LIMA FOXTROT FOXTROT


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


This Channel is Created To Clench Victory Of That The Hijacked QEERROO & QARREE Revolutions in OROMIA Again.!!!!
💓💚💓

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


ፓትርያርኩ ታገዱ
--
የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያን አቡነ ማቲያስ ለቅዱስ ሲኖዶሱ ቡራኬ ከመስጠትና ንግግር ከማድረግ መታገዳቸውን ምንጭ በመግለፅ ኢትዮ ፎረም ዘግቧል። ቅዱስ ሲኖዶሱ ፓትርያርኩ ቡራኬ ከመስጠትና ንግግር ከማድረግ ካገዳቸው በኋላ የትግራይ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያን አባቶችን የክህደትና የኑፋቄ ተግባር ፈጽሟል በማለት አውግዟል።


Jabeessaa WBO dan repost
Ada'aa Bargaa❗

Lixaa shaggaar aana ada'aa bargaa Kaabinoonni Sodaa Leencichaan wal nyaachutti jirti💪
Kaabinooni hedduun Sababa adda addaa funaanuun Aanicha irraa baqatanii jiru,yeroo ammaatti Bulchaa Aanichaa Obbo Kumalaa Hirphaa Dabalatee hedduun isaanii torbee tokkoof aanicha irra hin jiran.
Sababni ittiin Sokkan:
1,Walgayii
2,Na dhukkubaa
3 Jijjiirraa barbaannaa fi kkfn jechuun baqachaa jiru!.
kan Aanicha Bulchaa jiru yeroo ammaatti
Milishaa (Qonna Dheecho ) Duwwaadha.Kaabinoonni Aanichatti hafte Warra aanicha irraa hojii hafanitti bilbiluun Arrabaan dhukkee wali irraa kaasaa jirti.
kalee Galgala Sababbii Leencichi aanicha seenuun magaalaa incinnii keessaa #basaastuu funaanef jecha guyyaa hardhaa wal shakkii guddaan uumamuun milishoonni hojjattoota dabalatee namoota hedduu uleen tumaa oolte!.
Yeroo ammaatti Aangoon Waarsholii Gurguddoodhaa hanga Aanichaatti kan hoogganamuun Milishaa fi Damee Milishaa qofaani.
Raasi Raasi..... Waliin ishee Raasi..

#OROMIYAAN_BIYYAA💪


Jabeessaa WBO dan repost
መረጃ፦እነዚህ ምስላቸው የሚታዩት የንጃፈቃድና ፎቶዎች #በቢሾፍቱ_ከተማ እና #በሞጆ_ከተማ የፋኖ ገዳይ ስኳድ አባላት ናቸው......ቄሮ የምታደርገውን አንተ ታውቃለህ!!!


Arraata Biyyoolssaa Oromiyaa dan repost
Qonnaan bultootni dirqiin qamadii fi ruuzii akka qotan taasifamaa jiraachuun barame.


ONM-ABO Hagayya 2,2023 Murni bilxiginnaa erga qamadii alatti ergina jechuun miidiyaan dubbate ooyiruu qonnaan bultoota gara misooma qamadii fi  ruuziitti deebisuun qonna duraan fayyadamaa turan humnaan dhaabsifamuun rakkoof saaxilamaa akka jiran dubbatu.
 
Qonnaan bultoota Oromiyaa cufa keessa jiraniin ooyiruu keessan qamadii fi ruuzii qotuu qabdu jedhamuun caasaaleen murna bilxiginnaa bakka bulchaa jiranitti dirqamsiisaa kan jiran yoo ta'u, sababa kanaanis midhaan ittiin maatii isaanii jiraachisan hin qotatin ba'aa jiraachuu dubbatu.
 
Qonnaan bultootni kunneen waan murni bilxiginnaa siyaasa isaa miidhakfachuuf hojjechaa jiruun, rakkoon beelaa akka itti dhufuu danda'u tilmaamuun, qonni qamadii fi ruuzii haala qilleensaa osoo adda hin baasne humnaan geggeeffamaa jiru kasaaraa malee bu'aa nuuf hin qabu jedhan.
 
 
Qonna qamadiin oomisha allatti ergine jedhan kanas, bara oomishaa kana qonnaan bultoota Oromoo Arsii fi Baalee irraa dirqamaan gatii gadi buusanii bitaa turan.
 
Oomisha qamadiin alattis uummatni dirqiin booyyee akka horsiisu karaa waajjira qonnaa  dirqamsiisaa jiru.
 
