🔜Sheeyxaanni Kiristiyaanumma keessatti qaama iddoo guddaa qabuudha.
➡️Sheeyxaana jechuun qaama Waaqayyoon wajjiin hojjatuudha.
[Iyoob: 1:7
Waaqayyo, ''Ati eessaa dhufte?'' jedhee, Seexana in gaafate; Seexanni immoo, ''Lafa irra asii fi achi, olii fi gad deddeebi'aa tureen dhufa'' jedhee Waaqayyoof deebii in kenne. ,
Iyoob: 1:8
Waaqayyos Seexanaan, ''Iyoob garbicha koo irra yaada kee keessee ree? Biyya lafaa irra namni akka isaatii hin jiru, inni hir'ina kan hin qabne, nama qajeelaa, nama ana Waaqayyoon sodaatu, waan hamaa irraas goruu dha'' jedhe.]
[Iyoob: 1:12
Waaqayyo immoo Seexanaan, ''Kunoo, wanti inni qabu hundinuu harka kee keessa jira, Iyoobitti garuu quba kee hin buusin!'' jedhe; kana booddee Seexanni fuula Waaqayyoo duraa in adeeme.]
[Iyoob: 2:6
Waaqayyos Seexanaan, “Kunoo, inni harka kee keessa jira, waa'ee lubbuu isaaf garuu of eeggadhu!” jedhe*.]
➡️Sheeyxaanni qaama yesuusiif Qormaata kennaafii tureedha.
[Maatewos: 4:1
Ergasii Yesus Seexanaan qoramuudhaaf, hafuura qulqulluudhaan gara lafa onaatti geeffame.]
[Maatewos: 11:18
Yohannis yommuu dhufe, nyaata hin nyaatu, dhugaatiis hin dhugu ture; isaan immoo, 'Innoo Seexana qaba' jedhan. ]
➡️Sheeyxaana jechuun qaama yesuusiin filatamee bartuu isaa ta'eedha.
[Yohannis: 6:70
Yesus immoo, "Ani kudha lamaan keessan fo'adheera mitii? Isin keessaa tokko garuu, Seexana" isaaniin jedhe.]
Sheeyxaanni Kiristiyaanumma keessatti qaama sadarkaa hanganaa kana qabuudha.
Garuu dhufanii waahee jinniitiin nu qeequudhaaf yaalu🤣
Dhugaa qabu Kiristiyaanumma keessatti qaamni jinnii jedhamu hin beekkamu qur'aana keessatti argan malee erga arganii booda jinnii Sheeyxaana gochuuf yaalu kkkkkk
Hundaafuu Sheeyxaana jechuu isa kanadha Kiristiyaanumma keessatti.
إِنَّهُۥ يَرَىٰكُمۡ هُوَ وَقَبِيلُهُۥ مِنۡ حَيۡثُ لَا تَرَوۡنَهُمۡۗ إِنَّا جَعَلۡنَا ٱلشَّيَٰطِينَ أَوۡلِيَآءَ لِلَّذِينَ لَا يُؤۡمِنُونَ﴾٢٧﴿
“Dhugumatti innii (sheyxaanni) fi gosti isaa iddoo isin isaan hin agarre irraa isin argu. Nuti isaan hin amanneef sheyxaanota jaalalle goonee jirra.” Suuratu Al-A’araaf 7:27
@Gingilchaadhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam