#WAA_AFUR[4]_HIN_JAALATIN.
~~~~~~~• Dubbii dharaa odeessuu
===>• osoo hin argin dharaan murteessuu
===>• Icciiti kee nama hundatti himachuu
===>• namaa gaditti xiqqaatte jiraachuu
#Waa_afur_dursii_hubadhu
===========•=========
===>• jireenya booda duuti akka jirtu
===>• Qabeenya booda dhabdi akka jirtu
===>• dargagummaa booda dullumti akka jirtu
===>• Gabrummaa booda Bilisummaan akka jirtu
#Waa_afur_hin_ta'in
~~~~• hin boonin hiree dhabdaa
===>• hin aarin daftee dulloomtaa
===>• hin kijibin ni jibbamtaa
#Waa_afur_sirritti_kunuunfadhu
~~~~~~~~• biyya kee
===>• haadha kee
===>• amantaa kee
===>• jaalallee kee
#Waa_afur_yoo_barbaadde
~~~~~~~~• Guddinna yoo barbaadde hojii hin tuffatin
===>• of danda'uu yoo barbaadde harka namaa hin eegatin
===>• milkii yoo barbaadde hadhaaf abbaa kee hin mufachiisin
===>• Bilisummaa yoo barbaadde tokkummaa hin diigin
#Waa_afur_jaaladhu
~~~~~~• dubbisuu jaaladhu madda beekumsaatii
===>• hojjachuu jaaladhu kaa'uumsa guddinaatii
===>• dhiqachuu jaaladhu dursa fayyaatii
===>• seeqachuu jaaladhu madda gammachuutii....
👉 Galatomaa Marree ergaa dubbistee siiti tolee bodaa hiriyyoota kee jalaattuf
#Share_Godhi!.
telegram.me/QORIIBEKKUMSAA