 
Murni bilxiginnaa oomisha qonnaan midhaan nyaataa irraa hafaa oomishne jedhanis baatii Adoolessa darbee dhimma qamadii kadhachuu irratti pirezidaantii Yuukureen waliin Abiy Ahimed dubbachuu fi impaayerattii keessatti namootni miliyoona 20 ol ta'an gargaarsa kanneen barbaadan ta'uun ni beekama.
 
 
Godina Arsii bahaa aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti dararaan uummata Oromoo irratti raawwatu jabaate.


ONM-ABO Hagayya 2,2023 Godina Arsii bahaa aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti waraana murni faashistii PP bobbaaseen uummatni nagaan qe'ee isaa irratti dararamaa jira.
 
Kaleessa Hagayya 1,2023 halkan sa'a 4:00 irratti waraanni maafi'aa PP magaalaa Ogolchoo irraa gara magaalaa Caffee Jilaa dhaquun uummata gadi baasanii reebuun namoota lama badii tokko malee qabanii deeman.
 
Namootni qabaman kun Amaanaa Roobaa fi hojjetaa fayyaa Muusaa Ayyaanoo jedhamu yoo ta'u, namootni kun qabamuun erga reebamanii galgaluma edaa magaalaa Ogolchootti geeffamuun barameera.
 
Kana malees magaalaa Caffee Jiilaa keessatti nama tokko irratti qofa rasaasa 25 dhukaasuun namichi harkaa ba'e.
 
Aanaa Zuwaay Dugdaa kana keessatti waraanni Abiy Ahimed barcuma siyaasa isaa tikfachuuf bobbaaseen qonnaan bultootni,  hawaasni daldalaa fi barataan kan goolamaa jiran yoo ta'u, tajaajilli aanichaa kamuu waraanaaf ooluun hawaasni Ambulaansii illee dubartoota ulfaaf dhabuun lubbuun darbaa akka jiru gabaasuun keenya ni yaadatama.


Arraata Biyyoolssaa Oromiyaa dan repost
Godina Lixa Harargee aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti nama tokko ajjeessan.


ONM-ABO Hagayya 2,2023 Waraanni faashistii PP Oromiyaa keessatti ilmaan Oromoo badii tokko malee haalota adda addaan dararuu irra darbee, lubbuu namootaa marartoo tokko malee ajjeessaa jira.
 
Jimaata darbe Adoolessa 28,2023 godina Lixa Harargee aanaa Shanan Dhuuggoo araddaa Abbaa Caffii keessatti qonnaan  bulaa  Jamaal Yuuyyaa jedhamu badii tokko malee waraanni faashistii PP ajjeessan.
 
Jamaal Yuuyyaa hojii qonnaa isaa malee yakka tokko keessattuu hirmaatee kan hin beekne ta'us gareen maafi'aa PP jiraachuu uummata Oromoo hin barbaanne rasaasaan rukutaniiru.
 
Aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti caasaaleen bilxiginnaa waraana waliin ta'uun uummata dararaa kan jiran yoo ta'u, uummanni hojii dhuunfaa isaa bilisaan bobba'ee hojjetachuuf haalli jiru yaaddessaa ta'uu jiraattootni dubbatu.
 
 

Godina baha Shaggar ona Boosat  keessatti hidhamtoota siyaasaa irra miidhaan ga'aa jiru haalaan yaaddeessaa ta'uu jiraattonni dubbatu.
ONM-ABO Hagayya 2,2023 Murni siyaasni isaa sabboontota ilmaan Oromoo biratti jibbame bilxiginnaan, kufaatii isaa hubachuun humnaan  barcuma siyaasa isaa cimsachuuf  namoota nagaa dararuu hammeessee kan jiru yoo ta'u, namoota to'annoo seeraa jala jiran osoo hin hafin manneen hidhaa keessatti miidhaa gurguddaa irraan ga'aa jira.
 
Haaluma kanaan godina baha Shaggar aanaa Boosat magaalaa Doonii keessatti waraanni murna bilxiginnaa namoota jumlaan hidhuun hidhamtoota rooba keessa bulchaa jiraachuu jiraattonni dubbatu.
 
Namoota tuttuqaa siyaasaa tokko malee qabamuun haala hamaa ta'een dararamaa jiran keessaa  kan maqaa arganne Roobaa Tulluu, Bariiisoo Dagaagaa, Dhaqqaboo Badhaadhaa fi Kabbadaa Nagawoo kanneen jedhaman waraanaa fi geggeesitoota murna bilxiginnaan rakkoon kun irra ga'aa jira kan jedhan jiraattootni, namootni kun hawaasa gidduutti, nagaa fi jaalalaan jiraachuu malee yakka akka irratti hin argine himu.
 
