๐Hasbarruuwwan Gorsaaf Oolan Kutaa 46ffaa ๐๐
๐ Namatti dhiyaattee wajjin jiraattus namoota jireenya kee keessa akka feeteen seenan irraa fagaadhu. Jireenyi kee kanuma keeti waan ta'eef harka abbaa fedhee jireenya kee keessa hingalchiin.
๐Namummaa qabda yoo ta'e icciitii kees kan namaas eegi. Yoo taโuu baate garuu, waan teessee keesse dhaabbattee fuudhuu dadhabda waan ta'eef.
๐Nama hundumaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. Nama milkaa'aa fi jireenya nagaa qabu jiraatta.
๐ Nama seenaasaafi waan keessa darbe dagatu hinta'iin. Borii keefis karooraafi hawwii gaarii qabaadhu. Yos cimtee deemuu dandeessa.
๐Addunyaan keessa jirru kun, nama rakkina uumuufi balaa geessisu hindhabne, nama rakkina furuufi balaa ittisu hongaate.
Ani Gammadaa Milkaa'ina Koofi Namootaati.๐๐๐
๐@HamboofAroon1