TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
English
Site language
Russian
English
Uzbek
Sign In
Catalog
Channels and groups catalog
Search for channels
Add a channel/group
Ratings
Rating of channels
Rating of groups
Posts rating
Ratings of brands and people
Analytics
Search by posts
Telegram monitoring
Bilchina Sammuu 🏆
5 Oct, 05:43
Open in Telegram
Share
Report
Humna Yaadaa!
--------------
Bu'aalee teknooloojii addunyaa har'aa hedduu isaanii tasgabbii fi xiyyeeffannaan yoo hubatte, jaarraan kun hagam waan ajaa'ibaa hedduu akka kalaqaa jiru hubatta. Kana qaamaanis, media hawaasaa, toora Internet hedduu irraa yoo ilaaltu ragaa guutuu argatta.
#Yaada jireenna ulfaataa salphisuu danda'an burqisiisanii waan raajii hojjatan.
Namni yaaduuf, haala mijaataa, xiyyeeffannaa, qophii fi fedhii guddaa qabaachuu qaba.
Yeroo baay'ee wantoota nu jeeqan irraa ofi fageessuun yeroo yaadaa argaachuu qabna. Akkasitti wantoota dinqisiisaa hedduu fi yaadota rakkinootaaf furmaata ta'an maddisiisuu dandeenna.
Waaqayyo sammuu nuuf kennee, sammuu keennaan waan gaarii akka yaadnu yaadas nu keessatti uumeera. Yaadaaf kabaja haa qabaannu.
883
0
0
7
×