BBC News Afaan Oromoo


Channel's geo and language: World, English
Category: not specified


Maddi Oduulee: BBC AFAAN OROMO
Maxxansa Public BBC Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbu miti, hubadhu.
Sababaa isaan Telegramaan odeeffannoo Maxxansaa hin turreef, Bara 2018 hundeesse.
↪️Yaada:@admiinii_bot
https://www.bbc.com/afaanoromoo

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
World, English
Category
not specified
Statistics
Posts filter






Ministirri Dhimma Alaa Somaaliilaand, Obbo Abdiiraahimaan Daahiin Adan, beekkamtii argachuuf waan dandeenyu hunda ni raawwanna ''garuu ammoo beekkamtii argachuuf jecha gara si'olitti hin imallu. Ummata keenyas hin miinu'' jedhan. : BBC News Afaan Oromoo










Taateen amma mudate kuni abiddi lafa keessaa bahaa waan jiruuf jiraattota naannichaa irratti yaaddoo fi rifaatuu guddaa akka uume jiraataan BBC'n dubbise himan. : BBC News Afaan Oromoo






Ministiirri Ittisaa Itoophiaa Ayishaa Mohaammad Kamisa har'aa Somaaliyaa galuu Rooyitars gabaase.Ministira deetaa hajaa alaa Somaaliyaa, Alii Omaar eeruun Rooyitars akka gabaasetti Ministiirri Ittisaa Itoophiyaa Moqaadishoo galaniiru. : BBC News Afaan Oromoo


Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa xalayaa mata duree ''dhiittaa mirgaa sababa amantiin hawaasa muslimaarra ga'aa jiru'' jedhuun barreessee Feesbuukii isaarratti maxxanse keessatti cunqursaa barattoota Tigraay kana balaaleffateera. : BBC News Afaan Oromoo


Ji'a Fulbaanaa darbe irraa eegaluun kirkirri lafaa sadarkaa adda addaa qabu naannawa gaara Fantaallee fi Affaarittii mudachuun ta'ii irra deddeebiin gabaafamaa turedha. Kun hangam yaaddeessaa laata? : BBC News Afaan Oromoo















20 last posts shown.