#IYESUUS_HIN_FANNIFAMNES_HIN_AJJEEFAMNE.
↪️ Akkamitti yoo jette dursa hunduma dubbisi akkamitti waan jedhuuf deebii ni argatta.
👥 Hawaariyyonni du'uu iyesuus ija isaaniitiin ta'e gurranillee waan kana hin garre yeroo guyyaa sadihiif dalagaan kun itti raawwatamee jedhu kana iyesuusiin gatanii badaniiru.hunduu dheessanii baqataniiru
maarqos 14:50 hawaariyyonni waa'ee iyesuusiin Kan dhagahan oduu kijibaa Kan naannoo sanii madde malee bira hin jiran.
👉Barsiisani jaraa akka fannifame fi hafuurri waaqayyoo akka irraa fagaate fi du'ee halkan sadihiifi guyyaa sadih akka awwaalame oduun jedhu gurra jaraa guuteeras heddummaateera.
Du'e jedhanii obsanii iyesuusiin irraanfataniiru odoma hin yaadin eddumaan suuran isaa ka'ee dhaabbachuun sodaachuu qofaa miti yoo baqatanis nama hin dinqu garuu suuraan iyesuus kun hafuura du'aa ta'innaa jedhanii cinqamanii turan.iyesuus cinqamuu jaraa hubatee sodaa sammuu jaraa qabe kana irraa baasuu barbaadde.
Akkana jedheen iyyesuus
👉Ani iyesuusiin akka ta'e harka kiyyaafi Luka kiyya laala.akka Ani Amma jiru kana hafuurri fooniifi lafee hin qabu.ana na qaqabaati na ilaala?jedheeni #luqaas 24:39 "jaalalleewwan kiyya maaltu isin tuqe?isin wajjiin osoo taphadhuu fooniif daabboo isin wajjiin kutata Kan ture Akkuma keessan uumama foon uffadhee miti?Akkuma argitan Akkuma namaa kamiiyyuu nama lafeef foon qabuudha.hafuura nama du'e ykn Kan waan biraa uumama harkaan qabuun hin malle miti jedhee mirkaneessuufi barbaadeeti.
luqaas 24:39 irratti Akkuma hubannetti iyesuus afaanuma namaa galuun eenyummaa ofii ibseef.
👥Harkoota isaatif lukoota isaa qaqabanii akka nama du'aa hin taane akka xinxallanii hubatan godhe.
👉Dubbii ifaa ta'een akka jarri yaadan nama du'aa jalaa dheessu dhufe akka hin taane hubbachiiseera.shakkii jaraa dhara(soba)akka ta'eef inni garuu yesuusii Duran beekan akka ta'e hubachiisera.#ragaan_qaamni_namaa_yoo_du'e hafuura ta'a jedhu jecha iyesuusiiti.
luqaas 20:36 "yesuus akkana jedha"du'aa erga ka'anii deebi'anii du'uun hin danda'amu ergamtoota waaqayyoo fakkaatanii warra du'aa ka'an ta'aniif ijoollee waaqayyoo ta'uu malee".yesuus afuura ta'uu dhabuu isaanii dhugoonsuuf jedha midhaan yoo jiraate akka kennaniif gaafate #eddoo_kanatti_nyaata_waayii_qabduu jedhe.jarrillee qurxummii waddamte irraa kutaanii damma nadhiillee kennaniifi fuudhee nyaate"iyesuus #luqaas 24:41-43
↪️Iyesuus ifatti baasee hafuuraan akka hin jijjiiramne hafuurattillee akka hin jijjiiramne isaanitti hime.
Garuu kiristaanonni addunyaa kana hin fudhatan.
Waqayyoonis kadhatee akka du'a isa oolchu kadhaan isaa awwaatameeraf.
Ibroota 5:7 Yesus biyya lafaa kana irra yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan imimmaaniin, kadhataa fi waammata gara isa du'a isa oolchuu danda'uutti dhi'eesse; sababii inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef*.
Kanaa ol ragaa tokko hin barbaachisu yesuus du'uu dhabuu nama sammuu nagahaa qabuuf🫡
Qopheessan 👇
https://t.me/Gingilchaadhugaa