Bontu Bekele


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Dhugaa sabaa kooti nan dubbadha!

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Moonet Beeksisaa dan repost
Waan jarri odeessitu siyaasa jedhanii gara waltajjiitti fiduu otoo hintaane, uummata yaada akkasii qabu, paarkii geessanii waraabessa wajjin bakka takkatti galchuu barbaachisa. Uummata Awuu! https://t.me/joinchat/BE9zV8A6SUs3NGY0


Waan jarri odeessitu siyaasa jedhanii gara waltajjiitti fiduu otoo hintaane, uummata yaada akkasii qabu, paarkii geessanii waraabessa wajjin bakka takkatti galchuu barbaachisa. Uummata Awuu!🙄


Moonet Beeksisaa dan repost
-Dhiyeenyatti alaabaa tanaan faayamtanii, Oromoo dura dhaabattanii, jaalalaa fi gammachuudhan wal haammattanii, kan garaa garaa dudubbachaa...

-Muudannoo fi muuxannoo dabarsitan, dabarsaa jirtan seenaa hedduu kaleessaa fi har’aa kana haasawaa wayta akkanatti muul’attan natti muul’ata, nan arga! Dhiyeenyatti, dukkana kana bariittii!❤️
https://t.me/joinchat/BE9zV8A6SUs3NGY0


Moonet Beeksisaa dan repost


Moonet Beeksisaa dan repost
"Ummanni Gabrummaa jala jiru yoo fincile yakkaa miti."

Jawar Mohammed

Eeyyeen Jawar Mohammed sirrii dubbate. Ummanni cunqurfamee kamuu cunqursaa jalaa bahuuf falmachuun haqaa turee fi jiru dha. Fuuldurattis, haga cunqursaan jiruti itti fufa. Kuni mirga namuu dhalootan qabu. Seenarra akka hubannutti biyyi kamuu, yeroo fi bifti isaa adda adda haata’u malee, falmii kana keessa darbanii ijaaramani. Carraan uummataa Oromoo fi Oromiyaas kanaraa adda hin tahu. https://t.me/joinchat/BE9zV8A6SUs3NGY0






#BahirDar_now!
Jarri bineensonni Abbichuun leenjifate ‘Abiy akka gaaritti Oromoo nuuf balleessaa hinjiru’ jechuun bool’aa yaa’anii ammaantana akkanatti jiru! https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U


Maaloo maaloo jettee miilatti kuftee laata badhaadhinni Oromiyaa Bilxiginnaan Amaaraa har'a afaan biraa haasa'aa jira.
GONDAR!! https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U


Namni oromoo gane daakuu gurguree daaraa bitee nyaata


"Ummanni Gabrummaa jala jiru yoo fincile yakkaa miti."

Jawar Mohammed

Eeyyeen Jawar Mohammed sirrii dubbate. Ummanni cunqurfamee kamuu cunqursaa jalaa bahuuf falmachuun haqaa turee fi jiru dha. Fuuldurattis, haga cunqursaan jiruti itti fufa. Kuni mirga namuu dhalootan qabu. Seenarra akka hubannutti biyyi kamuu, yeroo fi bifti isaa adda adda haata’u malee, falmii kana keessa darbanii ijaaramani. Carraan uummataa Oromoo fi Oromiyaas kanaraa adda hin tahu.
👇👇👇👇👇 👇👇👇 https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U


Kalesssa galgala yeroon manatti galu balbala jalaa kana arge.
Filannoo dhaabbileen Oromoo keessaa dhiibaman ooggantootni mana hidhaatti ukkaamfaman filannoo miti.
Maqaa afuriin kan dorgomaa jiru dhaaba tokko! https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U




"Waraanni Bilisummaa Oromoo hardha Jeneraala Lolaati, gaafa Bilisoomnu Ambaasaddara Nagaati" Jaal Marroo

"Oromiyaa Keessa Filannoon Gaggeeffamu Hin Jiru, Kun Ejjennoo Waraana Bilisummaa Oromooti"


Afaan, Aadaan, daangaan fi safuun Oromoo eegamee dhaloota har’aa bira gahuuf Oromoota qaqqaalii kumaatamatu wareegame. Baroota gidduutti Oromooni diinoota fi hinaaftoota isaa hunda mo’ata asi gahee jira. Ammas aggaammii saba keenya irrattii aggaamame waliin ofirra qolannee Oromummaa itti fufsiisuu qabna.
Baga kabaja Ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo Geessani!https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U




Oduu Ammee:
Godina Shawaa kaabaa kan M/N/Amaaraa Magaalaa Haxaayyee Naannoo Jaarraa Waatatti Humni addaa naannichaa Mana dhalataa Oromoo tokko halkan sa’aatii 4:45 gube jedhu jiraattonni.
Bajaajonni 4 haleelamuu odeessi achii nu gahe ni mul'isa. Kana hordofee Oromoonni yaaddoo hamaa jala jirra jedhu. Halkan haleellaan jiraachuu waan danda'uuf of eeggannoo godhaa jechaa jiru.
Rakkoo kana tasgabbeessuuf Raayyan Ittisa Biyyaa garas socho'aa akka jiru Jiraataan OMN qunname himeera.
Hogganoonni hawaasaa fi amantii kallatti garaagaraatiin walii dirmachuu fi gocha seer-alummaa kamuu qaama nageenyaaf eeruu akka kennu waamicha gochaa jiru. OMN


Bakka jirtanitti baga Ramadaanaan isin gahe! Yeroon harka diinaa keessaa baatan fagoo miti! https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U


Baga ittiin isin gahe hordoftoonni amantaa muslimaa marti keeysan!

#Ramadan_Karim
https://t.me/joinchat/Qvj9kLrYTBps1p4U


Ergamtummaa wayyaanee irraa gara Shaabiyaatti!!
Ergaman malee hin jiraatani.

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

5 305

obunachilar
Kanal statistikasi