Abe Fi Kabe


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


chanel kun
?afaan oromoon join
?kikiksuuf
?kolfaaf
?Gammachuu sammuuf
?Dhukkuba lapheef fi
?dhukkuba garaaf furmaata argachuuf??????join??????

Kkk ______join________kkk

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Fika Tech dan repost
😀Akkam jirtu ijoollee biyya koo? ani nagaa kooti.

🥇Har'a viidiyoo xiqqoo akkaataa ittiin Fb irratti like hedduu hanga 1000'tti argachuu dandeessan isiniif dalageera!

🎬viidiyoo bareedduudha, gabaabduudhas.

📢warreen chaanaalicha subscribe hin godhiin jirtan adaraa keessan guddina afaan Oromoo karaa Teknooloojiif jedhaatii subscribe nu taasisaa. like fi share godhaa.


"Barsiisuun barachuudha" - Fika Tech.


👇👇👇link (geessituu)👇👇👇

https://youtu.be/EdDWMwEGlaU
Akkamitti FB irratti like 1000+ daqiiqaa 23 gidduutti arganna
#subscribe #techvideo #Ethiopia how to get 1000+ likes within 23 minutes on facebook new 2019 watch other latest tech videos https://youtu.be/lMBEaMNXq8I htt...


Wayi faashinii kanaa ammammoo Maaltu ta'a


ARARA TV dan repost
Sagantaa Waamicha Daldaltootaa keenya Irrattii Hirmaachuun ebbaa Guddaa argadhaa
@AraraTV


Share yoo goote rakkoo hin qabu






@Abefikab235
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Arra Finfinnetti taksii yeroon seenu muciyyoo qashtii takka fuula ishee duraanin Taa'e, Muciyyoon tun yeroon jalqaba seenu irraa jalqabde ilkaan ishee karruu midhagaa kanan saseeqa na ilaalti, anis of keessatti akkanaan ofin jedha "Telegram irratti channelin kiyya Members 38.1k seene jira baqa achirratti na beekti saha, Beekama(famous) ta'een jira jachuudha ofiin jadhaan seeqa ishee ilaala",

Hanganumatti Muciyyoon waraaj jatte, yeroo bu'uuf deemtu suuta gurratti natti siiqxe yoo mal naan jatte gaariidha sitti fakkaate....
..
Bro zipiin kee banameera, wanti kee mul'achaa jira, zipii kee cufadhu nan hin jattu seetani.
🤣😁😁🤣😂😂😂😂🤣🤣 🤣🤣 😂😂😂😂
Feetan natti koflaa ani kotiif ofitti kofleen jira
😂😂😂😂😂😂😂
Aboo bro Hiriyoota kee afeeri ga isaanis maatii kenya ha ta'ani.




Kolfitee hin dhiissiin like👍👍👍👍godhikaa




Kolfanii hin dhiisan 👍👍👍like gochuun dirqama


Kolfitee hin dhiisiin👍👍👍like godhii garaa na ciibsikaa

@Abefikab235
By afan oromo


Arginaan maaltu👍👍👍😂😂😂 gochuuf sitti Hangataa 👍


Kan Galeef ni kolfaa kana Booda👍👍
Kan hin galiinifis👍👍👍


✿Qoosaa

Mucaa tokkootu haadha isaa wajjin osoo deemuu namticha fincaan fincaa'u tokko arge, kana booda "namtichi kun maal hojjechaa jira?" jedhee haadha isaa gaafate. haati isaas saalfattee "siiqsaa jira" jettee deebisteef! Guyyaa biraa mucaan sun abbaa isaa waliin osoo rafuu fincaan qabe! Abbaa isaa tumatee dammaqsee "siiqsuun barbaada" jedhe sababni isaa siiqsuun fincaa'uu akka ta'etti waan hubateef. kana booda abbaan isaa rakkoo mucaa waan hin beekneef " yaa mucaa koo, halkaniin hin siiqsanii rafi" jedheen! Fincaanni mucaa waan sardeef mucaan ammaas irra deebi'ee gaafate, dhumarratti abbaan waan godhu dhabee "erga jettee immoo, sagalee isaa gadi qabii gorra kootti siiqsi jedhe!" abbaan isaa gaafa gadi jedhu mucaan gurra abbaa isaatti fincaa'e jedhama!








Abbee fi kabbeen gammoojjii keessa osoo imaltuu deema jiranii beela fi dheebuun garmalee itti hammaate.

Abbee:- yaa Kabbee arra beela fi dhebuun du'uu keenyatu natti mul'acha jira.

Kabbee:- mee akkam ta'uu nuf wayya mala nuf dhawi ka?

Jirri kun otuma dadhabbiidhaan deema jiranii fagoo irraa masgiida tokko argan yeroo kana akkkana waliin jadhan

Abbee:- kabbe kottu deemne masgiida san seenna Ani maqaa koo niin jijjiradha kanaaf amma irra jalqabii Ahmed jedhii na waami.

Kabbee:- ani garuu maqaan koo hin jijjiiradhu akkanumattiin demee seena.

Abbee:- hayyee, dhimma keeti kottu ni sennaa.

Jarri lamaan kun akkuma isaan masgiida seenani fulli isaani waan harawa itti ta'eef Imaamni masgiida itti deema dhufe egaa nagiyaa gaafate booda akkana jedheen ijollee teenya keessumma fakkaattu mee wal haa barannuu jedheen. Abbee fi kabbeenis Hayyee jedhanii imaama biraan ofirra gad ta'aan.

Imaama:- hayyee maqaan keessan enyu isiniin jedhan jedhee gaafate

Abbee:- ani Ahmed jadhama jedheen Abbeen dafee dursee

Imaama:- hayyee atis itti fufi enyu maqaan kee?

Kabbee:- Kabbeen jedhama

Yeroo kana imaamni Namticha Misgiidatti ummata keessumessu tokko Hamzaa jedhee waame akkana jadheen👇
Imaama:- Hamza deemiti oboleeysa keenya Kabbeef waan nyaatu fi wan dhugu fidiif. Obboleeysi kenya Ahmed immo amma soomana(tsomii) wan ta'eef yeroo sa'aati gahe waliin hafxira nyaanna yeroo jedhu.

Abbeen wan imaamni jedhe yeroo dhagahu bakkuma ta'uu jirutti gagaba(fent) qiliw ja'ee lafa dhawe.😂
Feetan kofla ani kotiif kolfeen jira.😂
😂😁😂😁😂😁😂
Bro Maliiga ilaalte natti callisuun aboo hiriyoota muslimaa yoo qabaatte share share godhi



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 267

obunachilar
Kanal statistikasi