BAACOO BARSIISOO


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan



Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Guyyaa gaarii qabaadhaa.


#Baacoo #
Maraatuu Sadii

Maraatuu sadii Hospitaala keessa kutaa cisichaa isaani ta’anii Odeessu.  Maraatuu Isa tokko “Ani mootii biyya kanaa dha!”

Inii tokko itti aanuun “Dhugaamoo? Eenyutu sitti hime garuu?” jedheen. 

“Kan natti hime Waaqayyoo isa na uumedhaka!” jedhe.

Maraatuun inni sadaffaan callisee erga dhaggeeffatee booda sagalee furdaadhaan “Ani garuu hin yaadadhu akkan sitti hime” jedheen..

Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo


Guys rakko jiruu maalidha maalif react gootani nu jajjabesitanuu pls mogolee keenya react dhaan socho'aaa mee al tokko react godha Akka active taanuf ❤️😍😘


👨‍⚕Dr: Qorannoon sif godha uffata kee offirraa baasi.

👩‍💼 Dhukkubsattuu: Dr dhiifama. Bakka namni jirutti uffata baafachuun na sodaachisa.

👨‍⚕ Dr: Tole, Ibsaan siif dhaamsa baafadhu.

👩‍💼 Dhukkubsattuu: Kunoo baafadheera uffata koo eessa kaa'u?

👨‍⚕ Dr: Kuunnoo! Uffata koo irra kaa'wadhu!😃😃😐😐😐🤗🤗🤗


Hiriyyaan Kiyya Tokko Jaalala anaaf qaburra Kan ka'e.

Suuraa Jaalalle tiyya Profile irra godhata😁

Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo


Ergaa Oduu Mindan hin dabalama Jedhame Kan dabalee Gaati Kardii Qofa ture Garuu Mindaan koo hin Dabalamne😭💔



Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo


Itiyoophiyyatti yoon maal godheen milkaaha jedhee google search goonan 🥶

Nama dubbii waliin dhahuu tahuu qabda naan jedhee😂😂

Share➬ @baacookoo
Share➬ @baacookoo


#Ana Hi lubbu akkam ati❤️

#Ishee : Ng

#Ana: Baayyeen si yaade maaliif akkas badde?😘

#Ishee: Jiraam

#Ana: Halkaniif guyyaa ani waa'ee keen yaada ijakoo dura deemta.😧

#Ishee: Tole

#Ana: Akkam haalli qilleensa biyya Ethiopia as Ameerikaadha hin qorra?🤌

#Ishee: OMG Reefuun si baraam bilbilli kee immoo na dide kan koo qabadhumee Wud

#Ana : Qabami si ha qabu jedheen block itti cabse😁

Qoosaa kanaan bohaaraamee react immoo hin dagatiinaa


Intala Bareedduu.

Egaa gurbaan tokko intalli haarawni waajjira isaatti qacaramtee hojii eegalte arge. Ishiinis hedduu bareedduu waan taateef guyya hunda waa'eedhuma ishii yaadaa oola.Yeroo kanas akkamitti akka yeroodhuma takka carraa walqunnamtii saalaa wajjiin raawwatuu ittiin argatu yaadutti ka'e. kana boodas itti dhihaate,'maaloo yeroodhuma tokko qarshii dhibba tokko lafan siif buusa hanga ati lafa isa fudhatutti qofan siin jedha. altakka naaf hayyami, nagahaa ana' jedheeni Ishiinis, lakki ani hiriyaan qaba hin ta'u garuu bilbileen gaafadha jetteeni. Ishiinis bilbiltee hiriyaa ishii gaafannaan, innis qarshii dhibba lama godhi jedhiini. Osoo inni surree hin hiikkatin ati lafaa fuuta! Akkuma fuuten naaf bilbili! Jedheeni. Ishiinis gurbichaaf tole jette. Kana booda hiriyaan ishii bilbila qabatee eegutti ka'e. yoo ilaalu hin bilbilamu, daqiiqaa 5 guute, ammas hin jiru daqiiqaa 10 guute. Amma rifaatuun jaalalleen ishee yoo itti bilbilu, isheenis harganaa afuurri ciccitaa! bilbila kaaste. Maali maal taate yoo jedhuuni, isheenis: gurbichi abaaramaadha qarshii dhibba lamanu shillingiitti jijjiiree gadi jigse! jetteni. Osoo jaalallee teessan taate maal gootu?

➩➩ @baacookoo
➩➩ @baacookoo


Waloo Debela Etana dan repost
Ijaa guutee hin beeku
Sassataanin si ilaala
Waan miidhamtu se'een
Ka dhumtu na jalaa

Waan si quuqun se'a
Yoo irra ejjettu lafti
Isa haxxiffattuufuu
Na dhukkuba nafti

Gaafa soorattuu
Ciireedhaa fi laaqana
Si muraan yaadda'a
Qarqarri buddenaa

Halkan guyyaa barii
Kanan yaadu sidha
Bishaan qallisuun yaada
Jedheetan si hudha

✍️Debela etana
𝚓𝚘𝚒𝚗 𝚘𝚞𝚛 𝚌𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
𝚏𝚘𝚛 𝚖𝚘𝚛𝚎 𝚙𝚘𝚎𝚖'𝚜
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
@debela_etana
@debela_etana
e𝚍𝚞𝚌𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗&𝚏𝚞𝚗𝚗𝚢
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍    ❤      🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ

10 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.