 
Aanaa Boosat magaalaa Doonii kana keessatti ajjeechaan jumlaanis raawwachuun sodaa kanaa namootni hedduun magaalicha gadhiisuu illee dabaluun ibsaniiru.
 


እነዚህ ከላይ በፎቶግራፍ፣ በመታወቂያ እና በመንጃፍቃድ ላይ ያሉት አካላት በቢሾፍቱ ከተማ የፋኖ ገዳይ ቡድን አስተባባርዎች ሲሆኑ እሰከ ፊንፊኔ፣ ሞጆ እና አዳማ ጭምር ይንቀሳቀሳሉ።።።!!!!
😈😈😡😈😈


Save Oromia 💪 dan repost
በኦሮሚያ ድምፃቸውን አጥፍተው ያሉ የአራጁ የፋኖ መልዕክተኞችን በአግባቡ መመልከት ጥሩ ነው። እርግጥ እርስ በርስ ስላለው ፀብ አያገባንም።




Save Oromia 💪 dan repost
የአማራ የእርስ በርስ ፀብ እንደቀጠለ ነው። ይህ እርግጫ እዛው በራሱ ዛብያ እስከሆነ ድረስ ይበረታታል። 💥💥


Dhiiroo Garbii dan repost


Dhiiroo Garbii dan repost
Bahaaf dhiha jennee yookaan kaabaaf kibbaa
Alagaan butamuu roorroof hidhaa jibbaa
Barattoonni Oromoos murannaan ka'anii
Utuu qabsaawanii kan wareegamanii
Seenaan hayaadatu dhiiraaf shamarranii
Wayyaannee weenatuun kan dalgaa fafaa
Maqaleetti ajjeesan Simee ilma Tarrafaa
Qubee waan barsiiseef sabaa uumanii
Shifrraa Fayyisaa kan gad waamanii
Loliisaan ajjeesan rasaasaan tumanii
-
Qotataan Oromoo mirgasaa ukaamamuu
Guddina dhorkamuu itti roorrifamuu
Hidhaa itti taanaan warra nyaaphaan mormuu
Barattoota keenya warra ukkaamfame
Baay'isaa Baabsaatiif Mulugeetaaf Abdataa
Asaffaa Ittafaa fi Balaay Baay'isaa
Wayyaaneef jaleensii waloon itti duultee
Sabootota ajeeftee qabsoo ukkaamsuu yaaltee
-
Qaroof sabboontonni sanaaf hin sarminee
Roorrootti dhaabbachuu tasa tole jannee
Mirga Abbaa biyyummaa Oromoon sarbamuu
Finffinee baafamuu...
Jaleen tole jattee keessaa arihamuu....

Warri isaan belbelchee guddoo isaan aarsee
Guutummaa Oromiyaatti ka'ee wal dammaqsee
Kunoo har'as J/Marroo'n Jajjabee hidhachiisee
Qabsoo Abbaa Biyyummaa bakkayyuu finiise.!✊
-
Abdiisaa Tummee 'tiin!👏
-
Itti fufa..!🥰


