TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
AL~IIMAAN__Dawa__ Channel

12 Apr 2020, 00:41

Open in Telegram Share Report

"Towbadhaa" jechuu malee, akkamitti Towbanna? Ulaagaan Towbaa maali? Gaafilee tanaaf deebisaan kunooti. Ulaagaan Twobaa akka armaan gadiiti..

1. Towbaa san qulqulleessi. Dhugatti gara Rabbii deebi'uu kee mul'isi. Wanni badii san irraa fagaatteef Rabbi waan sodaatteef akkasuma abdatteef tahuu qaba. Guddina Rabbii hubachuu kee mirkaneessita. Nama sodaaf ykn badiin tee saaxilamuu sodaaf as deebi'uu dhabuu kee ibsita.

2. Badii raawwataa jirtu ni dhiista. Dogongora san cittee irraa hafuu qabda.

3. Badii sanitti akka hin deebineef baallama dhugaa seenta. Akkaataan itti baallama seentu, badii san tuffatta.

4. Badii raawwataa turteef ammoo sheenawi. Hammeenya isiin qabdu yayyaaddadhuu gaaroommina Towbaafi Iimaanaa kanaan wal cinatti madaali.

5. Haqa namaa yoo taate ammoo firraa deebisi. Haqa namaa osoo hin galchin Towbaan hin qulqulloytu.
•••
Obboleeyyan hulaan Towbaa banaadha. Osoo aduun dhihaan hin bahin, osoo lubbuun bahuuf kokkee irra hin gahin Towbadhaa. Towbaa jechaan gama Rabbii deebi'uudha. Wanni Towbannuuf jaalala Rabbii arkannee, dallansuu isaa jalaa nagaya bahuufi. Qananiin addunyaa fi aakhiraa gama Rabbii deebi'uun arkamti.

Ilmi namaa laafaadha! Mirqaana xiqqaatu isaan kuta. Laaftumatti Sheyxaanni hillima qopheesseef keessa buusa. Rabbiin kana waan beekuuf hulaa Towbaa banaa godhe. Osoo Sakraanni du'aa itti hin dhufin nama Towbate irraa Rabbiin ni jaalata. Silas Rabbiin gabricha isatti harka kennate akkamitti gata! Fudhatee Rahmata isaa keessa cuupha. Yaa Rabbi du'aan dura warra dhugaan Towbatee, atilleen irraa qeebalte irraa nu taasisi
By;SooraQalbii muslimaa.

220 0 0
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot