Arra waa'ee zoonii gowgow ibsuuf yaaluun barbaadee.
Zooniin gowgow Aanaa gola odaa keessa zoonii takka yoo taatuu.
Zoonii qabeenya umamaafi Albuuda beeyladaan itti fayyadamtuu baayyee qabduudha.
Zooniin tuniis Araddoota/gandoota 4 kan qabdu yoo ta'uu.
Isaanis
1,Gaara gaafaa
2,cophii miaawaa
3,cophii dagaagaa
4,jiddoo misraa
Yommu ta'uu gandoonni kunniin
Beeyladoota
Akka ,Gaalaa,loonii,re'ee,lukkuu, Harree,gaangee,hoolaa, kan qabdu yoo ta'uu.
Qabeenya biroo
Kan akka kanniisaa haalaan horsiifti.
Damma baayyee oomishuun zoonii beekamtuudha
Hora beeyladaan dhuugdu kan akka
Hora xulluphee
Hora jinfoo fi kaneen kana fakkaatan qabdi
Laggeen fageenya deemanii dhugan kan horrisa jedhamanii waamaman.kanneen akka
Dhaddachaa,kombolchaa,guungumaa, shankooraa,waddoo,xulluphee, harccummaa boru haroo fi kanneen kana fakkaatan fa'a.
Iddoon lafa dheedumsa beeyladootaa kanneen akka
Kufaa dhaddachaa
Oweetuu
Dugda guungumaa
Gaangee qalloo
Hadhaawaa
Wellaayee
Waccuu gaadoo
Daabbee
Dugda horaa
Korocee
Korbobsaa
Gola jamaal
Qorrofii
Doddota
Kottisa
Dugda roqaa
Dhaddacha mayraa
Aabbuu
Gabroo
Harooreettii
Sheek husseen
Jallaa
Baaduu
Gorsaa,gama bahaatiin. gorroo dheertuu
Leedii
Mararree
Dheeraa
Fi kan kana fakkaatan fa'a baayyeetu narraa hafe.
Magaaloota xixiqqoo zooniitanaa
Cabbii
Aadee
Daloo
Aloola
Limaay
Baarrinko/kurfaa limaay
Buufata jiddoo
Jiddoo bishaanii
Faan magaalota zoonii tanaati.
Kan biroos ni jiru.
Zooniin tun rakkoo bishaanii,
m/bsadarkaa 2ffaa, daandii fi k k.faa qabdi.
Lafa ballaa qabdi.
Qabeenya baayyee qabdi.
Kan hafee ittin deebi'a.
Galatoomaa.
Horaa bulaa.