Bilchina Sammuu ๐Ÿ†


Channel's geo and language: Somali, Somali
Category: Quotes


โ€ข Dubbiilee hayyootaa
โ€ข Gorsaa fi Xinsammuu
โ€ข Ergaalee kitaabaa
โ€ข Seenaa beektotaa
Join Us https://t.me/Barruu_Bektoota
Bilchina sammuu https://t.me/Bilchina_Sammuu
Namuusa Namuummaa
https://t.me/Namuusa_Namuummaa
Contact me @Guluma_Hailu0912

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Somali, Somali
Category
Quotes
Statistics
Posts filter


Woowwww badhaasa 10๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

carran kun sin dabrin amma online irra jirta taanaan carraa kanati fayyadami .

Badhaasa nama 10 qofaaf qopha'e kanati hirmaachuf bakka add jedhu tuqi join.


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,


Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.

Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?


Woowwww badhaasa 10๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

carran kun sin dabrin amma online irra jirta taanaan carraa kanati fayyadami .

Badhaasa nama 10 qofaaf qopha'e kanati hirmaachuf bakka add jedhu tuqi join.


Badhaasa kaardii gaaffi sadarkaa qabun qophesssine jirra kanneen gadii keessaa tokko filachun irratti hirmaadhu.


Namni yeroo ammaa online irra jirtu carraa yeroo biraa argachuu hin dandeenye kanati fayyadami
Ammuma iddoo add jedhu tuquun Unlimited data kan torban tokkoo galama'i.

Nama 15 qofa dha wan ta'ef itti fayyadmi.
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,


Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.

Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?


Namni yeroo ammaa online irra jirtu carraa yeroo biraa argachuu hin dandeenye kanati fayyadami
Ammuma iddoo add jedhu tuquun Unlimited data kan torban tokkoo galama'i.

Nama 15 qofa dha wan ta'ef itti fayyadmi.
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


Badhaasa kaardii gaaffi sadarkaa qabun qophesssine jirra kanneen gadii keessaa tokko filachun irratti hirmaadhu.


Namni yeroo ammaa online irra jirtu carraa Unlimited data kan torban tokkoo kanati fayyadami .

Mallattoo ida'uu gara gadii jiru altokko tuquun join goota.

Dafi nama 10 caallan nii dhabbata wan taef
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Daqiiqaa 17 booda ni haqama,,


Gaaffiii kaardii abbaa 200 badhaasuu dha.

Barri beelaa Ethiopia keessatti baayyee rakkisaa ture bara meeqa?


๐–๐จ๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐จ๐ก๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐›๐š๐ฌ๐ก๐š๐ง๐š๐ง๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐š?
๐Œ๐š๐š๐ฅ ๐ž๐ž๐ ๐๐š ๐ค๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐ฌ๐ก๐š๐ง๐š๐ง๐ข!


Yaadota Baay'ee Barsiisoo kana dubbisii namoota biroof illee qoodi


1.Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari!
2. Argii jalqabi malee arguu qofaaf hin jalqabin! Dhaga'ii ba'i malee dhaga'uu qofaaf hin ba'in!
3. Ofii kee wajjin yeroo bal'aa fi sirrii ta'e qabaadhu!
4. Kan nama kuffisu baay'ina rakkinaa osoo hin taane, mul'ata xiqqoo fi obsa xiqqoo qabaachuudha!
5. Miidhama sirra ga'eef beellama haaloo ba'uu hin qabatin. Yeroo hundumaa ilaalchaa haaloo ba'uutu sirratti mo'a waan ta'eef.
6. Boriikeef karoorsi. Har'a keetti garuu gammachuudhaan jiraadhu!
7. Guyyaa tokko akka addunyaa lafarraa kana wajjin waliigaltee jireenyaa xumurtee deemtu(duutu) yeroo hundumaa yaadaa mana keetii ba'i akkasumas yaadaa mana keetti gali. Addunyaa daqiiqaa tokko booda waan ta'uu hin beekneef, nama hin jibbin ofiikees hin jibbin!

๐Ÿ‘‡
Miira xiiqii ๐ŸŽฏ ๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘†


Forward from: MIIRA XIIQII ๐ŸŽฏ
Gammaddii jiraadhu

Gammachuu kee haala jireenya kee waliin wal hin qabsiisin. Gammaduuf rakkoon dhabamuun dirqama miti; Yeroo rakkoo keetii kolfaan dabarsuu fi gaddaan dabarsuun filannoo keeti. Namoonni baay'en yeroo haala gaarii keessa jiran qofa gammadan. Ati garuu, yeroo hundumaa uumaa keeti fi namummaa kee qofatti
gammadi.

