Badhaaso Abdo Sh Aliyyi


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


👉Gorsa Garagara Arkachuuf
👉Nashiidale Adda Adda Arkachuuf
👉Seenale Babbaredo Arkachuuf
👉Fatwaa Ulam'ile argchuuf
👉Gaafi fi Deebi Islaama arkachuuf
👉Baaco Boharsitu Arkachuf
Chanala kheenya khana Join Godha
Mati keenya Taha Jzk 🙏🙏🙏

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


عن عباس رضي الله عنه قال:قال رسول الله صلى الله عليه وسلم :لرجل وهو يعظه إغنم خمسا قبل خبس:
١.شبابك قبل هرمك
٢.وصحتك قبل سقمك
٣.وغناك قبل فقرك
٤.وفراغك قبل شغالك
٥.وحياتك قبل موتك
Ergamaan rabbii s.a.w akkana ja'e osoo gorsu jiruu gurbaa tokkoon
Wa shan wa shan duraa saammadhu
1.dardarummaa tee dullumaan duratti
2.fayyaa tee tirraa fayya dhaba kheetin duratti
3.qabeenya khee dhabaan duratti
4.yeroo tee osoo shughliin duratti
5.jiruu tee tirraa du'uun duratti
Rabbi khana hunda nama saammatu nuhaa godhuu

@BadheAbdo

t.me/BadheAbdo


414: Nama ajnabii tokko irraa horii fudhatuun ni danda’amaa?

Gaaffii : Nama ajnabii tokko irraa horii fudhatuun ni danda’amaa, nama wayii ka wajjiin haasawan ka nikaha irraa hin qabne horii irraa fudhatuun ni danda’amaa?

Deebisaa: Yoo inni hadiyyaa siif fide irraa fudhachuun ni danda’ama. Uf si jaalachiisuuf jecha yoo inni horii siif kenne horii irraa fudhachuun humaa hin qabu. Yoo sitti heeruma jettee intalti nama dhiiraa tokkoon yoo isiin ka akkasitti horii irraa nyaattu taate ballama kijibaa seentee ka heerumuu irraa dantaa hin qabne, ka irraa yaada hin qabne kijibaan horii isaa yoo ka nyaattu taate karaa saniin haraama ta’a. jidduu keessanitti hin nyaatin horii keessan karaa baaxilaatiin, karaa kijibaatiin, karaa sobaatiin, karaa kiyaanaatiin hin nyaatinaa jedha Rabbiin SW. yoo namni ajnabii tokko hadiyyaa fideef hadiyyaan sun ka isii hin fattanne yoo taate, ka karaa zinaa hin baane yoo taate, ka innillee tikfamaa , ka isiinillee tikfamtuu ka yaada gaarii karaa hadiyyaatiin yoo ta’e humaa hin qabdu. Akkasuma ammallee inni intala tana ufitti maxxansee hamtuu itti dalaguudhaaf baaba zinaa banuudhaaf qalbii isii lallaaffifatee karaa sanii yoo ka itti kennu taate innillee isii sobuudhaaf ka itti kennu yoo taate innillee haraamatti seenaa. Kanaafuu karaa maraanuu uf haa eegnuu.

✅Sheik Abdurrahmaan Shariif🎵


420: Salaata sunnaa waajibatti jijjiirachuu ni danda’aa?

Gaaffii: Sunnaa waajibatti jijjiirachuu danda’aa yookaan waajiba sunnatti jijjiirachuu danda’aa eega itti seenee booda?

Deebisaa: Waajibniniif sunnaan walitti hin jijjiiramu. Hujiin tokko niyyaadhaan argama; hujii tana keessatti yoo dura niyyatanii itti seenan akka inni itti jijjiiramuu danda’uun hin jiru. Kanaafuu sunnaaf waajiba walitti dabaluun hin ta’u.

✅Sheikh Alii Jimmaa🎵


🌹🌹🌹 SEENAA AJAA'IBA 🌹🌹🌹

🎅 Tan Abbaa Fi Ilma
Jiddutti Dalagamte 👨‍🏫

Gaafa Tokko Abban Ilma Isaa Tokko Qabeeti Madarasa Geeyse

Hugga khana Micaan Barumsa keessa Ture

🎅Abban isaatis Isa Laaluf Dhufe mee 👨‍🏫Micaan Khiyya san naa Yama wan inni bareen laala Na Garsiisa Ja'en

Yamanitifi Gaafi Gafatan ❓

Mee Nabiyyotarra Tokko Maqaa Dhahi je'anin ❓

Fir'oowna faadha ja'en 😁😁😁

Abbanis Aleyhi Salaatu Wassallamu Ja'en😲😲😲😲😲

t.me/BadheAbdo


Forward from: FIQHUL IBAADAAT (1) | AKKAADAAMII AFRIKAA
| Seera fi Heera Qormaata Walii galaa Xumuraa 📝 |

1️⃣ Qormaanni Guyyaa Boruu Dilbata Guyyaa sa'aa 8 irraa Eegalee sa'aatii 24 Banaa taya.

2️⃣ Qormaanni kan Qabamu 100% yoo tayu namni 70% ol fide akka dabretti ilaalama.

3️⃣ Qormaata yeroo fudhattan waan Qo'attanii sammuu Qabdaniin malee Kitaaba yookin PDF bantanii laaluu fi nama gaafachuun hin tayu.

4️⃣ Carraan Qormaatamuu keessanii yeroo 1 qofa waan tayeef of eegannoon itti fayyadamaa.

5️⃣ Maqaa keessan Guutuu sirnaan galmeessaa (haala Waraqaa Ragaa irratti haa mul'atuu barbaaddaniin).

Tika Rabbii keessa jiraadhaa!
Carraa Gaarii, Hunda Keessaniif!


As wr wb Obboleyyan khiyya khabajamo fi Qaqqali Bakkuma Jirtanitti Nageeyni Rabbi khiyya Isinirra Haa Jiraatu Rahman Khiyya Jaetin Hunda Kheeysan Jalaadha 🥰😍


Obbolleeyyan khiyya Gorsa Garagara fi Gaafi fi Deebi Baruumsa Islaama akkasuma Seenale Adda adda arkachuuf Channela Khiyya Join Godha irra Fayyadama Isniin Ja'a Jzk

@BadheAbdo




اللهم بلغنا شهر رمضان


Forward from: Al Nesiha Dawa Group
Ilmi namaa sababa dogongora tokko khan Ati Dogongorteef jecha waan gaarii ati dalayde hunda dagatee si arrabsa,
Rabbiin (s.w) Garuu Towbaa Takkittii Ati Gama Isaa Deebiteef jecha Dilii Tee Irra Siif dabra.

Ammas Yeroon hin khunne, #TOWBADHU!




👍Jiruun Duniya Ififu Gabaabdudha hanga irra jirtu Khofluman 😁Dabarsi 😁


Forward from: MAHER ZAIN ☞ Official
Yeroo Dhihootti Nu Eeggadhaa..

#Coming_Soon..!

Nutti Dhihaachuf Chaanala keenya join godhaa.. 👇👇

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup


@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123


Forward from: CHALING🎶🎤🔛Official 🔊
Watch "Tokkummaa|| for tokkumma albums" on YouTube
https://youtu.be/yQL8Mn2iuNk






New Neshida Album
Tokkumma







20 last posts shown.

197

subscribers
Channel statistics