Dhiiroo Garbii dan repost
Qabsaawota kufan
Yoomuu hin irraafannu
Bilisummaa Oromiyaan
Gumaasaanii haabaafnu
-
Roorroo alagaa baachuu
Garaan isaan diddee
Baddaaf Gammoojjiitti
Warra diina hiddee
-
Qaamaaf lubbuusaaniin
Qabsoo haqaa fufee
Saba Oromoof jecha
Warra falmarratti kufe
-
Dagaleewwan Oromoo
Boonsitoota qomoo
Taadee Birruuf Baaroo-
Gudinaaf Baharoo
-
Hayle/Maaram Gammadaa
Muhee Abdoof Maammoo
Warra akka Kariim Saaddoo
Abdullaahii Ganamoo
-
Yoomuu ni yaadanna
Tasallee hin irraanfannu
Kaayyoo saan kufaniif
Qabsoon fiixa habaafnuu
-
Qabsoo Dirree Bahaa
Dhiigaan tattaraaranii
Hayyoottan Oromoo
Diinaan kan dhumanii
-
Gadaa Gammadaatiif
Abboomaa'f Magarsaa
Dhaddachoof Boruufaa
Marii fi J/Caccabsaa
Fafamii fi Gazuu
Warra Seenaa boonsaa
-
Irranaa Qacaleef,
Dhaddachoof Mullataa
Faajjii saanii olkaasuuf
Nurratti amanataa
-
Bobbaa Qabsoorratti Hoggaa marfamanii
Amantiin of oolchuu Nyaaphaan qoramanii
Nuti dhiigaan tokko tasa adda hin baanuu
Amantii fi Kutaan gonkumaa qoodamnuu
Lubbuu oolchuuf jecha kaayyoo hin dagannu
-
Jedhanii didanii
Kaayyootti cichanii
Tokummaa Oromoo
Lubbuun kabajanii
Waliin dhaabbatanii
Cofoo du'aatti kutanii
Dhiha Oromiyaattis
Kan dirree saaqanii
Jaleef gabroonfattuu
Adoo adamsanii
Giraayii Sonkaatti
Kan summiin dhumani
-
Abbaa Tolasaatii'fi
Yohaannisiif, Galmeesaa
Warrakka Suleeymaaniifii
Ka akka Taaddasaa
Gantuu tuudhaa ganamnee
Nu summiidhaan dhumnee
Kaayyoon nuti kufneef
Akka achiin hin hafnee
Jaallanni jajjabaadhaa
Faajjii keenya kaasaa
Bilisummaa Oromiyaa
Gumaa keenyaan baasaa
-
Jedhanii dhaammatuu nutti amanatanii
Galfata Oromummaa nutti kennatanii
Mammaramanii ciisan wal boraafatanii
-
Baddaa Baabaa Guutuu
Warra akka Qindeessaa
Osoo lolatanii,
Kanneen ta'an aarsaa
-
Gammoojjii 'Billiqaa'tti
Hundaaf taate fakkii
Diina gogombiftee
Goota goote dukkii
Intalli Baarentoo, Jukkii
-
Shamarran Oromoo
Warreen akka Saartuu
Ashaa sabboontittii
Kan loltee lolchiiftu
Qabsaawota Oromoo
Seenaan hin dagatu
Kaayyoon saan kufaniif
Lalisee haa guddatuu
-
Warra akka Nuuraddiiniifi
Kanneen akka Qorkee
Jaallan kaayyoof kufan
Diina muran kokkee
-
Lubbuu itti wareeguun
Kanneen fufan qabsoo
Abdurahiimiif Bichee
Daslamiif Xaasoo
-
Mahamad Jiloof Xahaa
Geetaachoo fi Guddataa
Murannoosaan qaban
Seenaa'tu dubbataa
-
Guutamaa Hawaasiif
Mull'is Abbaa Gadaa
Aarsaa lubbuu baasuun
Kanneen eegan Waadaa
-
Baddaaf Gammoojjii'tti
Qabsaawaa qabseeysaa
Warra akka Nagaasaaf
Murteessaaf Araarsaa
-
Micuquuf, Waaq-gaarii Boruuf Guutuu Caalii
Dagaaf Baay'isaaf, Warra akka Mahamd Alii
Qabsaahoo gameeyyii warra akka addeessaa
Jaallan isaan waliin lammiif ta'an aarsaa
Goota akkasii dhabuun gubee nama aarsaa
Silaa du'a taatee raasnee saan hin kaafnuu
Faajjii saanii olkaafnee dachaan haqabsoofnuu
Bilisummaa Oromiyaan...
Gumaasaanii habaafnuu!✊

Baakkotti marfamee rasaasaan dhahamee
Siif rasaa finnuu jaleedhaan jadhamee
Ueedhaan reebamee Baacaa ajjeefamee
Nageelee Booranaatti ngaadhaan sobamee
Saboonticha luboo Gammachiis rashaname
-
Gochaa suukanneessaa kan garaan nugubatu
Farrummaa Habashaa kan seenaan dubbatu
Bilisummaa Oromiyaan...
Ekeraansaanii haboqatu!😔

Jaallan fakkii gaarii warra isaan boodaa
Warra akka Buruuysoo warraka baroodaa
Warra Yaasiin faa warrakka Hurreessaa
Gootota akka dirree leenca ak hireeysaa
Irbuu seenan eeguuf lammiif ta'an aarsaa
-
Goonni akka isaanii baay'ee hin danatuu
Kaayyoo isaan kufaniif lalisee haguddatu
Qabsoo itti haa fufnuu galiis haa rukutuu
-
Kaayyoonni ganamaa galiisaa rukunnee
Qabsoon saba Oromoo ammaleen dhaabanne
Lubbuutti wareeguunis nubiraa hin hafnee
-
Shira Gabroomfataa sirriitti hubatanii
Iyyii iyya labsii waliif dabarsanii


