NASHIIDA HAARA™️🎧


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Baga Nagahan gara channel keenyaa Nashiida Haaratti Dhuftan!! Kabajamtoota keenyaa
Barnoota Adda adda
#Nashida Haara
#Nashida Haala Yeroo
#Nashida Durii
Odeeffanno Haala Yeroo
Ni Argattu kanaaf isiinis Channel teenya share join godha👇👇
@nashiida_haara

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


✍️ Namoonni dadhabbiin, yaanni, cinqiin adda addaa isinitti jiru…qaama guutuudhaan dugdaan firaasha keessan irratti relaxe erga gootanii booda…ijaan dunuunfadhaa aayata kursii ykn qur’aana biraas taatu…iddoo wacni hin jirretti daqiiqaa 30f dhageeffadhaa laalaa mee…

Anaaf nama Ruqyaa dalagu tokko biyya Turkey kana keessatti beekkamaa kan tahe..qaamaan bira deemee naaf hime…dawaa qur’aanaan siif kenna mindaa takka malee…
Galatoomaa yaalaa mee…


Dhiirri hanguma Roga laafina isaa dubartii irraa dhooyfataa deemuuni isaan biratti sadarkaa dabalachaa deema.

Dubartii takka hanga feete gara laafummaafii gaarummaa isii hubattuus laafina kee irraa dhooyfachuuf yaali. Laafinni odoo dhooyfattuu sirraa mullatuufii laafinni ati salphumatti ittiin if ibsitu tokkoo miti. Yoo argan Illee oduma ati dhooyfattuu haa araganii👌

:¨·.·¨: 
 `·.  ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


🌹🌹Ani... Anaf🌹🌹

🌸 Duniya dhumtuu tanatu...keessa kiyya senee
🌸 gara oli gara gadii...Koree bu,ee
🌸 wan akiraa ...hin dagadhe ittii cufee
🌸 tan hin guunne...tan hin quufne
🌸 tan hin qabamne hin qaba yoo jettee...osoo safartee tan hin safaramne
🌸 duniyan mizana hin qabdu...hin lakkahamtu Eesaa

🌸 duniyan laaqamtun ...na bittee
🌸 iddoo isii malee ...Onnee kiyya sentee
🌸 hin guutamnes ... qixxee taatee haftee
🌸 bilasha oliif gadii ...jedhee hafee
🌸 badii duniyaatif ...shufeera ta,ee
🌸 fedhiin isii nati mi,aye...fashion horddofee
🌸 miidhagiina islaamummaa...wan hundaa dagadhee

🌸 mal qabadhe ha deemu...gara Akiraa
🌸 guyyaa jireenyi kiyyaa dhumee...yoo na gahee dabareen
🌸 deemsa hin hafne san ...maqaan koo yoo yaamame

🌸 mal qabadhe deema...mal qaba hojjii gaarii
🌸 duniyati kan hojjadhe hin qabu ...Eessaa fuudha akiraa

🌸 wan naf hin hayyamanee...Osoo laalu ija kiyyaan
🌸 Osoo hojjadhu badii...na jalaa laafee imaani koo
🌸 duniyaaf osoo xaaruu...na jalaa badee akiraan koo
🌸 osoo diina ta,u ...ofuma ufiti
🌸 Na boochise na gaddiisiise ...bilaash ta,un koo

🌸si gaha...si gaha...lakkii si ha gahu nabsi
🌸 badii hin dubbatin ...uf qusadhu arraba koo
🌸 mani koo isa borii...firashaf tiraasin...biyyeedha gubbaafi jalaan
🌸 badii si gahu...uf gorsii ya nabsi...
كل نفس ذائقة الموت ...😢
Share👇🏻

━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


✍️ Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe🥲

Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye jedhan🥲
Barattoota 684,205 Qormaata biyyoolessaa bara kanaa qoraman keessaa barattoonni 36,409 qofaatu darbe
Maaltu deemaa jira garuu sirna barnoota biyya kanaa keessatti🤔🤷🏽‍♂️
Marii hin barbaachisu jettuu waan kun dhugaa?
Dhumni barattoota kanaa maal tahuu danda’a yaa sabaa?🤷🏽‍♂️
Har’a halkan sa’aatii 6tti ifa taasisu🤦🏽‍♂️

Allaaaaah….ijoollee teenya Rabbiin isin haa milkeessu 🤲🏿

✅Kutaa 12ffaa

✍Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ilaallachuu ni dandeessu.

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284
6.https://t.me/EAESbot

👇🏻
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


ራህመተን ሊልዓለሚን |የውዳሴ ነሺዳዎች ማሽአፕ | ምርኩዝ 28 | "የከውኑ ሞገስ 6" | New Ethiopian Neshida ወዶ ዘማች አንጀሻ አርት ግሩፕ

Video ከፈለጉ 👇 join ያድርጉ
         ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


✍️ Abdii hin kutatin…sa’aatiin milkaahinna keetii sa’aatii ati abdii keessa kutatte sana tahuun malaa….!!

━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


#Hijaab....

✍ Yeroo jalqabaatiif bara hijaabni dirqama godhame sana... Irra qulqulluu dubartootaattu, irra qulqulluu dhiiraa irraa hajjabate (Sahaabota baana).
Muslimoonni jaarraa kanaa hoo hangam takka ufitti amanamummaa qabna?

Dhiirti gadaa tanaa osoo akka jarri itti isin ilaalan gartanii, silaa fuula keessan sibiilaan hajjabattu ture.... 😁

━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


𝐉𝐚𝐦𝐞𝐬 𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩🎙🎙🎙 dan repost
#Astagfirullaah....

✍ Hunduu dogoggora kankee eega Rabbiin qofatu Towbaa sirraa eega....
kanaafuu Astagfirullaah heddummeessaa....!!

@jamiyye1


Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu

Rabbiin warra gaggaarii warruma gaggaariif qooda. Hariiroon siifii Allaah gidduu jirtu bareedduu taanaan Rabbiin namuma bareedaa si badhaasa.


Kun immoo uffannaa fi tolfannaa irratti hin hundaa'u. Bareedinni qalbiidha malee uffataamiti.

Namni keessi tole gubbaanis daran tola, namni keesaatti jallina qabu hangam uffatus hangam fakkeeffatus jallinni irraa mul'ata.

Yaa Obboloota koo , fuudha yaadaa jirtaa ykn heeruma yaadaa jirtaa?.

Ergasiifuu qalbii tee Allaahaaf qulqulleessi, Rabbiin immoo qalbii qulqulluu si badhaasa. Bultii jaaruuf otoo intala/gurbaa janajjanuu hin jalqabne Allaah kee janajjanadhu.

Hanga daqiiqaa 40, 50 ,60...intala/gurbaa jaalattu amansiisuuf torba sagalee jijjiirtee hirriiba dhabdu daqiiqaa 10 qofa qalbii tee as deebisii wudu'a guuttadhuu raka'aa lama qofa salaatii harka kee ol qabadhuu nama diinii fi duniyaa teetiif gaarii ta'e Allaah kadhadhu.

Rabbiin isin haa milkeeysu.



━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_985076702 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift



