TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

26 Mar 2020, 01:01

Open in Telegram Share Report

Forward from: TADRIISUL~QUR'AAN!
As wr wb

BEEKSISA GAMTAA Ahlul-quraan MAGAALAA ciroo IRRAA Kenname!.

Gurraan dhala 15/2012

Kabajamtoota barattoota fi Hawaasa keenyaa Akkuma beekkamu Gamtaan Ahlul-qur'aan kan haafizoota markazul-furqaanitti haffazaniin ijaarame Ji'a fulbaanaa 12/14/2011 irraa eegalee Sgantaa barsiisa qur'aanaa(Tadriisul-qur'aan)Jettu kopheessuudhaan Hawaasa Muslimaa Magaalaa Ciroo:-
1:Daldaltoota
2:Hojjattoota mootummaa
3:Haawwaniifi manguddoota
4:Dargaggoota fi Shamarran carraa qur'aana barachuu hin argatiniif mijjeessee Barattoota dhiiraa fi dubaraa:-
1:Kan ijaan qara'an.
2:Kan Tajwiidaan sirreeffatan.
3:Kan Haffazan
Walumaa galatti barattoota 60-70 ga'an qur'aana barsiisuu cinatti sagantaalee akka aqiidaa
fiqhii fi kknf haga guyyaa arraa 15/7/2012 kanatti bifa gaarii fi nama hawwisiisuun barsiisaa turuun isaa ni yaadatama.

Haa ta'uu malee yeroo ammaa kana sababa dhukkuba Koroonaa Addunyaa weeraraa jiruun walqabatee haalli deemaa jiru yaaddessaa waan ta'eef akkasuma waa hunda kan dursu fayyaadha waan ta'eef barnoota Keenya Guyyaa 15/7/2012 Irraa hanga Shawwaala 10 tti dhaabuu keenyaa fi Shawaala 10 akka walitti deebinu isin beeksifna.

≈DHAAMSI BARATTOOTA KEENYAAF QABNU≈

Hanga Shawwaala 10 Walitti deebinuu bakkuma jirtanitti:-
1:Qur'aana keessan qara'uu fi kan qaraatanis irra deebii godhuu.
2:Akka rabbiin dhukkuba kana nurraa dhaabuu fi nagayaan walitti nu deebisu du'aa'ii godhuu
Akka hin daganne dhaamna!

[G/Ahlul-qur'aan ]
Gurraan dhala 15/2012 Magaalaa Ciroo.

@Tadriisulquraan
@Tadriisulquraan
https://t.me//Tadriisulquraan
TADRIISUL~QUR'AAN!
Sagantaa"TADRIISULQUR'AAN"/BARSIISA QUR'AANAA"Jettu tana irratti hirmaachuun Akka barattan Afeerraa isiniif goonee jirra.

1.5k 0 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot