Hawi-Times


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Addunyaa kana malin too'ta

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jiraa.

Beeksisichaa guutu isaa dubbisuuf #JOIN gadii xuuqaa.


#Breaking - Mootummaan Itoophiyaa Hayyama bakka bu'ummaa Itoophiyaatti kan Miidiyaa idil-addunyaa kan tahe #Rueters, haquu beeksise. Dabalataan ammoo BbC fi DW akeekkachiifni barreeffamee kennameeraaf jedhe Dhaabbatni Biroodkasiing Itoophiyaa.

Akka sababaattibkan kaase dhaabbatichi, Haala yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu irratti hawaasa Addunyaatiif odeeffannoo waldhahaa tamsaasuu fi Afaan faajjii uumaa jiraachuu isaaniiti jedheera.
#AS tu gabaase

#OromiaForum #OF #AfaanOnline
https://t.me/hawiTames


Magaalaa Baahirdaar irratti haleellaan rokeetii biraa raawwate

Kamisa kaleessaa kan Jimaatatti bari'uf jedhu Magaalaa Baahirdaaritti haleellaan rokeetii biraa raawwachuu jitaattonniifi bulchiinsi naannichaa ibse.

Gaazexessaan BBC bakkas jirus barii kaleessaa Sadaasa 10, 2013 halkan qixxee sa'aatii 7:30 booda dhukaasni rokeetii dhagahamuu mirkanesseera.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more== @hawiTames
@hawiTames


Bulchiinsi Joorjiyaa lakkawwii sagalee irraa deebiin gaggeesseen Joo Baayidaan injifatan

Preezdaant Doonaald Tiraamp filannoon bulchiinsa Joorjiyaa keessaatti gaggeeffame waliin dha’ameeraa jechuun himata dhiyeessuu isaaniitin walqabatee sagaleen irraa deebiin akka lakkaa’amu ta’eera. Bu’aa filannichaan Joo Baayidaan caalmaa sagalee kuma 12 fi 284tiin injifachuun isaanii ifoomeera.

@hawiTames
@hawiTames


Walaloo Raayyaa A/Maccaa dan repost
እርዳታ ለሀያት ኢብራሂም!
★★★★★★★★★★★★★★★

እህታችን ሀያት ኢብራሂም የ11ኛ ክፍል ተማሪ ስትሆን ኩላሊቷ በመታመሟ ምክንያት በአዲስ አበባ ግሩም ሆስፒታል (Girum Hospital) ለ3 ወር ስትታከም ቆይታለች።

በአሁን ሰዓት በጣም በሚያሳዝን መልኩ የህመሟ ሁኔታ ወደ መጨረሻው ደረጃ የኩላሊት ህመም (End-Stage Renal Failure) በመቀየሩ ምክንያት ሁለቱም ኩላሊቷ ስራ ስላቆመ በአጭር ጊዜ ውስጥ ወደ ውጪ ሀገር በመሄድ የኩላሊት ንቅለ ተከላ (RENAL TRANSPLANT OR KIDNEY TRANSPLANT) እንድታዳርግ በዶክተሮቿ ተወስኗል።

የባንክ አካውንት

★ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ (CBE)
1000353443147
Hayat Ebrahim & Sada Sultan

★ የኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ (COOP)
1000089014135
Hayat Ebrahim Umer

★ አዋሽ ባንክ
01425853981500
Hayat Ebrahim Umer

ሰልክ ቁጥር
★ 0983676776
★ 0920942369
★ 0912823605




Quality Button dan repost
Ministerii barnoota bara barnotaa dhufuu fi kan baranaa bakka tokkottii waliittii fidee waan dhogoo yaada jiruu beeksisee jiraa.

Beeksisichaa guutu isaa dubbisuuf #JOIN gadii xuuqaa.


Jaalala♡Qulqulluu💖 dan repost
Murtoo
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
Jireenyi keenyɑ guyyɑɑ guyyɑɑ filɑnnoo nuti tɑɑsisnu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.


Yeroo fudhɑttee otoo itti hin yɑɑdin murtoo kɑmuu hin murteessin.

Murtoo kɑmuu yeroo murteessitu dhiibbɑɑ miirɑ kee irrɑɑ bilisɑ tɑ'uu kee mirkɑneeffɑdhu.

Murtoo xiqqoon ɑti hɑr'ɑ mɑɑl-dhibdeedhɑɑn murteessitu bor gɑtii hin bɑrbɑɑchisne ni bɑɑsisti.

Murteessuu ilɑɑlchisee ofitti ɑmɑnɑmummɑn bɑɑy'ee bɑrbɑɑchisɑɑdhɑ.

Murtoon xiqqoo hin qɑbdu.
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈
╰────╮🅙🅞🅘🅝╭────╯
@SabaifAbduselam14
@SabaifAbduselam14
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡


#DrTedroAdhanom akka Aangoo hooggansa Dhaabbata irraa kaafamu Mootummaan Itoophiyaa gaafachuuf jedhame.

Akka gabaasa Dhaabbata Miidiyaa Biyya Turkii Anadolutti #Diplomat maqaa isii dhosse himetti M/Itoophiyaa Director Olaanaa #WHO akka #Deplomat ABUT hojjachaa jira waan taheef hojii irraa akka ka'u gaafachuufhaaldureen xumuramaa jira jedheera.

Hogganaa Nageenya Gamtaa Afrikaatis torbaan darbe hojii irraa kan kaafame Gaaffii Itoophiyaan dhiyeessiteen tahuun ni yaadatama.

#3FNews #AfaanOnline
#Join: @hawiTames
@hawiTames
@hawiTames


Jaalala♡Qulqulluu💖 dan repost
I͜͡c͜͡c͜͡i͜͡t͜͡i͜͡i͜͡ j͜͡i͜͡r͜͡e͜͡e͜͡n͜͡y͜͡a͜͡a͜͡ Baruu ni barbaaddaa? Maarree 🅞🅟🅘🅝 кan jedhu tuquun Ammuma dubbisi.

👇👇👇👇


Jaalala♡Qulqulluu💖 dan repost
BILCHINA SAMMUU!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessitti!
➋. Yeroo tokko tokko gammachuun guyyaa tokkoo gadda waggaa tokkoo jijjiira!
➌. Nama kabajuun mallattoo sodaa osoo hin taane bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!
➍. Jireenya kee fooyyeessuu dhaaf yaalii dhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si muudatan kufaatii osoo hin taane akeektuu galma ga'iinsa yaalii keetiiti!
➎. Addunyaa kana irratti harreen akka namaatti yaadu jiraachuu baatus namni akka harreeti yaadu hin dhibamu!
➏. Akka addunyaatti yaadi akka naannootti hojjedhu!
➐. Dhalli namaa wanta haaraa argannoo dhaan yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu ta'ee, garuu ofii isaatii uumamuu yoo irraanfatu immoo kan nama gaddisiisu dha!
➑. Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane sammuu hin yaanne baachuu dha!
➒. Yoo rakkoon si mudate rakkoo si mudate sanaaf yaadda'uu osoo hin taane akkaataa rakkoo si mudate sana keessaa itti baatu yaaduu qabda!
➓. Wal beekuu irra waliif beekuu wayya

Share◈Share◈Share
@SabaifAbduselam14
@SabaifAbduselam14
🔺JOIN🔺


pirzedaantii Yuniversiitii Amboo Dr. Taaddasaa Qana'aa pirezdaantummaa irraa kaafamanii jiru.

Gaafuma siidaa Hacaaluu Hundeessaa sana mooraa yuniversitichaa keessatti ijaarsisee fi maqaa kaampaasii beekamaa yuniversiitichaa gara maqaa Haceetti jijjiire akka miidhaan isarra gahu hubatame.

Dr. Taaddaseen dhimma Hacee qofaan osoo hin taane sabboonaa gama hundaa waan taheef jibbame.

