Jawar yeroo tokko "Imala Qabsoo Matthamma Gandii Karaa nagaatii Hindinin itti bilisa baase" qorachuufi qabatamaan ilaaluuf Biyya hindii deemee ture. Waan qoratee fi hubates qabataam itti hojjatee itti milkaa'eera. Hayyoota Siyaasaa keenya dabalatee Namootni fedhii qabdan Kunoo kitaabolee Imala Mattmma Gandii fi Milkaa'ina hanga Bilisummaa Hindii dubbisuu yoo barbaaddan:gara karaa kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽
https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ
https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