#Yuunivarsitii_Hawassa
👉Argama:-Naannoo Kibbaatti argama. Amma garuu sidaamaa jedhamuun waamamti.
👉Fageenya:-219Km Magaalaa Finfinnee irraa.
👉Haala Nyaataa
Nyaanni Foonii duraan Guyyaa lama ture, garuu amma kennamaa hin jiru dhaabbateera jechuudha.
Dilbata Ganama Daabboo tokkoofi Ruuziidha,guyya kaan garuu shaayii fi daabboon guyyaa sadii,shaayii fi firfiriin guyyaa sadii jechuudha, Laaqana irratti roobii fi jimaata paastaa daabboo tokko waliin kennama.kibxata,kamisaa fi sanbata xiqqaa immoo misiraa kenna.wiixata fi sanbata guddaa immoo shiroo kenna jechuudha.gara Irbaatatti yeroo dhufnu guyya guyyaatiin waljijjiraa shiroo fi dinnichatu kennama haalli nyaataa kana fakkata.
👉Haala Nageenyaa
Haalli Nageenyaa moorichaa keessa jiru baay'ee gaariidha.
👉Gatiin shaayii tokko qarshii 7 Gatiin bunaa 15
Haala shaayiifi buna irratti mooraa irraa mooraatti adda adda ta'uu danda'a maaliif yoo jettan mooraa 7 waan qabduuf jechuudha.
👉Kaffaltiin Konkolaataa Finfinnee irraa qarshii 227.
👍Rakkinni bishaanii hin jiru bishaan gahaatu jira.
👉Tajaajilli waayifaayii jira garuu ga'aa miti.
👉Idoo bashannanaa moora hunda hin jiru garuu mooraa Guddicha keessa Dstv 1 qofaatu jira .
👉Moorichi Muummee(Field) hunda qaba, Law fi Medicine dabalatee.
👉Muummee(Field) 'Engineering' fi 'Technology' hundaa qaba.
Walumaagalatti field hinqabne hin qabu jechuun ni danda'ama.
👉Yuunivarsitiin kun Kaampaasii 7 ykn branch 7 qaba jechuudha.
Isaanis Main, Tecno, Agriculture, referral, awada, wendo genet fi daye campus
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA