06 Adoolessa 2015 - OBN Afaan Oromoo
MEKELLE


ABDII SABAA dan repost
Namoonni beeksisa hojjisiifachuu barbaaddan karaa @yaadaafqeeqabot nu qunnamuu ni dandeessu.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA


QAROO-MAGAZINE dan repost
#EthiopianAirlinesCargo

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Daandii Qilleensaa Fe’umsaa Filatamaa Afrikaa bara 2022 jedhamuun badhaafame.

Afrikaa keessatti tajaajila fe’umsaa qilleensaa guddaa kan ta’e gareen Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa sirna badhaasaa Landanitti gaggeeffameen badhaasa isaa fudhateera.

Daandiin qilleensichaa bara darbes badhaasa kana injifachuun kan yaadatamuudha.(TOI)

More ➡️ @QarooMagazine


QAROO-MAGAZINE dan repost
#Sudaan 🇸🇩

Sudaan keessatti lolaa hamaa mudateen lakkoofsi namoota du'anii 134 kan gahe yoo ta'u, manneen hedduun jiganiiru. Torban darbe qofa Sudaan keessatti sababa lolaatiin lubbuun namoota 20 darbeera.

Kunis erga Baatii caamsaa lolaan kun jalqabee kaasee lakkoofsi namoota du’anii gara 134tti ol guddateera. Namoota lolaa kanaan lubbuun isaanii darbeen alattis namoonni 120 akka miidhaman gabaafameera.

(AlAin 📸 Rooyitars, Afrika News)

More ➡️ @QarooMagazine


DHIIGA KOO dan repost
#Eebba_Kitaabaa!
Kitaabni #Dubbii_Reeffaa! Jedhu kan Waaqumaa Giddiisaa barreeffame bor waaree booda sa'aatii 7:00 irraa eegalee, Giddugala Aadaa Oroomootti ni eebbifama! Irraa hinhafiinaa! Artiif aantiirraa hinhafan!

Join
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°


Sheeka ummanni keenya jaalatu erga hidhani turani jiru sheekni kun nama hawaasa ofii biratti akkaan jaalatamuudha. Bilxiginnaan Walloo keessatti namoota qulqulluu hidhaan rakkisaa jirti. Nama badii malee hiitan hunda nuuf hiikaa. Rabbiin harka diinati isin haa baaau🙏


Artistii qaroo sabaa kan ta'e hawaasa isaa Walloof kan sagalee tahaa ture #sead_Awal erga hidhani baay'ee turani jiru. Balleessa tokko malee nama hidhuun yakka guddaadha. Walloo keessatti namoota quuqama saba isaani qaban irratti yeroo hedduu dararaan fokkisaan gahaa jira. Bilxiginnaan erga maraatte turte jirti nama hidhii fi ajjeesu qofarra gadi waan taa'ani jiranif gocha kana irra akka ofi duuba deebi'an kabajaan gaafanna. Namoota badii tokko malee hiitan hunda gadi nuuf lakkisaa🙏

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

10

obunachilar
Kanal statistikasi