Taphaa fi qoosaa™


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Koflaa boqodhaa!

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Yoon chaanaala kana hiriyyoota khiyyaaf 'share' godhuu baadhe, rabbiin balaa natti haa buusu!
.
.
.
😊
.
.
.
😁
.
.
.

😂
.
.
.
.
😃
.
.
.


🤣


Share godhikaa ree abbaa khiyya maal eeyda? Kakattee jirtaa bar 😁


Joollee ol-guddattuu tana hamiilee jabeeysaaf mee! Hamilee teenya tan arraatu milkaa'ina isaanii kan boruutiif anniisaa taha waan ta'eef, akka waliif godhan san godhaaf mee😂🤣🤣




Muuxxannoo khiyya kan bara dheeraa isiniif qooduu ?
Yeroo barnoonni baname isin warri hin dubbifne akkas godhaa; yeroo qormaataa barataa cimaa qofa eeguun dirqamaa miti. Barataa baay'ee dadhabaa bira taa'i. San booda yeroo inni DHUGAA godhu ati immoo SOBA goota yeroo inni SOBA godhu immoo ati DHUGAA gootakhaa abbaa khiyya. Yeroo inni akkuma amala isaa 1/10 fidu ati immoo meeqa fidda jechuudha¿ 9/10 fiddakhaa bro!🤣🤣🤣


Jarri adiin kun waa qusachuudhaan nutti hin qixxaatan!! jechi 'KNOWLEDGE' ja'u yoo NAAWLEEJ YKN NOWLEEJ ja'amee kan dubbifamu tahe, K fi D maal ichi keeysaa hojjatan jattan mee?😂😂🤣😋


Barnoota herreegaa waliin michuudhaan ture. Garuu guyyaa inni "gatii X" fi "gatii Y" na barbaachisuu jalqabe walitti buunee wal dhiifne!😋


Daa'ima xiqqoo tokkotu akka tasaa konkolaataakeessatti dubartii ulfaa argite. Itti dhiyaattee ulfashee kana yeroo dheeraaf erga ilaaltee booda gaaffii gaafatte.
#Daa'ima: Inni garaa kee keessaa kun maali?
#Dubartii ulfaa: Mucaa dha. #Daa'ima: Mucaa gaariidhaa? #Dubartii ulfaa: Eyyee, mucaa gaariidha.
#Daa'ima : Maaliif nyaatteree?!😂😂


Yoo form'ii guutuu dandeessan waan gaarii dhaa itti fayyadamaa!




In the month of remedan


Jarjartanii nama hin arrabsinaa, namaas hin arrabsinaa! Yeroo isiniin ja'an nama hin dhageessanii, warri #Taayyee arrabsaa baatan amma akka itti dhiifama gaafattaniin isin laala! Jannaaniin

"Hay #harreenniis afooyna lillaahii ni ja'aanii sa¿" naan hin ja'u seetanii
Kun...






Ana:- Abbaa niin fuudha

Abbaa:- Dafii "anaatu balleeyse" naan ja'i

Ana:- haay maal waaniin balleeyseef?

Abbaa:- ati "naatu balleeyse" ji'i

Ana:- hay maaliif?

Abbaa:- ati "naatu balleeyse" ji'i

Ana:- hay maaliif?

Abbaa:- "Naatu balleeyse" ji'i

Ana:- sababa tokkoon maletti moo??

Abbaa:- eee

Ana:- hayaa naatu balleeyse

Abbaa:- baqqaa amma ni fuuta! 😘😂😂😂😂😂😂
Jaartii fuudhuudhaaf sababa tokkoon maletti "Naatu balleeyse, badiin tiyya" jachuu danda'uu qabda!
😳😂😳😳😳😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂


#Dubartoota amansiisuuf nama rakkatuutu na ajaa'iba!

Saahiba kiyya isaan si dhiisii fuula isaaniituu amanuu dhabuufi #daawwitii meeqa borsatti guurratanii daqiiqatti yeroo 10nii ol if laalaa oolanii bar😁








Ibsa ministeera qaraatii olaanaa 👇👇

Gaazixeessaa : 🎤🎤Barattoota maaliif mooraarraa gaggeessitan¿¿
Deebii :🎤🎤1.Barattoota #WiFi fayyadamuuf walbira tattaa'anii fi
2.Barattoota #Wife bira deemuuf dallaan utaalan🤾‍♂🤾‍♀ waan dadhabneef.😂😂


Eega manaa hin bahinaa ja'an, maaliif akkuma #maskii san #jaartiis nuuf hin raabsine¿😂

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

4 677

obunachilar
Kanal statistikasi