ABDI OFFICIAL


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


New news by Abdi official

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter




Forward from: BBC Afaan Oromoo Official
Jiraataa Godina Matakkal Aanaa Bulan Ganda Bakkujii kan ta'an Obbo Balaay Waaqjiraa, maatiinsaa 10 bakka tokkotti dhumuu, ollaansaa 13 jumlaan ajjeefamuu fi namoonni 80 caalan ollaasaaniitti ajjeefamuu dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3hjvLS8


Forward from: BBC Afaan Oromoo Official
Yuuniversitiin Walaayitaa Sooddoo ALI Muddee 13 jalqabee barattoota naamusa uffataa fi rifeensaa badaa agarsiisaniif bakka akka hin qabne ibseera.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3poNMBe


Forward from: BBC Afaan Oromoo Official
Haleellaan naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal keessatti irra deddeebiin mudatu sabaa fi sab-lammoota godinicha keessa jiraatan hunda irratti kan qiyyaafateedha jedha mootummaan naannochaa. Haleellaa kanaan hedduun lubbuusaanii, kaan qabeenya dhabaniiru, hedduunsaaniimmoo q'eesaaniirraa baqataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ppRniv


Forward from: BBC Afaan Oromoo Official
Garaa garummaan ilaalcha siyaasaa namoota hedduu akka adda fageessee dhagahama. Haa ta'u malee haadhaafi abbaa warraa jidduu gargaagarummaan eejjannoo fi ilaalcha siyaasaa gaa'ila irratti dhiibaa qabaataa? Kunoo waan maatii tokko mudate dubbfadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3rtmATx


Koronaa vaarasiin (COVID-19) akka. Haaraatti mul'aacha jiraachuu minsteerii fayyaa dr liyaa tadasee himaaniru akka dr liyaan ibsanitti biyyoota tokko tokko keessatti mul'attera jedhaniruu

Maddi Fbc


Forward from: Addis Ababa Education Bureau
ቀን 14 / 4 / 2013 ዓ.ም


የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና እስከ ጥር መጨረሻ ድረስ ለመስጠት እቅድ ተይዟል / ትምህርት ሚኒስቴር/ ፡፡

የትምህርት ሚኒስቴርና የአገር አቀፍ ፈተናዎች ኤጀንሲ ለህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት የሰው ሀብትና ቴክኖሎጂ ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ የ12ኛ ክፍል ፈተናን ዝግጅት በማስመልከት ማብራሪያ ሰጥተዋል።

የትምህርት ሚኒስትሩ ጌታሁን መኩሪያ (ፒ ኤች ዲ) 450 ሺህ ታብሌቶች እስከ ታህሳስ መጨረሻ ድረስ ከውጭ እንደሚገቡ እና 12 ሺህ ላፕቶፖች ደግሞ ለፈታኞች ለማከፋፈል ዝግጁ መሆናችውን ተናግረዋል።

በትምህርት ቤቶች ላይ ተተክለው ከሚኒስቴሩና የፈተናዎች ኤጀንሲ ሰርቨሮች ጋር የሚገናኙ 1 ሺህ 500 ቪሳት ቴክኖሎጂ ዝግጁ መሆናቸውን ገልጸዋል።

መሳሪያዎቹን የሚተክሉ 250 ባለሙያዎች ስልጠና ወስደው ወደ ሥራ ለመግባት ዝግጁ መሆናቸውን ተናግረዋል።

በኦንላይን የሚሰጠውን የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና እስከ ጥር መጨረሻ ድረስ ለመስጠት እቅድ ተይዟል።

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
You Tube: https://www.youtube.com/watch?v=TWkBGoeYCNQ

Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau

Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc

Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication

Blog: - http://www.aacaebc.wordpress.com/

ባልታጠበ እጅ አይንዎን አፍዎን እና አፍንጫዎን ባለመንካት በዙሪያዎ ላሉ ሰዎች አርአያ ይሁኑ!


Forward from: Gadaa Post
Obbo Ibsaa Mohammad Adam boqotan!

