HAROVINE😁


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Harovine coming soon!

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


https://t.me/onnen1Rj
HAROVINE😁


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Ministeerri Barnoota Biyyatti Bara Barnoota dhufuufi kan Bara kana akkamitti Akka waliin Itti fufu qabu irratti maal akka yaadan jiran Ifa godhaniiru.
Odeeffannoo Gutuu isaa dubbisuuf
JOIN godha dubbisaa.


Habte dan repost
Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Shufeera na fuudhi ❤️

https://t.me/onnen1Rj


Cool


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
https://t.me/onnen1Rj


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


💞Bareeda nama jachun
Ñama haadha Fi abbaa isaa
Kabajee ajajjameedha❣️

💥Gufuun guddinaa nama dhoorgitu nama kaayyoon isaa ijaaf hin qabneedha..

😄 KHA kaalsii hin kaayyane faatu arraa Waan funyaaniti kaayyanu jadhe hospitaala jeeqa😄😄

😁osson guyyatii yeroo 7 10 harkaa dhiqadhu .miili kiyyaa
Hinaafan du'ee😆

😄Ilma nama moo jadhe
#Barreessuf ka'eetin
Anis ñama tahuu yadadhe 😂

Nama garaan sin fene qalbbitu si beka 😂

Namni yeroo cufa fakkeysu fakkeysuma san keysati hojii isaa hojata 😂

Namni of qofa jaallatu guraan hin dhagahu ❤️

Namni demasa bekku dhabatee naman egu 👌

Namni akka tahu dhabe akkan tane nama godhu yada 👌

Guyyaa garii 😍

https://t.me/onnen1Rj


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
https://t.me/onnen1Rj




Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
https://t.me/onnen1Rj


Obolowan channeli kenya kan Muslima tatan maraf baga somana ramadanatin isin gahe


Namni kayyoo isaa galmman hin genye of duba debi’uun isaa hin oltu 😂😂

Namni karoora hin qabne fuul dura isaa hin argu 😂😂

Kayyoof malee tufif botan kanin jiruun gababdudha 😂😂

Gamada ta’ii mul’adhu umrii dherata ni injifataa 😂😂

Tatatafachuun dhisin dadhabaa tataa 😂😂

Humnaa ollis offin gudisin humnaa ollis ofin xiqeysin 😂😂

Lubuu tee dura namaf carraa kani abbaa carraa tata 😂😂

Namni affan qabu ka nyaatu moo ka dubii qabu lol😂

Namni garaa qabu hoo kaa nyaate moo ka dhaallaf demu lol 😂

Karaa demsaa walaalin yoo yeroo qabaate hunda demuf yaalii godhi garuu of egganoo godhi😂😂

Abdachuun sin dhibin muraano qofa qabaadhu 😂😂

Galatooma guyya gaarii 😍

https://t.me/onnen1Rj


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
https://t.me/onnen1Rj


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Dubii fi gaallana abbatu fira hidha 😂😂
Gowaaf yeroo hogaa kanitu gowaa si saha 😂😂

Namni jarjara qabu ganama lukku dura hiriiba ka’a 😂😂

nama dubiin hin galef dubuuma sanihuu iraa dhiisu wayaf 😂😂

Seerafi heeri qaldii keysa osoon tahiin mana murtiti haftee 😂😂

Namni tokko tokko osoo naman gowomsa ja’uuti gowoma malif yoo jatee wan yeroo cuufa amala gowaa wan hordofuf 😂😂

Gowaan boonu haqila fakkaata 😂😂

Culluleen lukku keysa dhalate firaa si dhisi ofuma situ lukku seti 😂😂

Yeroo hunda nama si jallaa calisura deebiin egin calisuun matan isiitu debisaa gutuudha 😂😂

Yeroo takka takka nama akka itiin deman hin beyneetu karaa demsaa barbada ajab 😂😂

Namni hikka makmaksa hin beyne dubiin beku 😂😂

Nama gaarii yadu gaariitu isaan wal baraa nama shira yadu shiraatu isaan wal bara ajab 😂😂

Corona jechuun Duranu jira ja’aani jijiraamun isaa COVID-19 nama na qofaa bekka ja’uutu harka isaa hin dhiqatini 😂😂

channela kenyara akka wa baratanii irra bashanantan ni abdana saganta qalbi isin hawatu hojachuf qophii xumuree jira yoo wanti nuf hafe jirate hamilee teysani like share godhudha hiriya kesanis affera ha buhaarani bashanananii galatooma guyyaa gaarii ❤️

https://t.me/onnen1Rj


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


😝Nama sin yaane yaadu
Jachun oso siindhukkubiin
Aadu jachudha😅

Yeroon qamauu natti barateet
Makiinas Gaabinan fedha😅

😄lukkuun yeroo guddate haraamu baasti.
Dhalaan yeroo turte haraamiti seenti dafii kani abbaa dubraa😆

😂#Dhiirti goowwaan Sangaa
Gurgurteet lukkuu mana
Yaala geessiti😂

😜afaan oromoo khun
Firii meeqa qoy khami khan arraa federaala tahe ja'aan 😂kaniin amaa barreessen khana yoo taate federaala hin taanefin ja'ee😂😂😂

Diina oromoo rabbiin
Tittiisa hoojjaa oowaa bu'ee haa godhu😆

😊Namnii firaa alaa qabu
Moneygram dhaqa.
Kha firaa alaa hin qabne
Telegram dhaqa.😃channalii Kenya share godha

Warqiin wantii namara qaaloyteef.
Namnii oof rakisheese waan warqii dhaadheeysuf😃

😀jaartii fi onlina
Galgalaa seenan😂

Anii imo male ilmoo hin qabu😂

Kan firaaf Eelee hin dhaabne alagaaf eege dhabdi😂😂😂

Namni biddeenaf qabssaahu 😁waxxii keessati du"aa😀

Makiina fireena hin qabne
Fi
Namni hubanoo hin qabne
Waa balleesseti dhaabata😀


ilmoo kilo jaha akka siif
Dhaltu yoo feete dhala biyyaa arabaa fuudhi😁😂

Namni hin baratin
Maqa nama #balleessu male
Maqa isaa Barreessu hin beku😀😅😅

YEROO amma namnii qarshii dhibba kiisha baase
Fi
Namnii #Qurrxumii bishaan keessa base tokkuma
Lachutu dafteet du'uuti😂😂


Hanga feete nama badaa taatus, yoo addunyaa tanarratti bu'aa takkallee busuu dadhabdellee hin cinqamin namni faayidaa hin dhabuutii atis akka fakkeenya nama badaatti numa tajajili 😢😢

HORDOFTOOTA channalii kiyaa kana hunda rabbiin haa milkeessu 😍

Galatoma ganama gaarii isinf haa tahuu haga wali debinuti nagahan naf turaa turtin keysan channalii kenyaa wajin galatooma like share godhaa

https://t.me/onnen1Rj

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 625

obunachilar
Kanal statistikasi