Forward from: KENNAA
"صل الله عليه وسلم":
سَبْعَةٌ يُظِلُّهُمُ اللهُ في ظِلِّهِ يَوْمَ لا ظِلَّ إلا ظِلُّهُ:
وعن أَبي هريرة رضي الله عنه عن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((سَبْعَةٌ يُظِلُّهُمُ اللهُ في ظِلِّهِ يَوْمَ لا ظِلَّ إلا ظِلُّهُ: إمَامٌ عَادِلٌ، وَشَابٌّ نَشَأ في عِبَادَةِ الله- عز وجل، وَرَجُلٌ قَلْبُهُ مُعَلَّقٌ بِالمَسَاجِدِ، وَرَجُلاَنِ تَحَابّا في اللهِ اجْتَمَعَا عَلَيهِ وتَفَرَّقَا عَلَيهِ، وَرَجُلٌ دَعَتْهُ امْرَأةٌ ذَاتُ مَنْصِبٍ وَجَمَالٍ، فَقَالَ: إنِّي أخَافُ الله، وَرَجُلٌ تَصَدَّقَ بِصَدَقَةٍ، فَأخْفَاهَا حَتَّى لا تَعْلَمَ شِمَالُهُ مَا تُنْفِقُ يَمِينُهُ، وَرَجُلٌ ذَكَرَ الله خَالِيًا فَفَاضَتْ عَيْنَاهُ)). مُتَّفَقٌ عَلَيهِ.
NAMOOTA TORBAN(7)
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
GAADDISA ARSHII JALA TAA'AN!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Namoota torban kan rabbiin guyyaa gaaddisa isaa malee gaaddisni biraa hin jirre san rabbiin isaanif gaaddiseessuu(guyyaa qiyaama gaafa aduun hanga taakkuun takka haftutti namatti gad dhihaattu) kanneen armaan gadiiti!!!!!!!!
1. Imaama haqaa!!
♤♤♤♤♤♤♤♡♤
Inni tokkoffaan imaama haqa dalagu kan nama walqixxeessee ilaaludha. Imaamman masjidaa kanneen garaagarummaa tokko malee haqaan ummata tajaajilan carraa kana argatu.
2, Dargaggoo ibaadaa irratti guddate/tte
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
Dargaggeesai ykn dargaggeettiin xiqeenyarraa rabbi gabbaraa ibaadaarratti guddate/tte fi jireenyi isaanii tarbi'aa islaamaa tahe carraa kana argatu!!
3. Nama qalbiin isaa masjiidoowwanitti rarraatu.
□□□■□■□□□□□□□□□□□□□
Namni salaata jama'aa fi jumu'aa jabeessu kan yeroo hunda qalbiin isaa masjidatti rarraatu. Kan yeroo salaata tokko salaate hanga salaatni itti aanu gahutti masjiida deemu hawwu.
4. Nama lama kan karaa rabbii keessatti waljaalatan ammaas kan karaa rabbii keessatti adda bahan.
5. Gurbaa intalti akkaan bareeddu tan gosa kabajaa qabdu irraa dhalattee fi bareedina qabdu isa yaamtee badii natti dalagi jetteenii ., inni garuu ani rabbiin sodaadha jedhee badii itti dalaguu dide.
6. Nama sadaqaa takka sadaqate. Sadaqaa san dhooyse hanga bitaan isaa waan mirgi kennu hin beeknetti (dhoksuurran kan kae)
7. Nama kophaa isaa guddina rabbii yaadatee ijji isaa imimmaan dhangalfteedha
●Yaa obboleessa/ttii tiyya anaa fii atiis rabbiin warra torbanirra rabbi nuhaa taasisi.
●Dubbiin akka anaafii ati yaadnuu miti sirritti itti yaaduu barbaachisa rabbi nuhaa milkeessuu!!
●Guyyaa sana hammeenya aduu sana keessaa hafanii Rahmata Rabbiitiin gaaddisa sana jala seenuuf xiyyeeffannoo kenninee carraa kana fayyadamuu qabna.
ولله اعلم
Namaaf dabarsi
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost