Dhugaa Barbaadi☝️ dan repost
Al-Furqān الفرقان 25:58
وَتَوَكَّلْ عَلَى الْحَيِّ الَّذِي لَا يَمُوتُ وَسَبِّحْ بِحَمْدِهِ ۚ وَكَفَىٰ بِهِ بِذُنُوبِ عِبَادِهِ خَبِيرًا
Jiraataa Isa hin duune irratti hirkadhu Faarsuu Isaa waliin Isa qulqulleessiBadii gabroota Isaa iccitii beekuu keessatti Isumatu ga’aadha.
Āl-Imrān آل عمران 3:2
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ
Rabbiin Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru [Inni] jiraataa, waan hundaan dhaabbataadha.
Al-Qasas القصص 28:88
وَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ ۘ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۚ كُلُّ شَيْءٍ هَالِكٌ إِلَّا وَجْهَهُ ۚ لَهُ الْحُكْمُ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Rabbii wajjiin gabbaramaa biraa hin kadhatin (hin gabbarin)Dhugaan gabbaramaan Isa malee hin jiruFuula Isaa malee wanti hundi ni bada Murtiinis kan Isaati Garuma Isaatti deebifamtu
Keenya Rabbiin Yeroo kamuu jiraataadha Duuti isa tuquu hin danda'u 😊 🥰 Alhamdulillaah
https://t.me/KaraandhugaaIslaamummaaqofa