#Qormaanni kutaa 12ffaa,Onkololessa 29 irraa hanga sadaasa 2tti kennamuuf qophiin xumuureeramera jedhe,Ejansiin madaallii barnootaafi qorumsaa.
Ejensichi dhimma kana ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’achaa kan jiru yoo ta’u,Daarektarri Olaanaa duraanii ejensichaa Doktar Dilaamoo Otoree barattoonni kuma 617 qormaata kana fudhachuuf qophaa’oo ta’uusaanii himaniiru.
Qormaatichi naannoolee akka Amaaraafi Affaar bakka rakkoon nageenyaa jirutti akka eeyyama barattootaafi maatiitiin akkasumas haala nageenya qabatamaa naannichaa ilaalcha keessa galchuun kan kennamu ta’a jedhaniiru.
CARRAA GAARII ISINIIF HAWWAA HANGASIIF SIRRITTI CHAKKALAA KAA IJOO HIN TAA'INAA🙏🙏🙏
@GADAA_BARNOOTAA