Magaala Duukaamitti Namoota Rakkoo Amma biyyatti Mudaateef jedhanii Hojji Adda kuutan Irraa jiraattoni kaffaltii mana kiraa hin fudhaannu jechuun uummata kireeffatte magaalatti keessa jiraattu deggerra jiru.
Akkumaa kana waamicha deggersa mootummaa godheenis guutu biyyatti iddoo garagaraatti ummani hunduu humnaa qabun itti hirmaachaa jiraa
Deggersaa kanaas akka kaantiibaan magaalatti Obbo Taashooman jedhanitti waamichaa deggersa bulchiinsi magaalatti galgaala tokkotti godheen namoonni baayeenis ammaf 600 ol ta'aan deggersa kanaf galmaa'anii unkaa waraqaa deggersa kanaa gandaa gandaa isaanii bulchiinsaa magaalattiti argaamutti guuta jiraachu himaaniru
Magaslan duukamiis gidduu gala indaastirii waan taatef magaala namoonnii baayeen iddoo garagaraa irraa keessatti ofjijjiruuf dhufaanii keessa jiraataniif magaala jaallaataamtuuf filaataamtudha
akkasumaas magaaloota oroomiyaa keessa magaaloota gidduugala indaastirii ta'aan keessa ishee tokkodha.
@CNNAO