TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

23 Mar 2020, 21:57

Open in Telegram Share Report

﴿إن يشأيذهبكم ويأت بخلق جديد}

Rabbiin (S w) akkana ja'a«Isin haqa rabbii eeydanii haqa makhluuqaas eeydanii rabbiif hin bultan taanaan Rabbiin yoo fedhe dachii tana irraa isin oofeeti Uumaa haarawa kan isaaf bulu fida»jedha.Yaa rabbi nuti si malee rabbii biraa ka gabbarru hin qabnuu badii teenya nuuf dhiisii warra siif bule nu taasisi.

Rabbiin keenya qur'aana isaa keessatti akkana jedha(وماأصابكم من مصيبة
فبماكسبت أيديكم ويعفو عن كثير)

«Balaa fi mokkorri wanni isin tuqu hundi Sababa waan harki keessan dalageeni Inumaa rabbiin hedduu irra isinii kutaahuu»Jedha.Kanaaf mookkorri addunyaa shorarkeessaa jiru kun hundi badii ilmi namaa raawwate irraa dhufe.
Furmaanni isaatis badii irra jiran dhiisanii kara ranmbbii deebi'uu qofa. Wanni rabbiin kana fideef ~Ma'asiyaa(badii)tu heddummaate.
~Haqni ukkaamameeti dharri afaan baase.
~Miskiinaatu miidhame.
~Namaatu qalamee bineensaaf darbame.
~Qulqulluutu hidhamee zulmiin hiraarfame.
~Masjiidaatu gubatee qur'aanni cirame.
~Miskiinaatu saamamee du'aaf saaxilame.
Saniif rabbiin lolee humnaa fi waraana nutti agarsiise.
Waraanni rabbii yeroo gad dhiifame eenyuutu fiigee jalaa ba'a nama inni baase malee?

➡ Dhukkuboota Weeraraan Yaroo Muraasa keessatti Addunyaa Guutuu waliin gahuun namoota hedduu Fixan!!
➡ HIV AIDS =- Bara 1981 namoota miiliyeena 36 ta'an galaafate. Dhukkubni khun jalqaba bara 1976 Dimookraatis rippaaplic of Coongoo keessatti argame boodatti hafummaa fi miskiinummaa Afrikaa irraa kan ka'e dhibee khana dafanii beekuun fi toohachuun hin danda'amne ture. Sababa khanaafis bara 1981tti saffisaan baballachuu jalqabe, haala khanaan namoota miiliyeena 36 ta'an galaafate. Yaroo ammaa tana namoonni miiliyeena 30 ol ta'an dhibee khana waliin jiraataa jiran Waggaa Waggattis namoota miiliyeena 1 ta'antu dhukkuba khanaan du'a. Haa ta'u malee talaallii fi if eeggannoo dhibee khanaaf godhamu weerara isaa hir'isee jira. Dhibeen khun baay'inaan Afrikaanota miidhaa jira. namoota du'an dabalatee hanga ammatti namoonni miiliyeena 76 ol ta'an dhibee khanaan qabamanii jiran
➡ Qufaa=~ Bara 1968 namoota miiliyeena 1 ta'an fixe dhibeen kun jalqaba hong cong keessatti Adoolessa 13 Bara 1968 argame guyyaa 17 keessatti biyyoota akka Singapor nama dhaqqabe ji'a sadi booda Awrooppaa fi Ameerikaa dhaqqabuu danda'e Namoota dhibee khanaan du'an keessaa walakkaan lammiilee hon congiiti Ummata kuma dhibba shanii ol dhabde.
➡ Diiyfafa Utaalloo ykn qufaa Eeshiyaa=~ Bara 1956-1958 tti ummata miiliyeena 2 ol galaafate ka'umsi isaatis Eeshiyaa dha.
Waggaa lamaaf dhibee khana too'achuun rakkisee lubbuu namoota miiliyeena 2 galaafate jira.
Ameerikaan sababa dhibee khanaatiin lammiilee kuma 69 ol dhabde, kanneen hafan ykn walakkaa ol tahan ammoo lammiilee China fi baha fagooti.
➡ Qufaa=~ Bara 1918-1920 ummata miiliyeena 50 tti dhihaatu fixe qufaa ykn Utaalloon kunis yaroo waraanni addunyaa 1ffaan gaggeeffamaa jirutti ka'e kun ammoo saffisaan loltoota faana akka faffaca'u taasise yoo xiqqaate namoonni miiliyeena 500 ta'an dhibee kanaan qabamaniiru kana keessa harki caalu fayyuus namoonni miiliyeena 50 ta'an lubbuu isaanii dhabaniiru
Dhibee kana loltuun Ameerikaa tokko qabatee gara Ameerikaa erga deebi'ee booda ameerikaan namoota lammiilee kuma 600 ol dhabde.
Kooleeraa 6ffaa=~ Bara 1910-1911 namoota kuma dhibba 8 ol galaafate kooleeraan yeroo gara garaatti ka'ee namoota hedduu Fixee garuu kan lafa qabatee fi kan namoota hedduu fixe kan 6ffaa kana ka'umsi dhibee khanaa Hindiyaadha namni hedduunis achitti galaafatame.
Koleeraan yaroo ammaa tanatti dhibee Hindiyaa fi biyyoota Afrikaa dararaa jiruudha Qulqullina dhabuun ka'uumsa isaatiif ijoodha, akka addunyatti namoota kuma 800 oltu galaafatame.
Vaayirasiin Koronaa ja'amu kan yaroo ammaa China keessatti ka'ee addunyaa Kheessa faffaca'utti jiru Kunis addunyaa guutuu yaaddoo jabduu Kheessa galchee jira.
Biyyoonni hedduun sababa dhibee khanaatiif imala gara China godhamu dhaabanii imaltoota China irraa dhufanis ifirraa uggurutti jiran.
Vaayirasiin kun hanga ammaatti Dawaa amansiisaa dhukkuba kana wallaanu danda'u hin arkanne.
Doktoroonni hedduun talaallii dhukk

194 0 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot