Tasgabbaa'i!
Yeroo hundumaa tasgabbaa'i! Tasgabbaa'un nageenya siif laata wanta ta'eef. Nama tasgabbii qabu yoo taate rakkoon jireenyaa kamiiyyuu sin moo'atu.
Carraaqqii kee ilaalanii namoonni baay'en si tuffachuu danda'an, yeroo kaayyoo kee itti himtu immoo sitti kolfuuπ danda'an, haa ta'u malee yeroo milkoofte si kabajuun isaanii waan hafuu miti! kun immoo sin ajaa'ibin! Addunyaan tun namoota milkaa'aniif malee, namoota gara milkaa'inaa imalaa jiraaniif kabaja hin qabdu. Kanaaf atis tasgabbiidhan carraaqqii kee yoo itti fufte rakkoo fi gaddi si quunnamu hundinuu Riqichaπ gara gammachuutti ittiin ceetu siif ta'a.
ilaa nama koo
jecha namoota fi rakkoowwan si quunnaman ilaaltee carraaqqii kee kan dhaabdu yoo ta'e, kufaatif harka kennuu kee yaadadhu! si dabalatee namoota gargaarsa keetin jiraatan yaadadhu! Tasgabbiidhan yoo itti fufte garuu.......maalan sitti himaree, atuu kan argitu ta'aπΊπ
Itti fufiif......
Miiraa Xiiqii π―
Horaa bulaa deebanaa