Dubartiin akkanaa numa jirtii.
Hin hifatinii Obsaan dubbisi daqiqa 1ff
Gaaf tokko namichi muslimaa tokko intala
kadhachuuf (fuudhuuf) mana warra intalaa. dhaqe. Akka shari'aan hayyamtutti Gaafii wal. gaafatuu jalqaban.
Intala : Qur'aana haffazdee?
Namicha : lakkii hin haffazne garuu ammoo yoo rabbiin naaf laaffise haffazuu niyyaan. qaba. Ati hoo?
İntala : ani juuza ammaa haffaze.
Nama dhugaa dubbatu tahuu erga agarteen booda heerumuu qeebaltee bultii jaaran. Guyyaa tokko akkana jatteen " Qur'aana. haffazuun barbaadaa na haffaziisi." Jaarsi " anilleen haffazuun barbaadaa
walirraa dhageeffanna"
Amata lama booda isaan lachuu haffazanii. markaza qur'aanaatirrraa waraqaa ragaa
fudhatan. Gaaf tokko mana soddaa ( abbaa intalaa)
Bira dhaqan. Jaarsi " gammadi yaa abbaa intalaa ilmoon. tee qur'aana haffazdee " ja'een. Abbaan ajaa'ibee " Hay ilmoon tiyya amata 6 dura qur'aana haffazdee bar kunoo waraqaa ragaa isii" ja'ee agarsiise!!!
Jaarsi akkaan rifate " edaan Jaartiin isaa isa dura qur'aana haffazde hamilee isatti
godhuufi malee .
Yaa obboleytii tiyya Rabbi jaartii gaarii
akkanaa si haa godhu.
Atis obboleessa kiyya Rabbiin Jaarsa gaarii. si haa godhu.
Share. . . . . godhii Yoo Siiti tolleee. . . jzk