Namootni Maaliif Si Duuba
Waa'ee kee Odeessuu?
Namni hamatamu nama jabaadha. Namni hamatu nama yartuudha. Hamattuun Adurree; hamatamaan Leenca jedha Weellisaan.
1. Bakka ati geesse gahuu yeroo dadhaban! Fakkeenya: Si wajjin karaa eegalanii yeroo si biraa hafan; waa'ee isa darbee sirratti haasa'u. Dorgommii keessaa ba'anii waa'ee kufaatii qofa haasa'u.
2. Waan ati qabdu yeroo dhaban!
Fakkeenya: Mo'icha harka kee keessa jirutti hinaafu. Iddoo ati geesse ga'uu dhabuu isaaniitti gaddu.
3. Akkataa jireenyakee akkeessuu barbaadanii yeroo dadhaban.!
Fakkeenya: Carraa kee hunda kan ofii isaanii godhachuu barbaadu. Waan ati hojjette ofii irratti milkaa'uu barbaadu.
Furtuun Milkaa'inaa harkuma
Kee keessa Jira ati jabaadhu.