✍ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡
✍ Yaanni kiyya gaarii ta'uu danda'a ta'uu dhabuu dand'a yoo sirrii ta'e fudhachuu ykn naaf sirreessuu isin gaafadha.
✍ Ee dhugaadha dubrummaa maal akka ta'e haala garii fi ifaa ta'een nuuf ibsitan.
✍ Garuu yeroo amma kana akka yaada kiyyaatti dubartoota baranaa fuudhuu irra dubartoota asiin duraa gursummeettii fuudhuu wayya.
✋ #DUBARTOONNI isin miidhuuufii miti.... akkasitti nan hubatinaa wahiif jedhee
wanni akkas jedheef: -
👉 Dubartoonni ammaa fi dhiironni ammaa osoo hin heerumin, heeruman.
Osoo hin fuudhin , fuudhan.
👌 Kana jechuun irra hedduun dubartootaa isii rabbiin rahmata godheef malee.....
👉 Dubartoota dhiirota ajnaba isaaniif tayan waliin haasawani akkasuma kophaa bayan.
👉 Dhiironnis akkasuma.
Akkan ani dura ofitti himee eegasii isinii himmutti jecha rabbii hin dhageennee nuti: -
📖{ قال الله تعالى ولاتتبعو خطوات الشيطان ،ومن يتبع خطوات الشيطان فإنه يأمر بالفحشاء والمنكر۔۔۔۔۔۔۔۔}
Sheeyxaanni edaa takkumaan nu hin dagu step qabaa jennee maa of eegui dhabne.....
Hin dhageennee jecha ergamaa rabbii s. a. w.
📝{ قال ﷺ .......لا یخلون رجل بمرءة فإن الشیطان ثالثهما..}.
✍ hadha hedduun keena dagama jirra .
Jecha kana hoo
📖{ قال الله تعالى............. والطيبات لطيبين والطيبون لطيبات...... }
🫵 Nuti hadha eessaa haadha manaa gaarii barbaadaa jirra akkasuma abbaa manaa........ ????!!! 🤔🤔
🙏🙏Dhiifama haala beekumsa hin qabneen harki kiyya adbachuu didee carraa tanatti fayyadame.
Afwan lillaah. 🙏🙏🙏


#Dubrummaa.....🙈
(Rabbiin haqarraa hin saalfatu)

✍ Shamarran dubrummaan jiran fuudhuu fi gursummeettii fuudhuu keessa garaagarumman gidduu jiru maali_?

1) Isheen jaarsa jalqabaa sana malee hin jaalattu... jaalalli jabaan kan jalqabarratti jaalatan sana...!
2) Abbaan manaa ishees akka malee ishee jaalata, irraa hin dheessu,... Adaamatti ilmi namaa waan tokko keessatti durfamuu hin jaalatu...
Nyaata tokko irraa nyaatanii osoo siif kennanii, qalbiin tee hagam fudhatt!?
3) Tan dubrummaan heerumte, amala abbaan manaa ishee qabu hundaa almost ni fudhatti, namni isheen jalqaba bartes, namni isheen itti boohartes isuma waan taheef...
Tan yaalii gootee argite garuu, Amala kan duraa irraa baratte sana kanarraa yoo dhabde hin jaalattu....!!
4) Tan dubrummaan jirtu sanatu gursummeettii caala Abbaa manaa ishee jaalata....
5) Rabbiinis warroota dubrummaan jiran qur'aana keessatti faarsee jira...
6) Garaan ishees hin faalamne qulqulluudha...
7) Ajriinis kan dubraattu irra caala...
8) Ergamaan Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) Maaliif tan Durbummaa qabdu, tan taphattee si taphachiistu hin fuune jedhaniin Jaabiriin (Radiyallaahu anhumaa)...
9) Dubartiin dubrummaan jirtu homa xiqqotu ishee gammachiisas... Tan mana hedduu baratte... ka duraa Suni bar akkana naa tahaa jetti...
10) Kabajaa fi ulfinni isheen siif qabdus.....dachaa gursummeettiiti....
🖌@Ibro

Share our link 🖇️ 👇
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


#Gorsaaf...!

✍ Duniyaa tantee aakiraadhaan gurguradhu, duniyaa fi aakiraallee milkooftaa...!,
Aakiraa tantee garuu duniyaan hin gurguratin..., lamaanuu hoongoftaa....!!

━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━






🌷 Assalamualaikum obboleewwan koo hunduu.... ergaa tana qalbirraa waan barreesseef dubbisaa...!

✍ Dhiifama nama gaafachuun mallattoo qaroominnaa fi guddinnaa hanguma taheen... garuu bakka hunda dhiifamni balleessaa namaaf hin sirreessu...!
👉 Dhiifama kan siif godhu, osoo hin beekin tasa miila koo irra yoo ijjatte malee, gaafa Onnee kootirra miilaan deemtee miti....!
👉 Dhiifamni kan godhamu gaafa ati burcuqqoo bishaanii ykn qalama ani jaaladhu na jalaa cabsite malee....gaafa hamilee kiyya cabsitee miti....!!
👉 Gaafa ati Kitaaba akkaan jaaladhu siif ergise, qola Kitaaba kootii irraa cirtee naaf galchite malee....gaafa ati kabajaa fi ulfinna ani qabu, kan itti si amane sana na jalaa madeessitee miti....!!
Obbolaaa....
✍ Yeroo tokko tokko dogoggoroota "#dhiifama" jechuun namaaf hin sirreeasinetu jira...!
Altokko tokko madaan madoofte suni,dhiifama caalaa gadi fageenya qaba...
waraansi ati waraannamte.... jecha dhiifama jettu sana caala keessi isaa qilata...!,
Cabiinsi ati cabde... qurciinsi/ sukkuummiin addunyaa tanaa guutuun walitti osoo qabamee, siif qurcuu dhabuu danda'a...!