Addunyaan ati keessa jiraattu dachee tana osoo hin taane, sammuu kee keessa waan ta'eef, Yeroo keessi kee gammadu, Addunyaan tun waan ati gammaddeef si waliin kolfiti. sammuu kee keessa jiraachuu yeroo eegalte, Wanti ati rakkisaadha jettee yaadde salphaa taสผuu isaa nii hubatta. Gaaffin jireenya keetii deebii dhabee tures deebii siif argachuu eegala. Sana booda Namoonni baay'en madda gammachuu keetii baruuf si kabaju, si dhaggeeffatus. Namoota baay'ee biratti iddoo gudda argatta. Hojii keetin nii ajaa'ibsiifatamta. ilaa fira kooย ย  rakkina dachee tanaa dhiistee sammuu kee keessa jiraachun eenyummaa kee yeroo barte uummamuun kee qofti si gammachiisa.

Miiraa Xiiqii ๐ŸŽฏ
Horaa bulaa deebanaa


Dhiifama Baay'ee Ulfaataa Ta'e! ๐Ÿ†˜
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ป Dhiifama hunda keessaa inniย  baayโ€™ee ulfaataa taโ€™e ofiif dhiifama gochuudha. Badiin kanaan dura hojjenne ofuma keenya akka komannu (ceephaanu) nu taasisa. "Animee balleesseera, bakkan yaade dhiisee bakkan hin yaannetti argameera, waanan gochuu qabu dhiisee waan hin malle raawwadheera" jennee of kommanna! Eeyyeen dur hundumti keenya dogoggora hedduu raawwannee turre ta'a; har'a garuu guyyaa haaraa waan ta'eef wanta darbe yaadannee yeroo keenya qisaasessuu utuu hin taane, muuxannoo fudhannee fuuldura keenyarratti hojjechuu qofa nu barbaachisa. Wanti utuu hin beekin hojjenne hundi kaleessa keenya akka dhabnu nu taasiseera. Har'a keenya garuu lammaffaa akka nu jalaa fudhatu goonee badii biraa akka hin daballe, kan darbe hundaaf dhiifama haa goonu! ๐Ÿ‘

Miiraa Xiiqii ๐ŸŽฏ


Kitaaba, Ogeessicha..pdf
894.4Kb
๐Ÿ“š๐Ÿ“š Kitaaba Ogeessicha

๐Ÿ“ขJOIN AND ๐Ÿ”—SHARE

Channel keenya Hundaa bakka tokkootti argachuuf Join ๐Ÿ‘ˆ kan jedhu kana tuquun join godhadhaa ๐Ÿ™

๐Ÿ“šJOIN
Bilchina sammuu ๐Ÿ†

Barruu Beektotaa

Namuusa Namuummaa

Miiraa Xiiqii ๐ŸŽฏ

HB. Kitaabota pdf jiraan dubbisuu yoo feetan Kanan nu argatttu๐Ÿ‘‡
@Guluma_Hailu0912

๐Ÿ“š Kitษ‘ษ‘bษ‘ gษ‘ษ‘rii Dubbisuun sษ‘mmuu nษ‘mษ‘ษ‘ qษ‘roomsษ‘!


Galatoomaa ๐Ÿ™

Hordooftoota 6k gallee jirra.

Galatoomaa ๐Ÿ™
Yaada, qeeqaa, jajjabina fi komi yoo qabattan ๐Ÿ‘‡
@Guluma_Hailu0912

Bilchina sammuu ๐Ÿ†




๐–๐จ๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐€๐ค๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐จ๐ก๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐›๐š๐ฌ๐ก๐š๐ง๐š๐ง๐ฎ๐ฎ ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐š?
๐Œ๐š๐š๐ฅ ๐ž๐ž๐ ๐๐š ๐ค๐š๐ง ๐›๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ž๐ž๐ง ๐›๐š๐ฌ๐ก๐š๐ง๐š๐ง๐ข!


Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu

Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ


Mul'ataaf malee mul'achuuf hin hojjatin

Mul'anni kee bakka ati gahuu barbaaddu sitti mul'isa. Namni mul'ata qabu mul'ata isaa galmaan gahuuf jiraata. Namni mul'ata isaa galmaan gahuuf hojjatu galma ni ga'a. Namni mul'achuuf hojjatu galmi isaa mul'achuuf males mul'ata waan hin taanef galma gahu hin qabu.

Namni mul'ata qabuu fi mul'ataaf hojjatu akka Ifaa bara baraan hin dhaamnetti mul'anni isaa ol baasee isa mul'isa. Namni mul'achuuf hojjatu immoo yeroo ta'eef akka Ifaa billic jedhee takka ifee deebi'ee dhaamuu mul'atee bada. Yoomiyyuu yoo ta'e mul'achuuf osoo hin taane, mul'ata kee galmaan gahuuf hojjadhu.

Uffata feete uffadhu, konkolaataa feete qabadhu, barbaaddu xiyyaara feete qabaadhu, qabeenyi kee ittiin mul'achuuf osoo hin taane mul'ata kee galmaan ga'uuf hojjadhu.

Addunyaa kan jijjiiran namoota mul'achuuf dhama'an osoo hin taane, namoota mul'ata galmaan ga'uuf dhama'aniidha.

Join godha ๐Ÿ‘‡
ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹
ใ€‹ใ€‹ Miiraa Xiiqii ๐ŸŽฏ ใ€Šใ€Š
ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹ใ€‹

20 last posts shown.