✍ Namticha tokkootu nyaata fuudhee ganda rakkoo qaban wahii dhaqee itti sadaqachuu barbaade❗️ gandi inni itti qaceele kun abaar itti bu'ee dhugaan Rakkoo qaban.
🎗 midhaan wanni nyaatan hin jiru nyaataa fi dhugaatiin osoo afaan hin bu'in guyyaa hedduu warra bubbule arke.
suuta itti siqee gaafate mee hangamiif osoo nyaata hin argatin jirtan jadhee namoota hedduuf gaafii dhiheesse.
👉 An Guyyaa shan Soora hin garre
👉 An halkuu Jahan agabuu jira
👉 An torbaan nyaata hin garre ja'an warri inni dubbise.
Kha boodarra dhufe tokko immoo ani edan agabuu bule je'ee itti hime khanuma halku tokko agabuu bule Khana fudhatee galee itti arjoome Jarri khuun beela bare isatti Haarawa jadhee itti arjoome.
Namuu akka akkatti waa hubata qabatamni khuun osoo jiruu bakki inni jiru Kunis sirruma
©™ @ISLAAMUMMAA
®™ @Amala_Gaarii