#Yuunivarsitii_Asoosaa
👉Bakka Argama isaa?
Naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti yoo argamu, Giddu gala magaalaa irraa gara Kaaba lixaatti taskii Qr 10 baajaajiin 15.
👉Finfinnee irraa km meeqa akka fagaatu?
Finfinnee irraa KM 670
👉Haalli Nyaataa Yuunivarsitichaa akkami?
Haalli nyaataa Yuunivarsitichaa akka Yuunivarsitii Itoophiyaa hundaatti yoon tilmaamu giddu galeessa natti fakkata.
Cireen ganamaa guyyaan sadii ruuzii + Lama silsii(Timaamtima), Daabboofi shaayiin guyyaa1 dha.
Laqaana guyyaan 5 atara kikkii fi misira Kikkiidha.
Guyyaan tokko therefore Kan bara darbee lama ture Amma guyyaa sanbaata ( 1 qofa )
Akkasuma irbaatilleen shiroon guyyaa Lama isarraan Kan hafe misira kikkii Fi atara kikkiidha.
👉Gatiin nyaataa, bunaafi shaayii mooraa keessaa meeqa?
Nyaata 1 Qr 40-60
Buna 7-10
Shaayii 5-10
👉Magaalaa Finfinnee irraa kaffaltiin konkolaataa meeqa?
Konkolataadhaan 1200-1800
AirPlane 3800-4000
👉Haalli waayifaayii moorichaa akkami?
Wifi illeen bayyeessa moora keessaa Bayyinaan ni argaama 💪
👉Bakki bashannanaa akka DSTV 'faa jiruu? Meeqa?
Hin jiru
👉Rakkoon bishaanii jiraa?
Rakkoo bishaanii Bayyinaan hin mul'atu, bara darbe guyyoota muraasaaf nuu mudateera.
Naannoo Social tokkotti hanqinni bishaanii ni mul'ata.
👉Haalli nageenyaa mooorichaa akkami?
100% peace'dha federal police tu jira Haala gaariitti kunoo Irreecha Hora Asoosaa kabajne.
👉Moorichi Muummee(field) meeqa barsiisa?
Gara 47 qaba
No medicine
No architecture
👉Moorichi Kaampaasii Meeqa qaba?
Ammaaf Kan tajaajilaa jiru 1 qofa, garuu Kan matakkal jiru ijaarsi isaa xumurameera jedhama, garuu haala nageenyaaf jecha hojii hin jalqabne.
Haalli qilleensaa isaa ni ho'aa
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA