Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkaa’inaan xumurameera
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 milkaa’inaan xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Guddinniifi badhaadhinni biyyattii kan mirkanaa’u humna namaa naamusa gaariifi beekumsa qabuun ta’uu eeruun, biyyattiin imaammataafi hojimata bifa kanaan bocuu ibseera.
Jalqabbiin kun karoora barnootaa gadi fageenyaan qoratameen hojiirra oolee mul’achuu eerameera.
sirna barnootaa haaraa qopheessuun hojiirra oolchaa jiraachuu ibsuun, hoggantoonni barnootaa, barsiisonniifi maatiin qindoomina olaanaan hojjechaa jiraachuu kaaseera.
Qaama hojii jijjiiramaa kanaa kan ta’e hojiin barattootaa haqa qabeessummaaniifi karaa saayinsawaa ta’e madaaluu jijjiirama guddaa agarsiisuu ibseera.
@Gadaapost