🔶Barnoota soomanaa
Kutaa 7ffaa🔶
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
🌿Tarkaanfi gara jijjiramaa☘
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Ramadaanni yuniversitii leenjii fi barnootaa jechuu dandeenya. Namni yuniversitii kana
seene leenjii fi barnoota malee yoo bahe, bu’aan inni argatu hinjiru? Jireenya keenya
keessatti of jijjiruuf tattaafi adda addaa goona. Tattaafin keenya hundii bu’a-qabeessa
ta’uu dhiisu danda’a. Waggaa keessatti ji’a tokko yeroo jireenya keenya itti foyyeessinuu fi jijjiirru argachuun carraa guddaa fi lamuu hin deebinedha.
Namni carraa kanatti
fayyadamu Inshaa Allaah ni milkaa’a.
Namni carraa kanatti osoo hin fayyadamiin hafe
milkaa’ina irraa duubatti hafa.
Carraa kanatti fayyadamuuf kaayyoo ykn wanta hojjachu qabnu kaayuu dandeenya.
🔹Fakkeenyaf kaayyoon inni gurguddaan haala Kanaan tarreessu dandeenya:
1. Qur’aana xinxalliin dubbisuu fi hubachuu
2. Fedhii lubbuu too’achuu
3. Amala badaa qabnu sirreessu fi kkf.
🔹Akkamitti kaayyoo kana galmaan geenya?
1. Yerootti sagantaa baafachuu-
🔹wanta ganamaa hanga galgalaa hojjannu yaadanno ykn Google Calander irratti barreessu dandeenya.
🔹Kana yoo dadhabne, torbaan
keessatti wanta hojjannu waraqaa irratti katabuu dandeenya.
🔹2. Gargaarsa Rabbiin kadhachuu- “Yaa Rabbii na gargaari, na qajeelchi” jechuu.
@b_islaamummaa