የኦሮሞ ሕዝብ በአዳማ እና በአካባቢው የምትኖሩ በአሁኑ ሰዓት የተደራጀው እና በተለያየ ቦታ የመሸገው የነፍጠኛው ቡድን በግልጽ እንቅስቃሴ የጀመሩ ሲሆን፥ በተለይ ቀዳሽ እና ተኳሽ የእምነት አባቶች የሚባሉት በሙሉ በያሉበት ከቤተ-ክርስትያን እሰከ መኖርያ ቤታቸው ሁሉ የእምነት አባት ብሎ ማመን ያበቃለት ስለሆነ በተደጋጋሚ ስንጮህ የነበሩት አፋን ኦሮሞ ተናጋሪ የጉድፈቻ አባቶች ዋናው አስተባባርዎች የምስራቅ ሸዋ ሀገረ-ስብከት ም/ ስ/አስክያጅ ቄስ ነጋሽ ሀ/ወልድ ቄስ ጌቱ ሞቲ በተለይ ዋናው የፋኖ አስተባባሪ ቤተ እምነት ውስጥ የመሸገው መላከ ምህረት ቄስ አለሙ ደለለኝ ሀገረ-ስብከት ውስጥ የሚሠራ ፈቃድ ተሰጥቶት ምንጃር ከሔደ ወራቶች የተቆጠሩ ሲሆን ሌላው መሪጌታ ይባቤ ሁነኛ መድኃኔአለም ቤተ-ክርስትያን የሚሠራ ሁለቱ በደካ አድ በሚኖሩ ሢሣይ ለማ እና ሀብታሙ አለማየሁ አማካይነት የጦር መሣርያ ውሀ ሥራዎች ጋ ካስገቡ በኋላ በአሳቻ ሰዓት ወደ ከተማ እና አቦ ቤተ-ክርስትያን እያስገቡ ሲሆን በከተማው ውስጥ የተደራጀው ኃይል በፀጥታ ዘርፍ ባላቸው መዋቅር እየገባ ነው። ስለዚህ በየአካባቢው ያላችሁ የኦሮሞ ልጆች የሁኔታውን አሳሳቢነት በመረዳት በየቦታው ክትትል እንድታደርጉ እንጠቁማለን።።።!!!!
😈😈😈😡😈😈😈


Dhiiroo Garbii dan repost
#𝐄ertiran

Kaaban #𝐓igiree irratti dhukaasa cimaa bantee wal tumaa oolani.

RIB callistee ilaalaa jirti.
Kikii...


Dhiiroo Garbii dan repost
Guddaa fi Kiiramuu
Waraanni

Faqadaa fi kan Mosee sana warri bakka isaan jiran beektan eeru kennaa yeroo dhumaaf ni qulqullaa'u adaraa kessanii pls!!


Dhiiroo Garbii dan repost
"Uummati Amaaraa qe'ee isaa irratti qaama kamuu naan ta'u jedhee amane ofirraa lolee rukutee baasuuf mirga guutuu qaba. Isa kaan waan isa galchu hin qabu.
Oromoon yeroo maraa kana yaadu qabu biyya isaa akkamiin dhunfatee irratti of bulchuu male olola Qoshaashota OPDOfi gurmuu titiisoti ishee afuuftu miti. Titiisi qoshashaan irratti hirkatee jiraatu yoo haxahamuuf jedhu hin jaallatu. Numa huursa.Mana isaatikaa"😊


Dhiiroo Garbii dan repost
Ummanni kallattii Kiiramuu fi
Giddaa,Eebantuu fi Haroo Limuu fi naannoo sanarraa

waraana Faqqadaa fi miseensota isaaniin rakkataa turtan hundi keessan kallattii waraanni sun jiran odeessa sirrii kennaa, rakkoo hadhooftuu sana keessaa akka baataniif!
Hattuu magaalaa fi Bosona da’eeffattee ummata Oromoo saamtu qulqulleessuun amma!


#AMMEE

𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗜𝗻𝗷𝗶𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶𝗻

Birgediin Bakakkaa, Baha Wallaggaa Keessatti Lola jabduu gaggeessaa ooluun injifannoo galmeessee jira.

Bireenii 9, Diishqaa 1, Booji'amtoota 26, AKM heedduufi hidhannoolee lolaas irraa hiikeera.

ABO-WBOn haa Waaru.

OROMIYAAN BIYYA.!!!!
❤️💚❤️
💪💪💪



19 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

182

obunachilar
Kanal statistikasi