Asumaanuu dogongorri irra hin dabramnes jira....
👉 Bakka madaa kootii akka na dhukkubu osoo beektu miila keetiin narra deemtee, dhiifama jechuun baay'ee ulfaataadha...!,
👉 Iccitii ufiiyyuuu lubbuu tiyya dhokfadhu wahii sitti himadhee, iccitii sana baasuuf jettee na sodaachisaa.... booda dhiifama na gaafachuun baay'ee ulfaataadha...!
👉 Hiriyyummaa ishee daangaa hin qabne takka sitti hiriyyoomee, ati jibbaa fiddee na keessa facaastee.... irra naaf dabri jechuun baay'ee natti ulfaataa beeki....!
#Obboleessa_koo....!,
✍ Iddoo tokko tokko goonkumaa airreessuun baay'ee namatti jabaata...!,
Bishaan yeroo hunda bakka yaa'a isaatti hin deebi'uu beeki..., deebi'us bishaan ciisaa tahee hafa, bishaan gaafa ciise ni ajaawa... bishaan ajaan isaa ufitti sin kaleessine osoo dheebuun si laaffistee jiraattellee, dhuguun sitti jabaataa beeki...
👉 Osoo Albee ati ittiin na waraante irraa dhiigni hin gogin dhuftee dhiifama naan hin jedhin...!, Afaaniin ustee na biraa deemutu naaf bareedaa na amani...!
👉 Qalbii kiyya keessatti qaawwa jechamni addunyaa tanaa guutuun osoo walitti qabamee, guutuu hin dandeenye, na keessatti hanbiftee dhiifama nan gaafatin....
👉 Obboleessa/ttii koo erga harka kee turee... harkaa na baafattee... deebitee harka koo hin qabin...
🖋 @Ibroo keessan....
Nagaan


ሚና | አዲስ የህብረት ከቨር ነሺዳ | ጉረባ 12 | ተዓምረኛው ጥሪ 2

Channel 👇 Join ያድርጉ
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


YAA JAALALLE ONNEE
Obsa Sulee
Coming soon..............................


#GATIIN_KEE_MEEQA?

#Bishaan
Suuqitti qarshii 15
Mana Sinimaatti 40
Kaaffetti 60
Hoteela Abbaa urjii shaniitti 90

Bishaan tokko tahullee garuu iddoo garagaraatti gatiin isaa wal faalleessa.

#Hubatteeree
Gatiin keellee akkasuma Akkaatama oolmaa keetiifii iddoo ofii filattee ofi keetteen gatiin keellee Madaalama.

Gatiin kee qaaliidha,
iddoo qaalii uf kaahi.

Iddoo qaalii gaafa jedhu qaalummaa qarshii osoo hin taane bakka siin maltu jechuu kooti ykn rakasa taata.

Join 👇 godhi
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
   @nashiida_afaan_oromoo
━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━


#Seequun....Sunna

Abbaa🥸: Ilma koo mee telephone 📱 kee asi kenni waa ilaalaa ..
Ilma🤠: Abbaa na eegaa qulfii isiniif banaa....
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete
Delete.....


format.... 😄
Ilma🤠... Abbaa kunoo ilaalaa waan isin dhokse takkallee hin qabuu....
Abbaa🥸: Ani homaan barbaadu mucaa kiyya... duraa sa'aatima ilaaluuf malee...
Ilma: kw jechuun amma kaa... 😁

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

3 129

obunachilar
Kanal statistikasi