Gameessa fi hayyuu qabsoo Oromoo kan biroo Obbo Ibsaa Mohammed Adam har’a boqochu isaani dhagahameera.

Guyyaa kaleessa Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin boqachu isaani ni yaadatama.

GADAA POST lubbuu isaanif jannata, maatii fi firoota isaanif akkasumas wayillan isaanif jajjabina hawwaa!

@Gadaapost
@Gadaapost


Forward from: Gadaa Post
Yunivarsiitiiwwan guyyaa galmee barattoota eebbifamtoota hin taaneef ifoomsan:

1⃣ Yunivarsiitii Dabra-birhaan

- Muddee 8 fi 9 bara 2013

2⃣ Yunivarsiitii Finfinnee

- kan galgalaaf
[Muddee 10 fi 11 bara 2013]

- kan idileef
[Muddee 21 bara 2013]

3⃣ Yunivarsiitii Wachaamoo

- Waggaa tokkoffaa oliif (waggaa tokkoffaa hin ilaallatu)
[Muddee 15 bara 2013]

4⃣ Yunivarsiitii Bulee Horaa

- Muddee 16 fi 17 bara 2013

5⃣ Yunivarsiitii Baahirdaar

- waggaa tokkoffaaf
[Amajjii 3 fi 4 bara 2013]

- Bara 2012 seemisteera tokkoffaarratti intarnshiipiirra turan barattoota waggaa 4ffaa Automotive Engineering, Civil Engineering, Food Engineering, Computer Engineering fi Software Engineering

[Muddee 15 fi 16 bara 2013]

6⃣ Yunivarsiitii Wallaggaa

- waggaa tokkoffaaf
[Muddee 16 - 18 bara 2013]

- waggaa lammaffaa fi ol
[Muddee 30 - Amajjii 2 bara 2013]

7⃣ Yunivarsiitii Gondar

- Amajjii 18 fi 19 bara 2013

8⃣ ASTU

- Muddee 15 fi 16 bara 2013

9⃣ Yunivarsiitii Waldiyaa

- Muddee 19 fi 20 bara 2013

🔟Yunivarsiitii Asoosaa

- waggaa tokkoffaaf
[Muddee 14 fi 15 bara 2013]

- waggaa lammaffaa fi sanaa ol
[Muddee 19 fi 20 bara 2013]

1⃣1⃣ Yunivarsiitii Dabra Maarqoos

[Muddee 15 fi 16 bara 2013]

1⃣2⃣ Yunivarsiitii Amboo

- waggaa lammaffaafi sanaa ol
[Muddee 22 fi 23 bara 2013]

1⃣3⃣ Yunivarsiitii Hawaasaa

- Barattoota 'Veterinary' waggaa shanaffaaf
[Muddee 12 fi 13 bara 2013]

1⃣4⃣Yunivarsiitii Dambii Dolloo

- Barattoota Koolleejjii Saayinsii Fayyaaf
[Muddee 17 fi 18 bara 2013]

1⃣5⃣ Yunivarsiitii Mattuu

- Barattoota waggaa tokkoffaa fi barattoota saayinsii fayyaa
[Muddee 21 fi 22 bara 2013]

1⃣6⃣ Yunivarsiitii Boongaa

- barattoota waggaa 2ffaaf
[Muddee 16 bara 2013]

1⃣7⃣ Yunivarsiitii Miizaan Teeppii

- Barattoota Pharmacy waggaa 4ffaa, Fayyaa waggaa 3ffaa, Midwifery waggaa 3ffaa, Nursing waggaa 3ffaa, Medicine waggaa 2ffaa, Laboratory waggaa 3ffaaf

[Muddee 19 fi 20 bara 2013]

1⃣8⃣ Yunivarsiitii Dabra Taaboor

- Amajjii 3 fi 4 bara 2013

📌 Yunivarsiitiwwan hafaniis guyyaa galmee barattoota yeroo ifoomsan isin biraan geenya.

@Gadaapost
@Gadaapost























20 last posts shown.

45

subscribers
Channel statistics