Kabajamtoota hordoftoota keenya
Mudannoo Ajaa'ibaa Kutaa kutaan siniif dhiyeessina jennee turree Kutaa 1ffaa qabannee dhufneerra Wannin siin je'u Sher godhi 👇
Maaloo Na Bulchaa!
=================
(Mudannoo dhugaa)
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊
Waggoota hedduu dura namoonni karaa fagoo deemanii barumsa baratu turan. Guyyoota lamaa fi isaa ol miila isaaniin deemanii baratu. Barataan tokko bakka itti barataa ture irraa ka'ee gara maatii isaatti deemaa utuu jiruu aduun itti dhiite. Isa booda mana tokko argee itti goree, "Maaloo na bulchaa!" jedhee kadhate. Jarris, "Manni kan Waaqaatii buli!" jedhanii heyyamuuf. Mana citaa guddaa ture manichi.
Nyaachisanii, obaasanii, miila isaa akka dhiqatu haala mijjeessaniifii raffisan. Siree inni irra rafe keessummaaf kan qophaa'e yoo ta'u faallaa kan abbaa manaa fi haadha manaa irratti argama ture.
Halkan walakkaa......itti fufa isaa yeroo biraa qabannee dhiyaanna
https://telegram.me/ija_milkii
#share
#jion 👇👇
@ija_milkii Yaadaaf
@ija_milkii @yaadaaf_bo