Kuta 2 ffaa.. ....
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1๐พAmma rakkinni si rakkisutti ati hin rakkatiin.
(Jecha Ameerikaanotaa)
2๐พJireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti
qabannu waanta lamatu jira.Inni jalqabaa waanta
barbaannu argachuu yoo taโu,Inni lammaffaan
immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni
karoora isa lammaffaatti gammadan garuu
beektota qofa.
3๐พNamni waan qabutti hin gammanne osoo
maaluu argatee hin gammadu.(Hoomer, Abbaa
walaloo Giriik)
T.me/dhalootahaara