~โ Kiristaanummaan amantaa erga Yasus Kiristos olfudhatamee waggaa 42 booda kutaa magaalaa Anxookiyaa biyya Turkii keessatti argamtu keessatti hundeeffamteedha. Kunis ragaa Macaafaan kan mirkanaa'eedha. ๐๐ผ๐ท๐ถ๐ถ ๐๐ฟ๐ด๐ฎ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ฎ (11:26) irratti argina.
Kanaafuu; Kiristaanummaan amantaa durii kan Rabbiin (Waaqayyoon) hundeeffamte, akkasumas Yesus Kiristosin osoo hin taane, namootaan akka taโe hubachuun dandaโameera jechuudha. Kunis Kiristaanummaan erga hundeeffamee naannoo waggaa 2000 taโuu isaa mulโisa. Kanaafuu; Kiristaanummaan amantaalee guyyaa keessa harka namootaatiin hundeeffamte keessaa tokko taโuun isii mirkanaaโeera jechuudha.
~ Kanaafiidha kan nuti, Aaddam Kiristaana hin turre, Nooh Kiristaana hin turre, Henok Kiristaana hin turre, Daawit Kiristaana hin turre, Solomoon Kiristaana hin turre, Ibrahaam Kiristaana hin turre, Ismaa'el Kiristaana hin turre, Elishaan Kiristaana hin turre, Eeliyaas Kiristaana hin turre, Iyoob Kiristaana hin turre, Zakaariyaas Kiristaana hin turre, Yisihaq, Yaaqoob Kiristaana hin turre, Yooseef Kiristaana hin turre, Muuseen Kiristaana hin turre, Yohaannis cuuphaa Kiristaana hin turre, Maariyaam Kiristaana hin turre, Yesus Kiristos Kiristaana hin turre, Duuka buutonni isaa Kiristaana hin turre kan jennuuf....
Video kana...
ยฉ Ifaa Dhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam