#Yuunivarsitii_Arsii
👉Teessoon:- Oromiyaa Finfinnee irra 150km fagaatee Kan argamuudha.
Yuunivarsitii Hadhuura biyyatiitti dhiyoo ta'an keessaa isa tokko yoo ta'u, Bakki argama Isaas Godina Arsi Magaaala Asallaati.
👉Haalli qilleensaa Ji'a Onkololeesaa malee Ji'a kaawwan baayyee namatti tola.
👉Kaampaasii 4 qaba,
3 Magaaalaa Asallaa jira 1 Magaaala Boqqojjii Asallaa irraa 56km fagaatee argama.
Barattoota social freshman simatee barsiisa, Kan hafan immo Natural barsiisu.
( Ardu , Dinsho, Health campus ) Fildi Social fi Natural heddu ni qaba keesattu fayyaa fi seeraaf baayyee filatamoodha garuu 'Engineering' barsiisuu hin eegalle.
👉Haalli nyaataa baayyee mijataafi fi Qulqullina Kan qabuudha, barattoonni baayyee fayadamoodha Torbeetti therefore'n guyyaa 3, Kan dhuunfaas ni jira Mooraadhuma keessa.
Bunni aannaniin birrii 10 shaayiin birri 5 nyaanni qarshii 30-45
👉 Haalli nageenyaa mooraa hundarrattuu baayyee gaariidha.
Kan Magaaalaa keessaas Saamichi darbe darbee muldhata malee baayyee namatti tola.
👉Bishaan ,mana fincaanifi WiFi.
Hamma tokko rakkinni Bishaanii jira malee, WiFi mooraa hundayyuu Jira( campus 4 ), bishaanis yeroo tokko tokko ni bada malee yeroo baayyee ni jira, baayyee baratootaratti rakkina hin uumu.
👉 Haalli doormii barattootaa Mijataadha, garuu yeroo jalaqabaa kana Haalli baratoonni baay'inaan waliin galan ni muldhata rakkina doormin wal gahuu dhabuutiin, garuu irra caalan isaa namoota 8-10 to doormi tokko keessa seenu.
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA