Wal marii
Ibnu Adinaanβͺ
Vs
Shaloomβ
Waaqayyo nama hin tahuπππππ
βAni dheekkamsa koo isa boba'aa gad hin dhiisu, deebi'ee Efreemin hin balleessu; ani Waaqayyoo dha malee, nama miti; ani isa qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin dhufu.β
β Hos. 11:9
πππ waaqayyo nama hin tahu gonkuma
Falla kana yesuus hoo??πππππ
βAni dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne.β
β Yoh. 8:40
ππ
Yesuus ani nama ofiin jedhe jira eessatti ani waaqa jedhe???
waqayyo immo namaa miti yesuus nama kanaafu yesuus waaqa miti jechuudha kaa.
@MuhaajirafiAnsaara