@HawiTames
@hawiTames


#Lola_Tigraay

Magaalaa Maqaleetti haleellaan xiyyaaraa guyyaa har'a ganama kana raawwateera.

Har'a ganama, Wiixata, keessa naannoo sa'aatii 5:00 xiyyaaronni waraanaa Itoophiyaa ta'uu shakkaman, dhihoo magaalaa Maqaleetti haleellaa raawwatan.

Gaazexeessaan BBC ijaan argee, viidiyoos waraabe akka ibsetti, miidhaan lammiilee nagaarra gahe hin jiru. Addatti bakki haleellaan raawwates ifatti hin beekamu.

Viidiyoo waraabame keessatti jettiin waraanaa saffisaan qilleensa magaalattii yeroo qaxxaamuru agarsiisa. Jiraattonnimmoo yeroo mana manatti baqatan kan mul'isu dha jechuun BBC'n ibseera.

@hawiTames
@hawiTames




@like dan repost
Pirezidantiin Peeru muudamanii guyyaa shan booda aangoo gadhiisan!

Pirezidantiin yeroo Peeru mormii mootummaa isaanirratti taasifameen namoonni lama ajjeefamnaan aangoo gadhiisan. Maanu’el Meriino erga aangotti dhufanii torban tokko gadiidha.

Kana dura Af – yaa’ii Kongirasii kan turan Merinoon, Maartin Vizkaaraa sababa himannaa matta’aan aangoorraa Wiixata darbe kaafaman bakka bu’anii ture.

Namoonni siyaasaa erga mormitoonni ajjeefaman booda Merinoon akka ka’an gaafachaa turan.

Maddi: BBC
@hawiTames
@hawiTames




Jaalala♡Qulqulluu💖 dan repost
Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)
꧁◆━━━━━━◆❃◆━━━━━━◆꧂

1. Namoota seenaa hojjatan
2. Namoota seenaa barreessan
3. Namoota seenaa dubbisan


➤ Kuni hundinuu walqabatanii hojii hojjatu.

➤ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u.

✪ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta.

✪ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta.

✪ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taata
.

꧁◆━━━━━━◆❃◆━━━━━━◆꧂
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
▃▅▆█✭JOIN✭█▆▅▃
@SabaifAbduselam14
@SabaifAbduselam14
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆


#OduuAmmee

Hidhamtootni Siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad fi Obbo Baqqalaa Garbaa dhukkubsachuu isaanii Gareen Abukaattotaa Hidhamtootaa Siyaasaa Oromoo beeksise.

Guyyaa kaleessa Sadaasa 5/2013 obbo Jawaar Mohaammad dhukkubsachuun haakiimootni isaa akka dhufanii yaalaniif yaammatee turus gareen kun hubachiiseera.

Haa ta'uu malee hakiimonni isaa lama mana hidhaa Qaallittii dhufanii isa arguu hin dandeenye. Sa'aa 2 fi cinaadhaa oli tursiisanii booda hakiimota galchuufii hin dandeenye, dhoorkamanii deebi'anii jiru.

Obbo Baqqalaan guyyaa 4 dura miilli dhiitayee/Iitayee dhukkubuu himatus hanga har'aa hin yaalamne. Sababa kanaanis hidhamtootni Qaallittii hundi maatii dubbisuus tahee nyaata fudhachuu didanii lagatanii jiru jedhamee.

Haalli qabiinsa hidhamtoota siyaasaa obbo Jawaar Mohaammad faa gadii bu'aa adeemuu isaa hubachuu dandeenyee jirra jechuun Gareen Abukaattota Hidhamtootaa Siyaasaa Oromoo ibseera.
@hawiTames
@hawiTames


#Oduu Amme

Biiroon Barnoota Oromiyya barnoota sadasa 7 ni eegala jedhe yeroo hin beekamne jijjiree Ajaa'ibaa


"A People that elect corrupt politicians, impostors, thieves and traitors are not victims but accomplices."

~ George Orwell.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

290

obunachilar
Kanal statistikasi