Ministirri muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad aanga'oota biyyatti sadi muudaniiru. Ministira Haqaa kan turan Geediyoon Ximootiwoos (PhD) ministira dhimma alaa ta'uun muudamaniiru.Ministeera tajaajila kominkeeshinii mootummaa Itoophiyaatti itti aantuu kan turan Salaamaawit Kaasaa Ministira Tuurzimii gochuun muudaniiru. : BBC News Afaan Oromoo