ρєяѕєυѕ τнє нєяο dan repost
Titan is the Saturn's largest moon and is the second largest moon in our solar system. If it were not orbiting Saturn, Titan could be considered a planet as it is larger than Mercury. Titan is covered with a thick atmosphere that some consider to be similar to that of early Earth.
😱 Tiitaaniin ji'a saatarnii guddinnaan tokkoffaa, sirna solaaraa keessaat immoo lammaffa ta'eedha . osoo tiitaaniin saatarnii irraa maruu baattee , pilaaneetii jedhamtii turte sababa guddinnaan pilaaneetii meerkurii caaltuuf . tiitaaniin atimoosfera furdaan uwwifamte . namoonnii garii atimoosferii durii lafti qabduun kan walfakkaatuu qabdii jedhu .
#fact