Jireenyaa Geetahun Offical


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Post news

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Waan ati raawwachuuf dachee kanarratti dhalatte namni biraa taasisuuf dhalate hin jiru. Tokkoon tokkoo raawwii ati taasistu kanas kan taasisu namni biraa taasisuuf uumame hin jiraatu. Kufaatii ati kuftu namni kamuu kan kufu hin jiraatu. Milkaa'ina kee kan namni biraa ittiin milkaa'u hin jiraatu. Rakkinni siin furamu namni biraa rakkina sana furu hin jiraatu.

Dubbii ati dubbattu namni biraa akka dubbattuuf uumame hin jiru. Si qofaaf, si qofaan taatewwan ati itti ramadamtee akka taasistuuf dhalattetti tokkoon tokkoo balbala taatewwanii ni saaqamu. Eeyyeen, ati nama tokko waan ati qofti raawwachuuf dachee kanarratti dhalatte dha.










Jechi gocha malee
Duwwaadha dheedhiidha
Dubbii in fayyaadne irra
Callisuun deebiidha !


Halkan gaafa sagaleen homtuu hin jirre bakka callisaa keessa dhufee isa guyyaa yaadnee itti dadhabne abjuun nutti haasa'ee nutti himaa! Guyyaa yeroo karaa deemnu guyyoota har'aa kana garas ifti haaraan akka jiru gurra keenyatti haasa'a.

Ammoo yaadi keenya haala keenya duukaa qaari'ee bakka jirruuf bakka namooti biroon jiran wal faana qabee yeroo humna nu buusu barbaadu, ati ilma mootiiti homtuu sitti hin hir'atu jabaadhu dhala koo nuun jedha.

Isa nuun kolfaa deemnu namni itti toleeti jedhee yaadus keessa keenyaan rakkina, jechaa hiriyaa, ceephoo jireenyaa dhokfachuuf yaalii goonus an hiriyaa dhugaa keeti haala kam keessattuu si dhiisee hin deemu nuun jedha.
Hafuura qulqulluu 🥺🙏
Holy spirit!
መንፍስ ቅዱስ!


Yeroo umuriin kee dabalaa deemu obsa horachaa deemta, namoota waliin falmuu fi mormuu dhiisuu eegalta, wantoota gatii hin qabneef  dhiphachuu nii dhiista. Sammuun kee waan bilchaatuf namni maal abbaasaa fida jechuu nii dhiista (nama tuffachuu nii dhiista), nama gaddisiisuu fi nama muufachiisurraa of qusatta.
Qarshii, qabeenya fi aangoo caalaa gatiin namaa qaalii akka ta'e nii hubatta. Wantoonni namoonni irratti waliin falmanii fi walitti bu'an si ajaa'iba. Wanta gatii hin qabneef dubbachuu fi dubachuun kee iddoo itti sin hin fayyadnetti callisuun akka gatii guddaa qabu nii hubatta. Irra Caalaa immoo kan nama gammachiisu, jechoota uumaa keeti fi ajaja uumaa keetii hubachuufis ta'ee hojiirra oolchuf hin rakkattu. Kana jechuun filannoon kee inni tokkoffaa uumaa kee akka ta'e nii hubatta.


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
🥺🙏


Please join this channel
https://t.me/jiroo430


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Jireenyaa Geetahun Offical dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Jireenyaa Geetahun Offical dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Humna Dhiifama: 1.1.
Torban lama dura fuulaa fi mataa isaanii waraanaan kan rukutaman Luba Mar Maarii Amaanu'eel miidhaan irra gahe irraa dandamachuun har'a gara tajaajila isaaniitti deebi'aniiru. Erga reebamanii boodas dhaqanii dhiifama gaafatan.Isaan ajjeesuuf akeeka seexanaa ture garuu, Waaqayyo gidduu seenee isaan fayyise. Tajaajila isaa har’aa keessatti 1Qor.13:8 fi

Waa’ee dhiifama Maatewos 18:21-22;
Achiis Pheexiroos gara Yesuusitti dhufee, "Yaa Gooftaa, obboleessi koo yommuu cubbuu narratti hojjete si'a meeqa dhiifama nan godha? Hanga si'a torba?" 

22 Yesuus deebisee, "Ani sitti hima, si'a torba osoo hin taane, si'a torbaatamii torba."


Sanyii Guddataa dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Nothing is free. if you want to be successful, you have to pay a price.

@WABIISG @segnigudeta


¬(Karaawwan sadan ati milkaa'uu hin dandeenye)

—Cimtee hojjechuu
—Cichoomina
—Gatii barbaachisaa ta'e baasuu


Yeroo haalli gaarii fi iddoon mijataa jiruutti hundumtuu jaallachuu danda'aa ta'aa jaalalli dhugaan garuu bakka sanatti mul'ata mitii
#Jaalalli dhugaan kan mul'atu iddoo haalli mijataan hin jirre keessatti jaallachu danda'uunidhaa.

#mijachuuf mijachuu dhiisuun haalotaa akka nuti jaallannufis ta'ee akka nuti jibbiinuuf sababa ta'uu hin qabuu.
#jaalala_haalaratti_hin_hundoofnee
#jaalala_mudaa_hin_lakkoofnee
#jaalala_raawwatee_jibba_of_keessaa_hin_qabnee.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

149

obunachilar
Kanal statistikasi