๐ช๐ฎ๐น๐๐ฎ'๐ถ๐ถ๐ป๐๐ฎ ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ฎ๐๐ฎ ๐ข๐ฅ๐๐ ๐ณ๐ถ๐ถ ๐ฌ๐๐๐ป๐ถ๐๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ๐๐ถ๐ถ ๐๐ถ๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ถ๐ป โ๐ธ๐๐๐โโ๐ 200 ๐๐ธ๐ธ๐๐๐ ๐๐๐โ๐ธ ๐๐๐ธ๐ธ ๐น๐๐๐๐๐ธ๐ธโ ๐ธโ๐พ๐ธ๐๐ธโ๐!
Duula yaalii moora ijaa Eebila 28 hanga Caamsaa 1, 2016tti guyyoota afuriif Hospitaala Yuunivarsiitii Jimmaa tti waltahinsa dhabbata gargaarsaa ORDA ( Oda research and development associatin) fi Yuniversiitii Jimmaatiin kennameen
Namoota 200 moorri ija jalaa uwwisuun, rakkoo arguu dhabuun rakkachaa kan turaniif ogeeyyii biyyaa teenyaa Hospitaalichatti muuxannoo waggaa dheeraa qabanii fii ogeeyyii biyya Tรผrkiye Dr. Nawaal hoggantuu BOARD qabatanii dhufaniin yaaliin bilisaa kennameen akka arguu dandaโan godhameera.
Gorsa fayyaaf
๐ @fayyaaoromoo
Gaaffiif
๐ @gaaffiikoo_bot
Bashannanaaf
๐ @jechama1