#Breaking "Godina arsii lixaa aanaa adabba magaalaa adabba keessati woraani motumma nafxanyaa ummata nagahaa irrati maqaa daandii cuftan konkolaatota caccabsitan jedhun guutuu magaalaati irrati dhukaasa banuudhan lubbu namoota lama(2) batalumati kan woregaman yoo ta'u namni tokko manguddoo biyya kan ta'eef inni lamata immo da'ima umrii 10'n akka ta'eef waan kaabinee ta'een alato ummata magaalaa keessa jiru irrati reebichi hamaan kan geggeeffama jiruuf namooni heddun akka midhamani jiru beekame jira akkuma maqaan isaan nu qaqqabeen kan isin beeksisnu ta'a"